Out come/ osoo hin ta’in hojii irratti qofa /task based


Maappii Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii fi Adeemsaalee Hojii Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa (Higher Level Map)



Yüklə 0,83 Mb.
səhifə2/8
tarix03.01.2019
ölçüsü0,83 Mb.
#89859
1   2   3   4   5   6   7   8

Maappii Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii fi Adeemsaalee Hojii Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa (Higher Level Map)



Adeemsa Hojii Xiqqaa Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii

Adeemsa Hojii Xiqqaa Piromooshinii Hojiiwwan Industirii



Maappii Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii fi Adeemsaalee Hojii Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Godinaa

Maappii Wunnamtii Alaa Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii /External Interface/




Gabatee....... Wal-quunnamtii Keessaa fi Alaa /Internal and External Interfaces/




Sadarkaa Biirootti

Sadarkaa Bulchiinsa Magaalaatti



Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii

Quunnamtii keessaa

Quunnamtii alaa

Quunnamtii keessaa

Quunnamtii alaa

Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa, To’annoo fi Galmee,

Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii

Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa, To’annoo fi Galmee

Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa

Adeemsa Hojii Ijoo Bu’uura Misoomaa fi Deeggarsa Pirojektii Magaalotaa,

Ministeera Daldalaa fi Industirii,

Adeemsa Hojii Ijoo Bu’uura Misoomaa fi Deeggarsa Pirojektii Magaalotaa,

Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Godinaa,

Adeemsa Hojii Ijoo Qophii fi Wal-simsiisa Dizaayinii,

Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumurukaa,

Adeemsa Hojii Ijoo Qophii fi Wal-simsiisa Dizaayinii,

Waajjira Invastimantii Godinaa

Adeemsa Hojii Ijoo To’annoo Raawwii Pilaanii fi Magariisuu Magaalaa ,

Abbaa Taayitaa Qulqullinaa fi Sadarkaa Itoophiyaa,

Adeemsa Hojii Ijoo To’annoo Raawwii Pilaanii fi Magarisuu Magaalaa,

Waajjiara Daldalaa fi Misooma Gabaa Oromiyaa

Adeemsa Hojii Ijoo Misooma, Dabarsaa fi Bulchiinsa Manneetii

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Ijoo Misooma, Dabarsaa fi Bulchiinsa Manneetii




Adeemsa Hojii Ijoo Reeguleeshinii, Inispeekshinii fi Qorannoo Meeshaalee Ijaarsaa,

Biiroo Qonnaa Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Ijoo Reeguleeshinii, Inispeekshinii fi Qorannoo Meeshaalee Ijaarsaa




Adeemsa Hojii Ijoo Gurmaa’insa Magaalotaa fi Al-waaltessaa

Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Ijoo Gurmaa’insa Magaalotaa fi Al-waaltessaa,




Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Humna Namaa fi Tajaajila Magaalotaa,

Biiroo Siviil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa,




Adeemsa Hojii Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa

Biiroo Galiiwwan Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Qophii Karooraa, Hordoffii fi Gamaggama Rawwii




Adeemsa Hojii Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa

Biiroo Lafaa fi Eeegumsa Naannoo Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii,




Adeemsa Hojii Qophii Karooraa, Hordoffii fi Gamaggama Rawwii

Koomishinii Invastimantii Oromiyaa,

Adeemsa Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa,




Adeemsa Hojii Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii

Ejansii Intarpiraayizii Maayikiroo fi Xixiqqaa Oromiyaa,







Adeemsa Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa

Ejansii Barnootaa Leenjii Tekinikaa fi Ogummaa Oromiyaa,







Adeemsa Hojii Deeggarsa, Hordofii fi Oodiitii Keessaa,

Ejansii Daldalaa fi Misooma Gabaa Oromiyaa,







Tajaajila Seeraa,

Ejansii Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa,







Garee “ICT”

Insititiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa,










Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Godinaalee,










Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalotaa,










Pirojektii Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa






TARREEFFAMA MAAMILTOOTAA FI QOODA FUDHATTOOTAA

          1. Maamiltoota /Customers/

  • Jiraattota magaalaa,

  • Abbootii qabeenyaa,

  • Jiraattota gandoota baadiyyaa naannoo magaalaa,

  • Waldaalee Intarpiraayizii Maayikiroo fi Xixiqqaa,

  • Ogeessota, kontiraaktarootaa fi gorsitoota seektara konistiraakshinii,

  • Industiriiwwan xixiqqaa, giddu-galeessaa fi gurguddoo,

  • Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Godinaalee,

  • Bulchiinsa Magaalotaa/Mana Qopheessaa,




          1. Qooda Fudhattoota /Stakeholders/

  • Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii,

  • Ministeera Daldalaa fi Industirii,

  • Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumurukaa,

  • Abbaa Taayitaa Qulqullinaa fi Sadarkaa Itoophiyaa,

  • Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa,

  • Biiroo Qonnaa Oromiyaa,

  • Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa,

  • Biiroo Siviil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa,

  • Biiroo Galiiwwan Oromiyaa,

  • Biiroo Lafaa fi Eeegumsa Naannoo Oromiyaa,

  • Koomishinii Invastimantii Oromiyaa,

  • Ejansii Intarpiraayizii Maayikiroo fi Xixiqqaa Oromiyaa,

  • Ejansii Barnootaa Leenjii Tekinikaa fi Ogummaa Oromiyaa,

  • Ejansii Daldalaa fi Misooma Gabaa Oromiyaa,

  • Pirojektii Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa Oromiyaa,

  • Insititiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa,

  • Bulchiinsa Godinaalee

  • Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Godinaalee,

  • Bulchiinsa Magaalotaa/Mana Qopheessaa,

  • Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Bulchiinsa Magaalotaa,

  • Dhaabbilee miidiyaa adda addaa,


Gabatee:……Fedhii Mamiltootaa /Customers’ need/


Lakk.

Maamila / Qoda fudhattoota

Fedhii


Maamila

1

Abbootii qabeenyaa


  • Naannicha keessatti carraalee misooma industiriitiif ooluu danda’an gosaa fi facaatiidhaan adda baasee beekuu,

  • Pirofaayilii pirojektii industirii qophaa’ee ka’umsa yaada invastimantii industirii isaaniif ta’u fedhu,

  • Pirofaayiliin pirojektii industirii qophaa’ee dhiyaatu akka gamaggamu,

  • Dhiyeessa meeshaa dheedhii oomisha qonnaa wal-irraa hin cinne,

  • Dhiyeessi meeshaa dheedhii biyya keessaa babal’atee kan biyya alaatii seenu akka hir’isu,

  • Tajaajilli bu’uura misoomaa industiriif oolu akka mijeeffamu,

  • Ogeessa /hojjetaa gahumsa qabu gabaa biyya keessaa irraa argachuu,

  • Teeknooloojiin hammayyaa industirii babal’atee oomishtummaan isaanii akka dabalu,

  • Deeggarsa teeknikaa fi ogummaa dhiyeenyaa fi yeroodhaan argachuu,

  • Ragaalee fi odeeffannoo bu’uuraa industirii naannichaa gosaa fi baay’inaan adda baasanii ibsan beekuu,

2

Jiraattota magaalaa


  • Qe’eewwan industirii magaalicha keessa jiran; gama fayyaarratti miidhaa geessisuutiin, gama faayidaa industirichi hawaasaaf kennuun, gama pilaanii magaalaatiin fi gama birootiinillee haala jiraataan magaalichaa barbaadeen akka ta’u fedha,

  • Pootenshaalli misooma industirii magaalichi qabu gosaa fi facaatiidhaan adda bahee akka beekamu,

  • Pirofaayiliin pirojektii industiriiwwan adda addaa pootenshaala magaalichaa bu’uureffachuudhaan akka qophaa’an,

  • Pirofaayiliin pirojektii industiriiwwanii magaalicha irratti qophaa’an hawaasichaaf bu’a-qabeessa akka ta’an,

  • Industiriiwwan carraa hojii uumuudhaan hoji-dhabeeyyiin magaalichaa akka hir’atan,

  • Industiriiwwan faalama naannoo hin geessisne /”Environmental Impact Assessment” isaa sirriittii kan qoratame/ akka babal’atan,

  • Pootenshaalli misooma industirii naannichi qabu miidiyaalee garaa garaatiin akka bebbeeksifamu,

  • Tajaajilli bu’uura misoomaa industiriif oolu akka mijeeffamu,

  • Ragaalee fi odeeffannoo bu’uuraa industirii naannichaa gosaa fi baay’inaan adda baasanii ibsan beekuu,



  • Hojiiwwan konistiraakshiniin magaalicha keessatti geggeeffaman ogeessota gahumsa qabaniin akka ta’u,

  • Qe’eewwan industirii hundeeffaman pilaanii magaalichaa eeguun miidhagina magaalichaa akka tumsan,



  • giddu- gala misooma fi qaroomaa akka taatu barbaadu.

  • Tajaajilli Saffinaa fi si’oomina qabu teeknolojii ammayyaatiin deeggaramee akka kennamuuf barbaadu.




3


Jiraattota gandoota baadiyyaa naannoo magaalaa





  • Pootenshaalli misooma industirii gandichi qabu gosaa fi facaatiidhaan adda bahee akka beekamu,

  • Pootenshaalli misooma industirii gandichi qabu miidiyaalee garaa garaatiin akka bebbeeksifamu,

  • Pirofaayiliin pirojektii industiriiwwan adda addaa pootenshaala gandichaa bu’uureffachuudhaan akka qophaa’an,

  • Pirofaayiliin pirojektii industiriiwwanii gandicha irratti qophaa’an hawaasichaaf bu’a-qabeessa akka ta’an,

  • Qe’eewwan industirii gandicha keessa jiran; gama fayyaarratti miidhaa geessisuutiin, gama faayidaa industirichi hawaasaaf kennuun, fi gama birootiinillee haala jiraataan magaalichaa barbaadeen akka ta’u fedha,

  • ”Environmental Impact Assessment”’n industirii hundeeffamuu haala guutuu ta’een geggeeffamee akka hojiirra oolu,

  • Walitti hidhamiinsi qonnaa fi industirii cimee meeshaa dheedhii baadiyyaa irraa argamuun industiin akka guddatu,

  • Industiriiwwan carraa hojii uumuudhaan hoji-dhabeeyyii hir’isan akka babal’atan,

  • Oomisha industiricha irraa argamuun gabaa naannoo kanatti uumamu irraa fayyadamaa ta’uu /oomisha qulqulluu, baasii salphaadhaan/,

  • Tajaajilli bu’uura misoomaa industiriif oolu akka mijeeffamu,

  • Ragaalee fi odeeffannoo bu’uuraa industirii naannichaa gosaa fi baay’inaan adda baasanii ibsan beekuu,

4

Waldaalee Intarpiraayizii Maayikiroo Xixiqqaa


  • Deeggarsa teeknikaa fi ogummaa,




5

Ogeessota, kontiraaktarootaa fi gorsitoota konistiraakshinii,

  • Leenjii dandeettii raawwannaa isaanii cimsu,

  • Madaallii gahumsa ogummaa,

6

Industiriiwwan xixiqqaa, giddu-galeessaa fi gurguddoo


  • Dhiyeessa meeshaa dheedhii oomisha qonnaa wal-irraa hin cinne,

  • Dhiyeessi meeshaa dheedhii biyya keessaa babal’atee kan biyya alaatii seenu akka hir’isu,

  • Tajaajilli bu’uura misoomaa industiriif oolu akka mijeeffamu,

  • Ogeessa /hojjetaa gahumsa qabu gabaa biyya keessaa irraa argachuu,

  • Teeknooloojiin hammayyaa industirii babal’atee oomishtummaan isaanii akka dabalu,

  • Deeggarsa teeknikaa fi ogummaa dhiyeenyaa fi yeroodhaan argachuu,

  • Ragaalee fi odeeffannoo bu’uuraa industirii naannichaa gosaa fi baay’inaan adda baasanii ibsan beekuu,

7

Waajjira Industirii fi Misooma Magaalaa Godinaalee


  • Hojiiwwan misooma industirii sadarkaa godinaatti hojjetaman adda bahanii beekaman,

  • Caasaan humna namaa seektara industirii qoratamee sadarkaa godinaatti bal’inaan akka jiraatu,

  • Qajeelfamaa fi maanuwaaliiwwan hojii industirii ifaa ta’an yeroodhaan qophaa’anii akka qaqqaban,

  • Leenjiiwwan dandeettii raawwannaa hojjettoota industirii cimsu,

  • To’annoo fi hordofii hojiiwwan seektarichaa,



8



Mana Qopheessaa/Bulchiinsa Magaalotaa


  • Hojiiwwan misooma industirii sadarkaa magaalaatti hojjetaman adda bahanii beekaman,

  • Caasaan humna namaa seektara industirii qoratame, sadarkaa magaalaatti bal’inaan akka jiraatu,

  • Qajeelfamaa fi maanuwaaliiwwan hojii industirii ifaa ta’an yeroodhaan qophaa’anii akka qaqqaban,

  • Leenjiiwwan dandeettii raawwannaa hojjettoota industirii cimsu,

  • To’annoo fi hordofii hojiiwwan seektarichaa,




        1. Qooda Fudhattoota




  • Misoomni industirii naannicha keessatti geggeeffamu bifa miidhaa hin geessisneen, akka ta’u,

  • Ragaaaleen industirii naannichaa bifa hammayyaatiin qindaa’ee, yeroo fi bakka barbaadamutti argamuu danda’u,

  • Carraaleen misooma industirii naannichaa adda bahuun gosaa fi facaatiinii akka beekaman,

  • Adeemsa cehumsa dinagdee biyyattii qonnaarraa gara industiriitti taasifamaa jiru keessatti gahee naannichi qabu, haala barbaadameen bahuuf deeggrsi barbaachisaan marti akka taasifamu,

  • Hojiiwwan konistiraakshinii naannicha keessatti geggeeffaman qulqullina akka qabaataniif ijaarsi dandeettii konistiraakshinii akka cimu,

  • Carraalee misooma idustirii naannichaarratti hojiin piromooshinii gahaa ta’e akka hojjetamu,

  • Akka naannootti waldaalee intarpiraayizii maayiliroo xixiqqaa gara industirii giddu-galeessaatti cehaniif deeggarsi barbaachisaan akka taasifamu,

  • ”Environmetal Impact Assessment” industirii tokkoo haala bakkee industirichi itti hundeeffamu waliin akka wal-simu taasisuu, /Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa ykn Pirojektii Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa/

  • Haala mijaawaa abbootiin qabeenyaa itti oomisha isaanii gabaa irra oolchuu danda’an irratti hubannoo akka kennamu /Ejansii Daldalaa fi Misooma Gabaa/

  • Bu’aa qorannoo pootenshaala industirii fi qophii pifaayila pirojektii qulqulluu ta’e, /Koomishinii Invastimantii Oromiyaa/

  • Itti fayyadama meeshaalee dheedhii oomisha qonnaa ta’anii haala salphaa fi dhiyeenyatti argaman, /Biiroo Qonnaa Oromiyaa/

  • Hojiiwwan maallaqa Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee oromiyaarraa bahii ta’uun geggeeffaman irratti gabaasa raawwii hojii quubsaa fi yeroodhaan dhiyaate, /Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa/

  • Qorannoo /research/ filatamoo dhaabbilee barnootaa olaanoodhaan geggeeffamanitti fayyadamuu, akkasumas barnoota seektaricha irratti geggeeffaman maraaf ragaa fi deeggarsa barbaachisaa taasisuu, /Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/

  • Daataa beezii qe’eewwan industirii naannichaa qopheessuu irratti haala pilaanii magaalichaa eeggateen akka ta’u, /Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa/

  • Misooma magaalota naannichaa keessatti gaheen industiin gumaachu akka guddatu, /Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii/

  • Qajeelfamoota darban gadi buusuudhaan hojiirra oolchuu, /Ministeera Daldalaa fi Industirii/

  • Galiin naannichi seektaricha irraa argatu akka guddatu taasisuu, /Biiroo Galiiwwan Oromiyaa/

  • Ogeessota dhaabbilee leenjii teeknikaa irraa bahaniif carraa hojii akka uumu, /Ejansii Barnootaa, Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa/

  • Babal’ina gosa industirii ”Agro-industry”, /Ejansii Fayyaa fi Misooma Beeyladaa/

  • Industiriiwwan meeshaaleen /teeknooloojiin/ biyya alaatii seenan sadarkaa isaanii eeggatan akka fayyadaman, /Abbaa Taayitaa Qulqullinaa fi Sadarkaa Itoophiyaa/

  • Meeshaaleen /teeknooloojiiwwan/ industiriif oolan biyya alaa irraa seenan karaa seera qabeessan gara biyya keessatti akka seenan, /Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumurukaa/

  • Piroppoozaala industirii ”Environmental Impact Assessment”,n isaa sirriitti qoratame, /Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalotaa/


Gabatee……… Yaada Cabsuu fi Yaada Haaraa Maddisiisuu


Lakk.


Rakkoolee /Problems/

Seeroota Barreeffamaa ykn Hin Barreeffamin /Written or Unwritten Rules/


Yaadamoota /Assumptions/


Yaadamoota Dhugaa Hin Taane /Untrue Assumptions/


Yaadamoota Haaraa /New Assumptions/

1


Hojii industirii waliin walqabatu abbummaa fi itti gaafatamummaan qaamni hojjetu addaan bahee beekamuu dhabuu,

Aangoo fi gahee manneen hojii naannichaa tokko tokko keessatti hojiiwwan industirii waliin wal-qabatan tarreeffamuu,

Hojiiwwan misooma industirii, adeemsa hojii kanaa hojiiwwan manneen hojii birootiin raawwatamaa jirani dha jedhanii yaaduu

Hojiiwwan misooma industirii, adeemsa hojii kanaa manneen hojii birootiin raawwatamaa kan hin jirre ta’uu

Hojiiwwan misooma industirii giddu-giddutti qaama abbummaadhaan xiyyeeffannoo itti kennee, gadi fageenyaan raawwachiisu dhabanii hafan kunniin guutummaa guutuutti adeemsa hojii kanaan raawwatamuu kan qaban ta’uu,

2


Aangoo fi gahee hojii industirii ilaalchisee Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa dabalatee, manneen hojii birootiif kenname tokko tokkoon adda bahee kan kaa’ame miti. /Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa, Koomishinii Invastimantii Oromiyaa, Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa/

Aangoo fi gahee hojii manneen hojii kunniinif Labsii Lakkoofsa 165/2003’n kenname



Aangoo fi gaheen hojii Labsii Lakk. 163/2003’n kenname kun qajeelfamaa fi gahee hojii raawwattootaatti yeroo gadi bu’ee hiikamu, hojiiwwan wal-fakkaatan manneen hojii garaa garaa keessatti kan uumu ta’a

Aangoo fi gahee hojii manneen hojii kan akka Koomishinii Invastimantii Oromiyaa fi Biiroo Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaatiif kennaman gara qajeelfamaa fi gahee hojii raawwattotaatti yeroo hiikamu hojiiwwan misooma industirii kunniin mana hojii kanaan raawwatamuu qabu jedhanii yaaduu,

Aangoo fi gaheen hojii manneen hojii kanneennii yeroo qajeelfamaa fi gahee hojiitti hiikamu, hiikkoon isaa kan Labsiidhaan kenname waliin wal-simuu isaa qaama olaanaadhaan xiinxalamuu akka qabu.

3


Rakkoolee hubannoo qaamoleen adda addaa hojiiwwan misooma industiriirratti qaban

Aangoo fi gaheen hojii misooma industirii waliin wal-qabate manneen hojii Bulchiinsa Mootummaa Naannichaatiif Labsii Lakkoofsa 165/2003tiin kennamee kan jiru ta’uu isaa,

  • Aangoo fi gahee hojii Mootummaan Federaalaa/Ministeerri Daldalaa fi Industirii industiriiwwan gurgudoo biyyattii irratti qabu, industiriiwwan xixiqqaa fi giddu-galeessa irrattis aangoon kan Ministeerichaati jedhanii yaaduu

  • Aangoo fi gaheen hojii Ministeerri Daldalaa fi Industirii qabu harki caalaan isaa gama ragaalee bu’uuraa fi odeeffannootiin ta’ee osoo jiruu hojiiwwan misooma industirii waliin wal-qabatanis gadi fageenyaan irratti ni hojjeta jedhanii yaaduu

  • Aangoo fi gaheen hojii Mootummaa Federaalaa/Ministeerri Daldalaa fi Industirii industiriiwwan gurgudoo biyyattii irratti yoo ta’u, industiriiwwan xixiqqaa fi giddu-galeessa irratti aangoon kan Bulchiinsa Mootummaa Naannichaa ta’uu isaa,

  • Aangoo fi gaheen hojii Ministeerri Daldalaa fi Industirii qabu harki caalaan isaa gama ragaalee bu’uuraa fi odeeffannootiin yoo ta’u, hojiiwwan misooma industirii waliin wal-qabatan gadi fageenyaan Bulchiinsa Mootummaa Naannichaatiin kan hojjetamuu ta’uu isaa,

Aangoo fi gaheen hojii Mootummaan Federaalaa/Ministeerri Daldalaa fi Industirii fi Bulchiinsi Mootummaa Naannoo qabu qaamolee dhimmichi ilaallatuuf haala ifaa ta’een hubannoon uumamuu akka qabu,

4


Walirra bu’iinsa aangoo fi gahee hojii /mandate over-lap/ manneen hojii mootummaa tokko tokko /dhimmoota industirii waliin wal-qabatan irratti/

Labsii Lakkoofsa 165/2003



Hojichi mana hojii birootiin kan hojjetamudha jedhanii yaaduu

Hojiiiwwan kun mana hojii birotiinis xiyyeeffannoo fi gadi fageenyaan hojjetamuu dhabuu

Hojiiwwan industirii waliin wal-qabatan gahee hojii hojjettootaa dabalatee manneen hojii kanneeniif adda bahuudhaan taa’uu qaba.

5


Ragaa fi odeeffannoo industirii gahaa argachuu dhabuu,

Industiriiwwan gurguddoo waliin wal-qabatee odeeffannoo fi ragaaleen bu’uuraa Mootummaa Federaalaatiin/Ministeera Daldalaa fi Industiriitiin kan geggeeffamu ta’uu

Ragaalee fi odeeffannoowwan tokko tokko Ministeera Daldalaa fi Industirii/manneen hojii biroo irraa agachuun ni danda’ama jedhanii yaaduu

Industiriiwwan gosa hunda waliin wal-qabatee odeeffannoo fi ragaaleen bu’uuraa Mootummaa Federaalaatiin/Ministeera Daldalaa fi Industiriitiin kan bulu dha jedhanii yaaduu

Industiriiwwan xixiqqaa, giddu-galeessaa fi gurguddoo waliin wal-qabatee odeeffannoo fi ragaaleen bu’uuraa Bulchiinsa Mootummaa Naannichaatiin sassaabamee, qindaa’ee kan bulu ta’uu

6

Ogeessa gahumsa qabu argachuu dhabuu,

Ulaagaalee qaxarrii/ramaddii ogeessota industirii



Ulaagaaleen caasaa humna namaa seektarichaaf kaa’aman gahaa dha jedhanii yaaduu

Hojiiwwan seektarichaan raawwataman hojiiwwan ogeessota olaanoo/gahumsa guddaa qaban kan gaafatu miti jedhanii amanuu

Aangoo fi gahee hojii gama industiriitiin Biirichaaf kenname bu’uureffachuudhaan, ogeessotni olaanoo/gahumsa guddaa qaban seektarichaaf kan barbaachisu ta’uu

7


Walitti hidhamiinsi qonnaa fi industirii laafaa ta’uu,

Caasaa humna namaa walitti hidhamiinsa qonnaa fi industirii

Oomishni qonnaa industiriif ooluu danda’u gahaadha jedhanii yaaduu

Oomishni qonnaa industiriif ooluu danda’u gahaadha jedhanii yaaduu

Hanqinni oomisha qonnaa industiriif ooluu jiraachuu isaa

8


Walitti hidhamiinsi seektarichaa fi dhaabbilee barnootaa olaanoo laafaa ta’uu,




Barbaachisummaan dhaabbilee fooyyessa oguumaa/qorannoo hubatamuu dhabuu,

Hojiin misooma industirii dhaabbilee barnootaa olaanoo waliin quunnamtii uumuu barbaachisu jira jedhanii yaaduu dhiisuu

Hojiiwwan qorannoo seektarichaan wal-qabate dhaabbilee barnoota olaanootiin hojjetaman seektarichaaf galtee ta’uu kan danda’u ta’uusaa akkasumas, barattoota hojii seekatrichaa irratti “specialize” godhaniif carraan hojiirratti hirmaachisuu yoo kenname faayida-qabeesa ta’uusaa

9

Rakkoo faayinaansii waliin wal-qabatu,

Sirnoota barreeffamaa kaffaltii ogeessotaa


Hanqina hubannoo hojichaa



Hojiiwwan seektarichaa bal’ina kan qaban miti jedhanii leecalloo xiqqaadhaan akka hojjetamu yaaduu

Hojiin seektaricha bal’ina kan qabu waan ta’eef, leecalloon barbaachisu qoratmee hanga danda’ametti akka guutamuuf yaalii taasisuu

Yüklə 0,83 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin