Joornaalii Seeraa Oromiyaa [Jiil.5, Lak.1, 2008]
Oromia Law Journal [Vol.5,No.1,2016]
102
Joornaalii Seeraa Oromiyaa [Jiil.5, Lak.1, 2008]
Oromia Law Journal [Vol.5,No.1,2016]
taasisa. Hojjechiistotni tokko tokkos hojjetaadhaan guyyaa shaniif hojiirraa
si dhoorkineerra yookin hojiin waan hin jirreef hayyama sii kennineerra hin
dhufiin jechuun afaaniin erga gaggeessanii booda, hojjetaan yeroo deebi’u
galmee to’annaa irratti haftee gochuun guyyaa 5 waan hafteef
gaggeeffamteetta xalayaa jedhu kennuufiin ni jira
70
. Gochaawwan kunneen
ta’e jedhamanii hojjetaa seeraan ala ari’uu fi booda hojjetaan yoo himatu itti
gaafatamummaa jalaa bahuuf gochaawwan seeraan ala raawwatamani dha.
Dostları ilə paylaş: