Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Gurmaa’insa Hojii Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə4/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   84
Gurmaa’insa Hojii Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa

  1. Caasaa Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


ATTDHMM


Boordii




Akkuma taatoo kanaa olitti ilaalamu IIDO’n Adeemsa Hojii Ijoo tokko, Adeemsa Hojii Deeggarsaa ja’aa (6) fi Adeemsa Hojii Xiiqqaa shan qaba.




  1. Baay’iina humna namaa

Baay’iina hojjataa IIDO bara 2001 hanga dhuma bara 2006tti qabu haala armaan gadiitti chaartii keessatti ibsameera.




Hojjataa

Bara

Haaluma chaartii kanaa olitti ibsamee jiru humnii namaa bira-qabaan waggaa tokko kan biraa irraa dabalaa kan dhufee yoo ta’u bara 2006 keessatti sababa pirojaktootni suphaa gara Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaatti waan deemaniif hojjatotni dhibba shanii (500) ol gara Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaatti jijjirraadhan deemaniiru.


Gabatee-2


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin