Lakk.
|
Ogummaa, sadarkaa barnootaa fi muuxannoo hojii barbaadamu
|
Baayina humna namaa
|
Humna namaa jiru keessaa gosa barnootaa jiruun hojjetaa guutuun ni danda’amaa?
|
Ogummaa barbaadamuuf leenjiin ni barbaachisaa?
|
Yaada Gareen of danda’ee akka hojjetuuf ykn leenjii argatuuf
|
1
| Geggeessaa Adeemsa Hojii |
1
|
Eeyyee
|
Eeyyee
|
Garee of danda’ee kan hojjetu ta’ee leenjiin ni barbaachisa
|
“MA/MSc, Economics, Business Management, Management, Marketing, Industrial Technology”, fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waggaa 12 fi isaa ol ykn “BA/BSc” muuxannoo hojii waggaa 10 fi isaa ol
|
2
| Haala Mijeessituu (Office Assistant) |
1
|
“Diploma, Secrterial Science” fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waggaa 0 fi isaa ol
|
|
Adeemsa Hojii Xiqqaa Qorannoo Hojiiwwan Industirii
|
|
3
|
Raawwataa Hojii Qorannoo Hojiiwwan Industirii:
|
2
|
“BA/BSc, Economics, Management, Business Management, Accounting” fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol
|
4
|
Raawwataa Hojii Babal’ina Teeknooloojii Industirii:
|
2
|
“BA/BSc, Industrial Technology, Business Management, Information Technology” fi barnoota wal-fakkaatu,, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol
|
|
Adeemsa Hojii Qindeessa Ragaalee Bu’uuraa Industirii
|
|
5
|
Raawaataa Bu’uura Ragaa Qindeessuu fi Bulchuu:
|
2
|
|
|
|
“BA/BSc, Economics, Management, Statistics, Sociology, Urban Management, Information Technology” fi barnoota wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 6 fi isaa ol ykn “MA/MSc”f muuxannoo hojii waggaa 4
|
|
Adeemsa Hojii Xiqqaa Hojiiwwan Piromooshinii Industirii
|
|
6
|
Raawwataa Hojii Piromooshinii:
|
2
|
“BA/BSc, Economics, Business Management, Marketing, Sociology, Journalism/Linguistic” fi gosa barnootaa wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 10 fi isaa ol ykn “MA/MSc”f muuxannoo hojii waaggaa 8
|
|
Adeemsa Hojii Xiqqaa Ijaarsa Dandeettii Konistiraakshinii
|
|
|
|
|
7
|
Raawwataa Hojii Ijaarsa Dandeettii:
|
2
|
“BA/BSc, Economics, Management, Sociology, Business Management, Urban Management, Construction Management” fi barnoota wal-fakkaatu, muuxannoo hojii waaggaa 2 fi isaa ol
|
Ida’ama
|
12
|