Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee


Madda Galii Dargaggootaa Fi Ispoortii Guddisuun Humna Faayinaansii Seektarichaa Cimsuuf



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə12/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17
Madda Galii Dargaggootaa Fi Ispoortii Guddisuun Humna Faayinaansii Seektarichaa Cimsuuf

  1. Proojeektoota fi sagantalee madda galii misooma seektarichaa cimsan bocuun galiin akka waliitti qabamu ni taasisna

  2. Seektarri naannoo qoodiinsa maallaqa ga’ee naannoo hojimaata giddu galeessa godhachuudhaan maallaqa walitti qabuun deggersa baajata sagantaleef akka oluu ni taasisna

  1. Dhaabbilee Leenjii Misooma Namoomaa Babal’isuun Biraga’iinsa/ Dargaggootaa /Lammii/ Guddisuu

  1. JGD fi BOI haaraa fedhii dargaggootaa/ummata/ irratti xiyeeffate akka ijaaramanii fi babal’atan ni taasisna

  2. JGD fi BOI buleeyyi itti fufiinsaan tajaajila ga’aa akka kennan ni goona.

  3. Jiddu galoota ijaarsi isaanii xumurame, hanqina meeshaa qaban meeshaa fi faasilitiiwwan adda addaan deggeramanii tajaajila ga’uumsa qabu akka kennan ni taasisna

  4. Jiddu galoota dargaggootaa sadarkaa 1ffaa filatamn keessatti leenjii ispoortii Mana keessaa fi alaa gosa ispoortii adda addaan akka kennan ni taasisna

  5. Wiirtuulee leenjii ispoortii qophii fi gahuumsa qulqullina qabuun leenjii itti fufiinsa qabu akka kennu ni taasisna


  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin