Out come/ osoo hin ta’in hojii irratti qofa /task based


Maappii………….Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii Haaraa



Yüklə 0,83 Mb.
səhifə4/8
tarix03.01.2019
ölçüsü0,83 Mb.
#89859
1   2   3   4   5   6   7   8

Maappii………….Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii Haaraa






























Adeemsaalee Hojii Xiqqaa /Tuutawwan/ Adeemdsa Hojii Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii

Adeemsi hojii kun adeemsaalee hojii xiqqaa afur of-jalaa kan qabu yoo ta’u, isaanis;



  1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Qorannoo Hojiiwwan Industirii,

  2. Adeemsa Hojii Xiqqaa Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii

  3. Adeemsa Hojii Xiqqaa Hojiiwwan Piromooshinii Industirii

  4. Adeemsa Hojii Xiqqaa Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii




  1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Qorannoo Hojiiwwan Industirii

Hojiiwwan gurguddoo (Major activities)

  • Pootenshaala industirii naannichaa qorachuudhaan gosaa fi facaatiidhaan adda baasuu,

  • Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qopheessuu,

  • Teeknooloojiiwwan industirii babal’isuu,

  • Pirojektii abbootii qabeenyaa dhuunfaan qophaa’aanii dhiyaatan gamaggamuu,

  • Dandeettii raawwachiisummaa hojjettoota seektara industirii cimsuu,

  • Deeggarsa teeknikaa fi hubannoo uumuu abbootii qabeenyaatiif kennuu ykn qaama biroo walii ta’uudhaan kennisiisuu,

  • Fedhii leenjii qorachudhaan leenjii fi tajaajila eksiteenshinii dhaabbilee leenjii waliin ta’anii qopheessuudhaan abbootii qabenyaatiif kennuun dorgomaa taasisuu,

  • Deeggarsa ogummaa fi teeknikaa industiriiwwaniif taasisuu,

  • Oomishaaleen industirii giddu-galeessaa irraa argaman sadarkaa fi qulqullina isaanii kan eeggatan ta’uu qaama ilaallatu waliin ta’uudhaan hordofuu,

  • Qorannoo seektara industrii waliigalaa taasisuu/imaammataa fi tarsiimoo, seerota, qajeelfamootaa fi caasaalee humna namaa/ ykn akka taasifamu deeggarsa barbaachisaa taasisuu,

  • Industiriiwwan hundeeffaman hawaasichaaf faayida-qabeessa ta’uusaanii mirkaneessuu,


Maappii Adeemsa Hojii Xiqqaa Qorannoo Hojiiwwan Industirii






  1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii

Hojiiwwan gurguddoo (Major activities)

  • Sassaabbii ragaalee bu’uuraa indutirii irratti qe’eewwan indutirii dursi kennamuufii qabu addaan baasuu,

  • Bakkeewan industiriif ooluu danda’an filachuun pilootiitti qooduu,

  • Bakkeewan filatamaniif tajaajilootni bu’uura misoomaa akka guutaman taasisuuf qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin hojjechuu,

  • Zooniin /qe’een industirii filatamee pilaanii magaalaatiin akka haammatamuuf Damee Dizaayinii fi Konistiraakshinii akkasumas, Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa waliin ta’uun hojjechuu,

    • Ragaalee industiriiwwan naannichaa bifa odeefannoo guutuu keennuu danda’uun walitti qabuu

    • Ragaa walitti qabame qindeessuu /organize/, xiinxaluu /analyse/,

    • Ragaan walitti qabame faayidaa misoomaa fi babal’ina industriif akka oolu taasisuu,



Maappii Adeemsa Hojii Xiqqaa Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii




















  1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Hojiiwwan Piromooshinii Industirii

Hojiiwwan gurguddoo (Major activities)

  • Bu’aa qorannoo hojiiwwan industirii agarsiisa /exhibition/, baazaarii, simpooziyamii, biroosharaa fi kkf. qopheessuun ykn kan qaamooleen biroo qopheessan irratti hirmaachuun bebbeeksisuu,

  • Abbootii qabeenyaa industriif deggersa ogummaa fi teeknikaa keennuu,

  • Qajeelfama ykn maanuwaalii tajaajila misooma industiriitiif oolu qopheessuun hojiirra oolchuu,


Maappii Adeemsa Hojii Xiqqaa Hojiiwwan Piromooshinii Industirii


















  1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii

Hojiiwwan gurguddoo (Major activities)

  • Dandeettii raawwachiisummaa ogeessotaa fi geggeessitoota seektara konistiraakshinii tooftaalee adda addaa fayyadamuudhaan cimsuu,

  • Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ irratti qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan ogeessotaa fi geggeessitoota naannichaaf hubannoo uumuu,

  • Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ ogeessota konistiraakshinii naannichaa qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan geggeessuu,


Maappii Adeemsa Hojii Xiqqaa Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii










Lakki





Eeyyee

FILANNOO ADEEMSA HOJII
Adeemsi/yaa’insi hojii armaan duraa, fedhii akkasumas gaaffii seektara industirii keessatti hirmaachuuf/babal’isuuf dhiyaachaa tureef deebii quubsaa kennuu hin dandeenye. Kana jechuun fedhii maamiltootaa fi qooda fudhattootaa giddu-galeessa kan godhate hin turre.
Waan kana ta’eef, dhimmoota guddinaa fi dagaagina seektara industiriitiif haala miijessuudhaan tarsiimoo misooma industirii galmaan ga’an akkasumas invastimantii bu’a-qabeessa mirkanessuu dandeessisuu fi fedhii maammilootaa fi qooda-fudhattotaa giddu-galeessa godhate adeemsa hojii bu’a-qabeessa ta’ee filachudhaan JBAH adeemsisuun barbaachisaa ta’ee argamee jira.
Rakkoolee adeemsa hojii duraanii keessatti mul’achaa turan hambisuudhaaf, filannoon adeemsa hojii haaraa kallattii rakkoolee qabaachuu danda’u /dysfunction/, bu’aa isaa/importance/ fi baasuu fi dhiisuu isaa/feasibility/ tiin ilaalamee akkaataa armaan gaditiin filatamee jira.
MAQAA FILAANNOOWWAN ADEEMSA HOJII HAARAA

Naannichatti hojiin industirii itti fufiinsa qabuu dagaagee, walitti hidhamiinsa seektaraalee qonnaa fi industirii caalmaatti cimsuudhaan hojiiwwan invastimantii industirii irratti qaamolee hojjechuuf fedhii qaban caalmaatti kakaasuu, carraalee /pootenshaala misooma industirii naanncha keessa jiru gosaa fi facaatiidhaan qorachuudhaan abbootii qabeenyaatiif haala mijeessuu, pirofaayilii pirojektii industiriiwwan garaa garaa qopheessuudhaan bu’aa bahii hojii invastimantii industiriitiif bu’amee bahamu hir’isuudhaan dagaagina industirii saffisiisuu akkasumas, hojiiwwan humna raawwachiisummaa ogeessota konistiraakshinii guddisuudhaan seektarichaaf gumaacha taasisuu dha. Kanaafuu, filannoowwan afur haala armaan gadiitiin dhiyaatanii jiru.



  1. Adeemsa Hojii Ijoo Humna Dandeettii fi Fooyya’insa Teeknooloojii Industiriiwwanii,

  2. Adeemsa Hojii Ijoo Deeggarsa Misooma Industirii,

  3. Adeemsa Hojii Ijoo Humna Dandeettii Agroo Industirii Guddisuu,

  4. Adeemsa Hojii Ijoo Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii


Gamaaggamaa gahumsa filannoolee 1ffaa, 2ffaa fi 3 ffaa

(Fitness Assessment)

Lakk.

Qabxiilee Madaallii

Filannoo 1ffaa

Filannoo 2ffaa

Filannoo 3ffaa

Filannoo 4ffaa

1

Aangoo mana hojichaa waliin wal-simuu isaa


Hojiiwwan industirii naannicha keessatti raawwataman deeggaruu fi babal’isuu

Hojiiwwan industirii naannicha keessatti raawwataman deeggaruu fi babal’isuu

Hojiiwwan industirii naannicha keessatti raawwataman deeggaruu fi babal’isuu

Hojiiwwan industirii naannicha keessatti raawwataman deeggaruu fi babal’isuu

2

Fedhii fi itti quufinsa maamlitootaa fi dhimmamtootaa

Hojiiwwan industirii jajjabessuu fi fooyyessuun fedhii ni guuta

Deeggarsi dhiheenyaan kan taasifamu waan ta’eef fedhii deeggarsaa maamiloota bira jiru ni guuta

Deeggarsi dhiheenyaan kan taasifamu waan ta’eef fedhii deeggarsaa maamiloota bira jiru ni guuta

Deeggarsii fi hordoffii barbaachisaan dhiyeenyaan ni jira akkasumas, bu’aa bahii ni hir’isa

3

Madaallii baasii hojichaaf bahu


Hojiiwwan Industirii deeggaruu fi babal’isuuf teekinooloojii haarawaa kan hammatu waan ta’eef, baasii dabalataa ni gaafata

Hojiiwwan Industirii deggeruu fi babal’isuuf kan madaaluu dha

Hojiiwwan industirii agroo qofarratti waan xiyyeeffatuuf baasiin ni xiqqaata.

Bu’aa bahii adda addaa hir’isuuf hojiiwwan garaa garaa waan hojjetamaniif baasii dabalataa ni gaafata

4


Iftoominnii fi itti gaafatamummaan amala hojichaa wajjin wal-simuu isaa

Ittigaafatamummaa ni qabaata


Ittigaafatamummaa ni qabaata


Ittigaafatamummaa ni qabaata


Ittigaafatamummaa ni qabaata



5

Haala addaa addaatiin hojii hojjechuuf mijataa ta’uu isaa

Mijataa dha

Mijataa dha

Mijataa dha

Mijataa dha

6



Bu’aa qabessummaa hojichaa

Hojii industirii keessa kan jiranis ta’ee bifa haarawaan kan seenuu barbaadaniif bu’aa guddaa qabaata

Hojii industirii keessa kan jiranis ta’ee bifa haarawaan kan seenuu barbaadaniif bu’aa guddaa qabaata

Hojii industirii keessa kan jiranis ta’ee bifa haarawaan kan seenuu barbaadaniif bu’aa guddaa qabaata

Hojii misooma industiriitiif; bu’aa bahii adda addaa hir’isuudhaan, kaka’umsa uumuudhaan, ragaalee odeeffannoo barbaachisaa ta’an qabaachuudhaan akkasumas, dandeettii raawwannaa seektara konitiraakshinii cimsuudhaan gumaacha guddaa taasisa

Ulaagaalee filannoo kaa’aman irratti hundaa’uudhaan akkaataa gabatee armaan gadiitti xiinxalamanii jiru.

Gabatee:........... Filannoo Adeemsa Hojii Ijoo Haaraa

Lakk.

Ulaagaa

Adeemsa Hojii ijoo (10 keessaa)

Deeggarsaa fi Fooyya’insa Teekinooloojii Industiriiwwanii Cimsuu

Humna Dandeettii Agroo Industirii Guddisuu

Deeggarsa Misooma Industirii

Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii

1

Qusannaa fayyadama yeroo

7.5

7.9

7.1

8.6

2

Xiqqeenya, baasii barbaachisu

6.5

6.6

7.2

7.8

3

Xiqqeenya, rakkoo /gufuu/ jiru

9.1

9.1

8.5

8.8

4

Fayidaa qabaachuu isaa

9.5

7.8

9.7

9.9

5

Bu’a-qabeessumaa isaa

9.3

8.7

9.3

9.7

6

Meeshaa dheedhii naannoo bal’inaan hojirra oolchuu isaa

8

7.8

9.5

9.8

7

Gaaffii maamilaa deebisuu isaa

7

9

9.2

9.9

8

Hoji-dhabeeyyii hir’isuu isaa

6

7

9.4

9.4

9

Daddabarsa teeknooloojii

9.2

9

8.2

8.9

Ida’ama

72.1

72.9

78.1

82.8

Bu’aa giddu-galeessaa

8.01

8.10

8.68

9.20

Qabxii armaan olitti argame irratti hunda’uun, Adeemsi Hojii Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii filatamee jira.



Sadarkaa Hojii fi Qaama Raawwatu (Job Standards and Performers) Adeemsa Hojii Boroo



Lakk.



Hojiilee gurguddoo

Sadarkaa hojiin fudhatama itti argatu

Qaama raawwatu

Meeshaa barbaachisu


Bal'ina hojii


Yeroo

Qulqullina



Biiroo



Magaala



Godina

1

Qorannoo Hojiiwwan Industirii

 

 

 

 

 

 

 

A


Karoora hojii qopheessuu


 Karoora hojii waggaa/kurmaanaa/baatii



Guyyaa 2


Karoorri qophaa’u quubsaa ta’uu qaba

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

 

Kompiitara



Ragaa/daataa qulqulluu fi dhugaa irratti hund'ee qinda'e

Qusannaa yeroo fi baasii

Itti quufiinsa maamilaa

Iftoomina

B


Pootenshaala misooma industirii qorachuudhaan carraa invastimantii industirii gosaa fi facaatiidhaan adda baasuu,

Godina/magaalaa tokko


Baatii 3


Dookumantii odeeffannoo pootenshaala misooma indsutirii guutuu kennu

Raawwattoota Hojii Garee Qorannoo Hojiiwwan Industirii

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

 

C


Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qopheessuu,

Gosa/Mata-duree 1



Guyyaa 45

Dookumantii pirofaayila/odeeffannoo barbaachisoo industirii hundeeffamuuf jedhu tokkoo guutummaatti qabate

Garee Qorannoo Hojiiwwan Industirii

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

 

D


Itti fayyadama teeknooloojii industirii babal’isuu,

Industirii 1

Ji’a/baatii 2

Teeknooloojii haaraa industiriiwwan keessatti hojiirra oole

Raawwataa Hojii Babal’ina Teeknooloojii Industirii







 

E


Pirofaayila pirojektii abbootii qabeenyaa dhuunfaan qophaa’anii dhiyaatan gamaggamuu,

Gosa/Mata-duree 1

Guyyaa 10

Industiriin hundeeffamuuf deemu kun hawaasichaaf bu’aa kan qabu ta’uu mala

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

 

F


Abbootii qabeenyaa industiriif deeggarsa ogummaa fi teeknikaa barbaachisu keennuu,

Industirii 1


Baatii 4


Abbootii qabeenyaa invastimantii industirii irratti hubannoo gahaa akka argatan

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii




 

 

G


Waldaalee IMX irraa gara industirii giddu-galeessatti cehaniif deeggarsa barbaachisaa taasisuu,

Waldaa IMX 1

Baatii 4

Deeggarsa indsutirii giddu-galeessaa irraa gara industirii gurguddaatti isaan geessu ta’uu qaba

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii










H

Tajaajilawwan bu’uura misoomaa industiriif barbaachisan akka guutamaniif qaama ilaalu waliin hojjechuu,

Akka barbaachisummaa isaatti

Baatii 12



Tajaajilawwan bu’uura misoomaa industiriif barbaachisan akka ijaaraman

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii







2

Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii

A

Karoora hojii qopheessuu


 
Karoora hojii waggaa/kurmaanaa/baatii

Guyyaa 2


Karoorri qophaa’u quubsaa ta’uu qaba

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

 

 



 

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

 

 



 

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

 

 



 

 

 

 



Ragaa/Daataa qulqulluu fi dhugaa irratti hund'ee qindaa'e

Qusannaa yeroo fi baasii

Itti quufiinsa maamilaa

Iftoomina

B

Zooniiwwan ykn qe’eewwan industirii qorachuu,

Qe’ee industirii 1

Ji’a/baatii 4

Ragaaleen bu’uuraa qe’ee industirii tokkoo sakatta’amee tokko tokkoon beekamuu qaba

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii




C

Zooniiwwan industiriif ooluu danda’an filachuudhaan pilootiitti qooduu,

Qe’ee industirii 1

Baatii 5

Pilootiin filataman zoonii industiriitiif ooluu danda’uu qabu

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii




D


Ragaa industriiwwanii odeefannoo guutuu keennuu danda’u, yeroosaa eeggate bifa hammayyaa’aa ta’een walitti qabuu,

Qe’ee industirii 1

Baatii 6

Ragaan ykn odeeffannoon argame murteedhaaf gargaaruu isaa (yeroo isaa kan eeggate waan ta’eef)

Raawwataa Hojii Ragaalee Bu’uuraa Industirii Qindeessuu fi Bulchuu

Raawwataa Hojii Ragaalee Bu’uuraa Industirii Qindeessuu fi Bulchuu

Raawwataa Hojii Ragaalee Bu’uuraa Industirii Qindeessuu fi Bulchuu




E


Ragaa walitti qabame qindeessuu /organizing/ xiinxaluu /analysing/,

Qe’ee induatirii 1

Baatii 2

Ragaa walitti qabame keessaa gosni ragaa barbaadamee ykn kan bakka murtaa’e tokkoo haala salphaan barbaadamee argamuu danda’uu qaba

Raawwataa Hojii Ragaalee Bu’uuraa Industirii Qindeessuu fi Bulchuu

Raawwataa Hojii Ragaalee Bu’uuraa Industirii Qindeessuu fi Bulchuu

Raawwataa Hojii Ragaalee Bu’uuraa Industirii Qindeessuu fi Bulchuu



F


Ragaa walitti qabame tooftaalee adda addaatti fayyadamuudhaan qaama barbaaduuf dabarsuu,

Akkaataa barbaadameen

Sa’aatii 1-12

Ragaa qulqulluu fi yeroosaa eeggate, murteef gargaaru

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii




G


Zooniin /qe’een/ industirii filatame pilaanii magaalaatiin akka haammatamuuf Damee Dizaayinii fi Konistiraakshinii /Biiroo Industirii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa/ akkasumas, Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa waliin ta’uudhaan hojjechuu, (fkn godina 1)

Qe’ee industirii 1



Baatii 5


Qe’ee industirii pilaanii magaalichaa waliin wal-sime



Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii












H

Qajeelfama /manual/ tajaajila babal’ina industriitiif oolu qopheessuun hojiirra oolchuu,

Maanuwaalii hojii, baayi’inaan 1

Baatii 3

Maanuwaalii dhimmoota industirii waliin wal-qabatan sirriitti ibsee hubannoo uumuu danda’u

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii










I

Daataa beezii industirii naannichaa qopheessuu,

Lakkoofsaan 1

Baatii 12

Qabiinsa ragaalee fi odeeffannoo ifaa fi hammaayyaa’aa ta’e

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii










3

Hojiiwwan Piromooshinii Industirii

 

 

 

 

 

 

 

A

Karoora hojii qopheessuu


 

Karoora hojii waggaa/kurmaanaa/baatii



Guyyaa 2


Karoorri qophaa’u quubsaa ta’uu qaba

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii

 

Ragaa/Daataa qulqulluu fi dhugaa irratti hund'ee qindaa'e

Qusannaa yeroo fi baasii

Itti quufiinsa maamilaa

Iftoomina




Pootenshaala /carraalee misoomaa/ industrii naannichaa;











Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii

Raawwataa Hojii

 

workishooppii,

Lakkoofsaan, 1

Guyyaa 10

Hubannoo fi kaka’umsa invastimantii industirii uumuu kan danda’u



Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii




Siimpooziyamii,

Lakkoofsaan, 1

Guyyaa 5

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii




seeminaraa,

Lakkoofsaan, 1

Guyyaa 5

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii




birooshara,

Lakkoofsaan, 1

Baatii 2

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii




maasmidiyaa fi

Tamsaasa raadiyoo ykn teelevizhiinii ykn gaazexaa, kkf.

Sa’aatii 1

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii




agarsiisa bu’aawwan industirii /exhibition/

Lakkoofsaan, 1

Guyyaa 7

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii

Raawwataa Hojii Piromooshinii




fayyadamuudhaan bebbeeksisuu






















3

Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii






















A


Karoora hojii qopheessuu



Karoora hojii waggaa/kurmaanaa/baatii

Guyyaa 2

Karoorri qophaa’u quubsaa ta’uu qaba

Abbaa Adeemsa Hojii, Raawwataa Hojii







 

Ragaa/Daataa qulqulluu fi dhugaa irratti hund'ee qindaa'e

Qusannaa yeroo fi baasii

Itti quufiinsa maamilaa

Iftoomina

B


Dandeettii raawwachiisummaa ogeessotaa fi geggeessitoota seektara konistiraakshinii tooftaalee adda addaa fayyadamuudhaan cimsuu

Leenjii mata-duree 1

Guyyaa 25

Leenjii gahumsa ogeessotaa sirriitti cimsuu danda’u, mata duree filatamee fi barbaachisaa ta’erratti kennamu ta’uu qaba.

Raawwataa Hojii







 

C


Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ irratti qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan ogeessotaa fi geggeessitoota naannichaaf hubannoo uumuu

Hubannoo uumuu/marsaa 1/


Guyyaa 6


Hubannoo argame irraa kan ka’e xiyyeeffannoo madaallii gahumsa ogeessotaatiif qaamolee hundarraa kan argamsiisu ta’uu qaba

Raawwataa Hojii







 

D


Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ ogeessota konistiraakshinii naannichaa qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan geggeessuu,

Godina 1

Baatii 3


Ogeessota gahumsa qaban calaluu danda’uu qaba

Raawwataa Hojii







 


'Versions'

          1. Qophii pirofaayila pirojektii industirii

  • Karoora qabameen alatti gaaffiin qophii pirofaayila pirojektii abbaa qabeenyaatiin yoo dhiyaate (akkaataa fedhii isaatiin) karoora keessa seenee kan hojjetamu ta’a.

  • Rakkoon babal’ina teeknooloojii waliin wal-qabate yoo dhiyaate deeggarsi adda addaa ni taasifama.

HOJII GURMEESSUU (REORGANIZING THE PROCESSES)

Yaad-rimee guddaan hojii gurmeessuu keessatti hubatamuu qabu, adeemsa hojichaa bifa haaraan gurmeessuun, hojiiwwaan bu’aa dhumaa argamsiisan bakka tokkotti fiduu qofa osoo hin ta’iin qabxiiwwan ijoo ilaalamuu qaban keessaa;



  • Hojiiwwan eessatti akka hojjetaman murteessuu,

  • Hojiiwwan eenyuun akka hojjetaman murteessuu,

  • Bal’inaa fi heddummina hojichaatiin irra deebi’anii gurmeessuu ”re-grouping” kan jedhaman qabxiiwwaan baay’ee murteessaa fi dagatamuu hin qabnee dha.

Kana irraa ka’uudhaan gaaffiiwwan bu’uura ta’an akkaataa armaan gadiitiin dhiyaatanii jiru.
Adeemsa hojichaa keessatti hojiiwwan (activities) hanga ammaatti ilaalamaa dhufan bal’inaa fi heddummina isaanii bu’uureffachuudhaan eessattii fi eenyuun hojjetamuu akka qaban murteessuun duras ”hojiiwwan qaama alaatiin akka hojjetaman (out source) taasifaman ni jiruu?” kan jedhus ilaalamee jira.
Haaluma kanaan, hojiiwwan adeemsichaa keessa hojiiwwan qaama alaatiin akka hojjetaman taasifamuu qaban kan hin jirre ta’uun isaa ilaalamee jira. Haata’u malee, ”Adeemsa Hojii Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii keessatti hojiiwwan jiran sadarkaa adda addaatti (Biiroo, Godinaa fi Bulchiinsa Magaalaatti) haaluma kanaan itti fufamuu qabu moo sadarkaaa adda addaatti akkaataa bal’ina hojiitiin adda bahuu qabu” yaadawwan jedhu irratti erga mari’atamee booda yaadawwan armaan gadii irratti walii galamuun danda’amee jira.


  1. Sadarkaa Biirootti Adeemsa Hojii Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii akka jedhamu taasifamee jira. Kunis ta’uu kan danda’eef adeemsi hojichaa sadarkaa Biirootti bal’aa fi wal-xaxaa waanta’eefii; hunda caalaa hojiiwwan akka tarsiimoo, imaammata fi seerota misooma industirii ilaallatan kan qophaa’an Ademsa Hojii kanaan waan ta’eef xiyyeeffannoo guddaa gaafata. Dabalataan ammoo hojiin ijaarsa dandeettii konistiraakshinii kan hojjetamu waan ta’eef.




  1. Sadarkaa godinaatti Adeemsa Hojii Misooma Industirii akka jedhamu irratti waliigalamee jira. Kana jechuun; dhimmootni tarsiimoo imaammata fi seerotaan walqabatan bal’inaan sadarkaa kanatti kan hin qophoofne ta’uu isaarrayyu baay’ee walxaxaa (complex) waan hintaaneef hojichi bakka tokkotti hojetamuu kan danda’u ta’uun isaa amanamee jira. Kana malees, hojiin ijaarsa dandeettii konistiraakshinii sadarkaa kanatti kan hin hojjetamne dha.


SADARKAA BIIROOTTI

Adeemsa Hojii Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii

Adeemsi hojii ijoo kun adeemsaalee hojii xiqqaa afur kan of-keessaa qabu yoo ta’u, isaanis;



          1. Adeemsa Hojii Xiqqaa Qorannoo Hojiiwwan Industirii,

          2. Adeemsa Hojii Xiqqaa Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii,

          3. Adeemsa Hojii Xiqqaa Hojiiwwan Piromooshinii Industirii fi

          4. Adeemsa Hojii Xiqqaa Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii yoo ta’an hojiiwwan boroo fi fuullee sadarkaa kanatti hojjetaman akkataa armaan gadiitti dhiyaatanii jiru.


Gabate:.........Adeemsa Hojii Misooma Industirii fi Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii bifa haarawaan kurfa’e keessatti addaan baatee hojii boroo fi fuullee (Off-Line and fornt- Line) /Sadarkaa Biirootti/


Lakk.

Hojiiwwan gurguddoo

Hojii boroo /off-line/

Hojii fuullee/on-line/


1

Qorannoo Hojiiwwan Industirii

Pootenshaala industirii naannichaa qorachuudhaan gosaa fi facaatiidhaan adda baasuu




Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qopheessuu




Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qophaa’anii dhiyaatan gamaggamuu







Pirojektii abbootii qabeenyaa dhuunfaan qophaa’aanii dhiyaatan gamaggamuun deeggarsa ogummaa kennuu

Dandeettii raawwachiisummaa ogeessota adeemsa hojichaa cimsuuf haala barbaachisaa mijeessuu







Deeggarsa teeknikaa fi hubannoo uumuu abbootii qabeenyaatiif kennuu ykn qaama biroo walii ta’uudhaan kennisiisuu




Fedhii leenjii qorachudhaan leenjii fi tajaajila eksiteenshinii dhaabbilee leenjii waliin ta’anii qopheessuudhaan abbootii qabenyaatiif kennuun dorgomaa taasisuu

Oomishaaleen industirii giddu-galeessaa irraa argaman sadarkaa fi qulqullina isaanii kan eeggatan ta’uu Ejansii Daldalaa fi Misooma Gabaa waliin ta’uudhaan hordofuu




Qorannoo seektara industrii waliigalaa taasisuun ykn akka taasifamu deeggarsa barbaachisaa taasisuu







  • Industriiwwan dursi keenamuufii qabuuf deeggarsa addaa taasisuu,

  • Imamamataa fi tarsiimoo industrii naannichaa qopheessuun qaama ilaaluun raggaasisuu




  • Fedhii humna namaa fi caasaa seektara industrii deggaruu fi misoomsuu danda’u irratti yaada keennuu




  • Industriiwwan naannichaa faayidaa barbaadamu keennaa jiranii fi dhiibbaa naannoo irra geessisan walbira qabanii madaaluu.






2

Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii

Sassaabbii ragaalee bu’uuraa indutirii irratti qe’eewwan indutirii dursi kennamuufii qabu addaan baasuu




Bakkeewan industiriif ooluu danda’an filachuun pilootiitti qooduu




Bakkeewan filatamaniif tajaajilootni bu’uura misoomaa akka guutaman taasisuuf qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin hojjechuu




Zooniin /qe’een industirii filatamee pilaanii magaalaatiin akka haammatamuuf Damee Dizaayinii fi Konistiraakshinii akkasumas, Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa waliin ta’uun hojjechuu







Ragaalee industiriiwwan naannichaa bifa odeefannoo guutuu keennuu danda’uun walitti qabuu (census survey)

Ragaa walitti qabame qindeessuu /organize/, xiinxaluu /analyse/







Ragaan walitti qabame faayidaa misoomaa fi babal’ina industriif akka oolu taasisuu


3

Hojiiwwan Piromooshinii Industirii




Bu’aa qorannoo hojiiwwan industirii agarsiisa /exhibition/, baazaarii, simpooziyamii, biroosharaa fi kkf. qopheessuun ykn kan qaamooleen biroo qopheessan irratti hirmaachuun bebbeeksisuu




Abbootii qabeenyaa industriif deggersa ogummaa fi teeknikaa keennuu

Qajeelfama ykn maanuwaalii tajaajila misooma industiriitiif oolu qopheessuun hojiirra oolchuu





4

Ijaarsa Dandeettii konistiraakshinii




Dandeettii raawwachiisummaa ogeessotaa fi geggeessitoota seektara konistiraakshinii tooftaalee adda addaa fayyadamuudhaan cimsuu




Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ irratti qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan ogeessotaa fi geggeessitoota naannichaaf hubannoo uumuu




Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ ogeessota konistiraakshinii naannichaa qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan geggeessuu
Gabatee:........Caaseffama Gurmaa’iinsa Hojii fi Gaafatamummaa (Organizing and Pin Point Responsibility)


Galtee (input)

Adeemsa hojiiwwanii jalqaba hanga dhumaatti (siries of activities & pin point responsibilities )


Bu’aa dhiyoo (out put)


Bu’aa dhumaa (out come)

Fedhii maamilaa fi qooda fudhattoota (customer & stake holder need)




      1. Qorannoo Hojiiwwan Industirii

    • Fedhii/gaaffii maamilaa, carraalee/pootenshaala misooma industirii jiranii beekuu,

    • Ragaalee fi odeeffannoo tooftaalee garaa garaatin walitti qabaman,

    • Galteewwanii fi yaadawwan qaamolee adda addaa irraa maddan,

    • Gaaffilee/fedhii babal’ina teeknooloojiiwwan industirii,

    • Pirofaayila pirojektii industiriiwwanii abbootii qabeenyaan qophaa’anii dhiyaatan,

    • Gaaffilee deeggarsaa, hordoffii fi to’annoo qaamolee adda addaa irraa dhiyaatan.

    1. Qorannoo pootenshaala industirii

  1. Carraalee/pootenshaala invastimantii industirii qorachuuf “TOR” ni hojjetama.

Carraalee misooma induatirii naannichi qabu gosaa fi facaatiidhaan adda bahee beekame

Invastimantii industirii babal’ate

Bu’aa bahii adeemsa hojii invastimantii hir’ate, carraalee misooma industirii naannichaa adda baasanii beekuun kaka’umsi hojii akka uumamu

  1. Bakkeewwn filataman irratti qorannoon ni geggeeffama

    1. Qophii pifaayilii pirojektii industiriiwwanii

Bu’aa bahii adeemsa invastimantii hir’isa, kaka’umsa invastimantii industirii guddisa

  1. Bu’aa qorannoo pootenshaalaa irratti hundaa’uun pirofaayilii pirojektii industirii qopheessuu

  1. Gaaffii/fedhii abbootii qabeenyaa irratti hundaa’uun pirofaayilii pirojektii industirii qopheessuu

  1. Pirojektii abbootii qabeenyaa dhuunfaan qophaa’aanii dhiyaatan gamaggamuun deeggarsa ogummaa kennuu

    1. Humna dandeettii raawwannaa cimsuu

Industiriiwwan teeknooloojiidhaan deeggaraman,

Haala mijataa fi hojiidhaaf rakkisaa hin taane seektarichaaf uumame

Industiriiwwan teeknooloojii hammayyaatiin deeggaraman akka babal’atan, seekatrichi hundee dinagdee biyyattii akka ta’u

  1. Teeknooloojii industiriiwwan xixiqqaa fi giddu galeessaa akkaataa itti haala salphaan hojii irra oolu danda’aan filachuu

  1. Qorannoo seektara industrii waliigalaa taasisuun ykn akka taasifamu deeggarsa barbaachisaa taasisuu



    • Ragaalee bu’uuraa industirii sassaabame,

    • Bakkeewwan industiriif filataman,

  1. Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii










        1. Zooniin/qe’een industirii filatamee pilaanii magaalaatiin akka haammatamuuf Damee Dizaayinii fi Konistiraakshinii akkasumas, Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa waliin ta’uun hojjechuu

Hundeeffama industirii pilaanii magaalaatiin wal-sime

Magaalaa pilaanii eeggatee miidhage

Hundeeffamni industirii hawaasichaaf bu’a-qabeessa akka ta’u, miidhagina magaalicha kan eege akka ta’u

        1. Ragaalee industiriiwwan naannichaa bifa odeefannoo guutuu keennuu danda’uun walitti qabuu

Ragaa fi odeeffannoo industirii bifa odeeffannoo guutuu kennuu danda’uun yeroo fi bakka barbaadametti argamsiisuu

Qorannoo babal’ina industirii jajjabeessa

Ragaa fi odeeffannoo seektarichaa haala salphaa fi hammayyaa’aa ta’een yeroo fi bakka barbaachisutti argachuu

    • Pootenshaala misooma industirii gosaa fi facaatiidhaan adda bahee beekame,

    • Pirofaayila pirojektii industirii qophaa’e,

    • Ragaalee fi odeeffannoowwan industirii bifa odeeffannoo guutuu kennuu danda’uunii fi bifa hammayyoomeen qindaa’e.

    • Agarsiisa /exhibition/, baazaarii, simpooziyamii fi kkf. qophaa’e,

  1. Hojiiwwan Piromooshinii Industirii










Bu’aa qorannoo hojiiwwan industirii agarsiisa /exhibition/, baazaarii, simpooziyamii, biroosharaa fi kkf. qopheessuun ykn kan qaamooleen biroo qopheessan irratti hirmaachuun bebbeeksisuu

Kaka’umsa abbootii qabeenyaa keessatti uumame

Hojii invastimantii industirii babal’ate

Carraalee misooma industirii jiran adda baasanii beekuudhaan murteeffachuu

Abbootii qabeenyaa industiriif deggersa ogummaa fi teeknikaa keennuu

Humna raawwachiisummaa abbootii qabeenyaa cime

Oomishaalee qulqulluu fi sadarkaa isaanii eeggatan industiriiwwan oomishan

Oomishaalee qulqulluu fi sadarkaa isaanii eeggatan industiriiwwan oomishan



    • Gaaffii/fedhii leenjii ogeessotaa,

    • Fedhii madaallii gahumsa ogummaa ogeessota konistiraakshinii.

  1. Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii










Dandeettii raawwachiisummaa ogeessotaa fi geggeessitoota seektara konistiraakshinii tooftaalee adda addaa fayyadamuudhaan cimsuu

Humna raawwachiisummaa seektara konistiraakshinii cime

Konistiraakshinii istaandaardii fi koodii isaa eeggatee naannicha keessatti babal’ate

Konistiraakshinii istaandaardii fi koodii isaa eeggatee naannicha keessatti babal’ate

Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ ogeessota konistiraakshinii naannichaa qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan geggeessuu,

Ogeessota konistiraakshinii madaalamanii gahumsa qabaachuun isaanii mirkanaa’e

Konistiraakshinii istaandaardii fi koodii isaa eeggatee naannicha keessatti babal’ate

Konistiraakshinii istaandaardii fi koodii isaa eeggatee naannicha keessatti babal’ate


Gabatee:……..Gurmaa’iinsaa fi gahee hojii (pin point responsibility)


Tartiiba hojiiwwanii jalqabaa hanga dhumaatti (list of flow of activities)


Hojiiwwan walitti qabamanii gurmaa’an


Ogummaa, dandeettii raawwataa.

(Minimum requirements)


Waamama gita hojii

Baay’ina raawwattootaa

Biiroo

Godina

Bulchiinsa magaalaa sadarkaa;

1

2ffaa A

2ffaa B


1. Qorannoo Hojiiwwan Industirii

























    1. Qorannoo pootenshaala industirii

Qorannoo pootenshaala industirii fi qophii pifaayilii pirojektii industiriiwwanii/Qorannoo hojiiwwan industirii



“BA/BSc, Economics, Management, Business Management, Accounting” fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol

Raawwataa Qorannoo Hojii Industirii




2



-


-


-


-

  1. Carraalee/pootenshaala misooma invastimantii industirii qorachuuf “TOR” ni hojjetama.

  1. Bakkeewwn filataman irratti qorannoon ni geggeeffama

    1. Qophii pifaayilii pirojektii industiriiwwanii

“BA/BSc, Economics, Management, Business Management, Accounting” fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol

Raawwataa Qorannoo Hojii Industirii



  1. Bu’aa qorannoo pootenshaalaa irratti hundaa’uun pirofaayilii pirojektii industirii qopheessuu

  1. Gaaffii/fedhii abbootii qabeenyaa irratti hundaa’uun pirofaayilii pirojektii industirii qopheessuu

  1. Babal’ina teeknooloojii industirii

Babal’ina teeknooloojii industirii fi Qorannoo seektara industrii waliigalaa taasisuun ykn akka taasifamu deeggarsa barbaachisaa taasisuu/Hojiiwwan misooma industirii



“BA/BSc, Industrial Technology, Business Management, Information Technology” fi egosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol

Raawwataa Hojii Babal’ina Teeknooloojii Industirii


2


-


-


-


-

    1. Qorannoo seektara industrii waliigalaa taasisuun ykn akka taasifamu deeggarsa barbaachisaa taasisuu

“MA/MSc, Economics, Business Management, Management, Marketing, Industrial Technology”, fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waggaa 12 fi isaa ol ykn “BA/BSc” muuxannoo hojii waggaa 10 fi isaa ol

Abbaa Adeemsa Hojii/Raawwataa Hojii Qorannoo Hojii Industirii

1/1

1/1

1

1

1

  1. Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii









    1. Zooniin/qe’een industirii filatamee pilaanii magaalaatiin akka haammatamuuf Damee Dizaayinii fi Konistiraakshinii akkasumas, Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa waliin ta’uun hojjechuu

Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii


“BA/BSc, Economics, Management, Statistics, Sociology, Urban Management, Information Technology” fi barnoota wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 6 fi isaa ol ykn “MA/MSc”f muuxannoo hojii waggaa 4


Raawwataa Bu’uura Ragaa Qindeessuu fi Bulchuu




2



1



1



1



1

    1. Ragaalee industiriiwwan naannichaa bifa odeefannoo guutuu keennuu danda’uun, haala hammayyaa’aa ta’een qindeessuu

  1. Hojiiwwan Piromooshinii Industirii
















    1. Pootenshaala /carraalee misoomaa/ industrii naannichaa; workishooppii, Siimpooziyamii, seeminaraa, birooshara, maasmidiyaa fi agarsiisa bu’aawwan industirii /exhibition/ fayyadamuudhaan bebbeeksisuu

Hojiiwwan Piromooshinii Industirii



“BA/BSc, Economics, Business Management, Marketing, Sociology, Journalism/Linguistic” fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 10 fi isaa ol ykn “MA/MSc”f muuxannoo hojii waaggaa 8

Raawwataa Hojii Piromooshinii

2

2

2

2

  1. Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii




















    1. Dandeettii raawwachiisummaa ogeessotaa fi geggeessitoota seektara konistiraakshinii tooftaalee adda addaa fayyadamuudhaan cimsuu

Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii


“BA/BSc, Economics, Management, Sociology, Business Management, Urban Management, Construction Management” fi barnoota wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol



Raawwataa Hojii Ijaarsa Dandeettii




2


-


-


-




    1. Madaallii gahumsa ogummaa /COC/ ogeessota konistiraakshinii naannichaa qaamolee dhimmichi ilaalu waliin ta’uudhaan geggeessuu

Yüklə 0,83 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin