82
11.4 Dirqama miseensummaa keeyyata 15 jalatti ibsaman bahuuf fedha kan qabu.
11.5 Araada adda addaa irraa bilisa kan ta`e.
11.6 Hannarraa bilisa kan ta`e.
11.7 Maalummaa nama kanaa miseensi sirritti beekuf qorachuu.
11.8 Gaaffiin miseensummaa Waldaa kanaaf xalayyaadhan dhihatee koreen miseensotaaf
dhi`esse erga murta`ee booda. kunis kan ta`u ji'a sadi(3) keessatti. sanaan booda qarshii Waldaan
kun yeroo rakkoo walbira dhaabbachuuf buuse (qarshii 30 ) hanga gaafasitti buuse gatii galmee
dabalatee marsaa sadiitti(3) Kaffalee yoo fixu,miseensa guutuu ta`a. Baasiin dinagdeef bu‘u
qarshiin 300 yeroo miseensa ta‘e irraa eegalee buusii jalqaba.
11.9 Liqii liqeeffachuu kan danda‘u buusii eegalee ji‘a ja‘a booda dabareen yoo ga‘e ta‘a
11.10 Miseensi haaraan mirga faayidaa hawaasummaa (yeroo gaddaa fi gammachuu) kan argatu
gaaffii miseensummaa dhiyeessee kaffaltii erga raawwatee booda.
Dostları ilə paylaş: