Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee


Fayyadamummaa Hunda Gala Dargagootaa Guddisuu



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə11/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   17
Fayyadamummaa Hunda Gala Dargagootaa Guddisuu

  1. Sosochii farra godaansa seeraan ala dargaggootaa uumuun miidhaa fi balaa dargaggootaa irra ga’uu ni dhadhabsiisna

  2. Sochii mana hojichaa keessatti Sagantaa walqixxummaa koorniyaa cimsanii fi dhibee HIV ittisuuf dandeessisan dargaggootaaf ni qopheessina.

  3. Sagantalee hubannoo fi sosochii farreen hawaasummaa fi barmaatilee miidhaa qaqqabsiisan dirirsuun hubannoo fi omishtummaan dargaggoota akka dabalu ni taasisna

  4. Sagantalee carraa barnoota idilee fi ga’eessoota keessatti hirmaannaan dargaggootaa akka cimu ni goona.

  5. Ilaalchaa fi dandeetti kalaqa hojii dargaggootaa gabbisuun fayyadamummaa isanii ni mirkaneessina.

  6. Dargaggootni carra hojii sagantalee adda addaa keessatti akka argataniif haala mija’aa uumuu fi hojimaatni raawwii isaa akka madaalamu ni taasisna.

  7. Sagantalee wabii nyaataa fi seeft-neetti misoomaa keessatti fayyadamummaa dargaggoota harka qaleeyyii ni mirkaneessina

  8. Sirna tajaajila faayinaansii fi omisha gabaa mijataa dargaggootaa dirirsuun fayyadamummaa haqa dargaggootaa ni mirkaneessina.


  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin