GAHEE HOJII HOJJETTOOTA ADEEMSA HOJII DEEGGARSA MISOOMA INDUSTIRII (SADARKAA MAGAALOTA SADARKAA 1FFAA FI 2FFAA ATTI)
Itti waamamni isaa Kantiibaa Magaalichaatiif ta’ee, hojiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;
-
Karoora adeemsa hojichaa ni qopheessa, hojiirra oolmaa isaas ni hordofa,
-
Maanuwalotaa hojii hojiirraa ni oolcha, rakkoo adeemsa keessatti mul’atan Ittigaafatamaa waajjiraatiif ni gabaasa,
-
Ogummaa fi humna namaa Adeemsa hojichaaf barbaachisu guutuuf toftaa addaa addaa ni qopheessaa, hojii irra akka oolu ni taasisa,
-
Odeeffannoo qabeenyaa misooma industiriif oolan akka sassaabaman ni taasisaa, qamolee odeeffannoo barbaadaniif ni kenna, qaama olaanuufis ni dabarsa,
-
Odeeffannoo misooma industirii yeroosaa eeggate/updated information/ ni tamsaasa,
-
Deeggarsa ogummaa fi teekinikaa abbootii industiriif ni gumaacha,
-
Leecalloo /resource/ fi bajata adeemsa hojii ni bulchaa, fooyya’insi yoo barbaachise ni qorata,
-
Hojii adeemsa hojichaa ni qindeessa, hojii tuutaa ni jajjabeessaa, deeggarsa ni kenna, haala raawwiif gargaaruu danda’u ni mijeessa,
-
Fedhii leenjii adda baasa, leenjii barbaachisu Biiroo waliin ni miijessa,
-
Raawwii hojii godinichaa/bulchiinsa magaalichaa ni gamaggama, rakkoowwan mul’ataniif fala ni kaa’a,
-
Toftaalee adeemsa hojichaa fooyyessuu danda’an baasudhaan hojjettoota mari’achiisuun haala hojii irra ooluu Biiroo waliin ta’ee ni mijeessa,
-
Ogeessota gidduutti miirri garee/team spirit/ akka uumamu ni jajjabeessa,
-
Madaallii hojii bu’aa irratti xiyyeeffate ni geggeessa, qabxii bu’aa madaallii hojjettoota waliin irratti waliigaluun, yeroodhaan ni ibsa,
-
Bu’aa /dantaa/ hojjettootaa ni eega, ni eegsisa
-
Gabaasa raawwii hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa,
-
Hojiiwwan dabalataa qaamolee adda addaa irraa kennamu ni raawwata,
-
Raawwataa Hojii Bu’uura Ragaalee Industirii Qindeessuu Bulchuu
Itti waamamni isaa abbaa adeemsa hojiitiif ta’ee, hojiiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;
-
Karooraa fi sagantaa hojiiwwan gurmeessuu fi bulchiinsa bu’uur-ragaa miseensota waliin ni qopheessa, hojii irra ni oolcha,
-
Qophii ragaa sassaabuuf barbachisan hunda ni raawwata,
-
Ragaa sassaabame ni qindeessa, ni kuusa qaama oliifis ni gabaasa,
-
Gaaffii ragaa keessaa fi alaa irraa dhiyaatu kessummeessa,
-
Tooftaa/siistama sassaabii, qindeessa ragaa fi tamsaasa isaa hojiirra ni oolcha,
-
Leenjii/ workishooppii haala qabiinsa ragaa irratti ni hirmaata,
-
Ragaa industirii fi industirii waliin walitti dhufeenya qaban bifaa fi baay’inan ni qindeessa, akkaataa barbaachisaa ta’een yeroodhaa gara yerootti ni fooyyessa,
-
Hojiiwwan qindoominaa qaamolee biroo/tuuta kanneen waliin ni raawwata,
-
Gabaasa raawwannaa hojii ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dabarsa,
-
Hojiiwwan dabalataa abbaa adeemsa hojii fi qaama biroo irraa kennamu ni hojjeta,
-
Raawwataa Hojii Piromooshinii Industirii
Itti waamamni isaa abbaa adeemsa hojiitiif ta’ee, hojiiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;
-
Karooraa fi sagaantaa hojiiwwan bebbeeksisa industirii ni qopheessa, akka hojii irra oolu ni taasisa
-
Bu’aalee qorannoo biiroo irraa darban fayyadamtootaaf bebbeeksisuu,
-
Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qophaa’anii jiran bebbeeksisuu fi gatii wal-madaaluun gurguruu,
-
Odeeffannoo carraalee misooma invastimantii industirii magaalichaa bebbeeksisuu fi fayyadamtootaaf hubannoo uumuu,
-
Guyyaa industirii kabajuu, muuxannoowwan gaarii wal-jijjiiruu,
-
Seeminara/workishooppii adda addaa qopheessuuaandh carraalee jiran bebbeeksisuu,
-
Hojiiwwan qindoominaa qaamolee mootummaa fi miti-mootummaa waliin raawwachuu,
-
Gabaasa hojii qopheessuu fi dabarsuu,
-
Hojiiwwan dabalataa qaamolee adda addaa irraa kennaman ni raawwata,
GAHEE HOJII HOJJETTOOTA ADEEMSA HOJII DEEGGARSA MISOOMA INDUSTIRII (SADARKAA MAGAALAA SADARKAA 2FFAABTTI)
-
Qindeessaa Bu’uura Ragaa fi Piromooshinii Industirii
Itti waamamni isaa Kantiibaa Magaalichaatiif ta’ee, hojiiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;
-
Karooraa hojiiwwan ragaalee bu’uuraa fi hojiiwwan piromooshinii/bebbeeksisuu/ ni qopheessa,
-
Bu’aalee qorannoo biiroo irraa darban fayyadamtootaaf bebbeeksisuu,
-
Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qophaa’anii jiran bebbeeksisuu fi gatii wal-madaaluun gurguruu,
-
Odeeffannoo carraalee misooma invastimantii industirii magaalichaa bebbeeksisuu fi fayyadamtootaaf hubannoo uumuu,
-
Guyyaa industirii kabajuu, muuxannoowwan gaarii wal-jijjiiruu,
-
Seeminara/workishooppii adda addaa qopheessuuaandh carraalee jiran bebbeeksisuu,
-
Hojiiwwan qindoominaa qaamolee mootummaa fi miti-mootummaa waliin raawwachuu,
-
Gabaasa hojii qopheessuu fi dabarsuu,
-
Hojiiwwan dabalataa qaamolee adda addaa irraa kennaman ni raawwata,
-
Karooraa fi sagantaa hojiiwwan gurmeessuu fi bulchiinsa bu’uur-ragaa miseensota waliin ni qopheessa, hojii irra ni oolcha,
-
Qophii ragaa sassaabuuf barbachisan hunda ni raawwata,
-
Ragaa sassaabame ni qindeessa, ni kuusa qaama oliifis ni gabaasa,
-
Gaaffii ragaa keessaa fi alaa irraa dhiyaatu kessummeessa,
-
Tooftaa/siistama sassaabii, qindeessa ragaa fi tamsaasa isaa hojiirra ni oolcha,
-
Leenjii/ workishooppii haala qabiinsa ragaa irratti ni hirmaata,
-
Ragaa industirii fi industirii waliin walitti dhufeenya qaban bifaa fi baay’inan ni qindeessa, akkaataa barbaachisaa ta’een yeroodhaa gara yerootti ni fooyyessa,
-
Hojiiwwan qindoominaa qaamolee biroo/tuuta kanneen waliin ni raawwata,
-
Gabaasa raawwannaa hojii ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dabarsa,
-
Hojiiwwan dabalataa abbaa adeemsa hojii fi qaama biroo irraa kennamu ni hojjeta,
XUMURA
GARAAGARUMMAA HOJMAATA DURII (AS IS) FI HOJMAATA HAARAA (TO BE)
Ulaagaa
|
Hojmaata Durii (AS IS)
|
Hojmaata Haaraa (TO BE)
|
Yeroo
|
|
|
Qulqullina
|
|
|
Gurmaa’insa
|
Gochoota ciccittuu (individual tasks) irratti kan hundaa’e
|
Adeemsa hojii bu’aa dhumaa irratti xiyyeeffate
|
Hojiiwwan bu’aa tokko fidan iddoo gara-garaatti ciccitanii gurmaa’an
|
Hojiiwwan bu’aa tokkotti geessan hundi bakka tokkotti gurmaa’an
|
Hojiin kallattiin maamila wajjin walqabatuu fi kan walhinqabanne walmakatee gurmaa’e
|
Hojiin maamila wajjin kallattii walqunnamuu fi kan walhinqunnamne addaan bahee gurmaa’e
|
Dostları ilə paylaş: |