Dhiheesa Gabaasa irratti ragaan yaa mirkanaa’uu duub deebii Aaanolee fi bulchiinsa
magaalotaaf keenamaa jira?
g.
Buusii Sooramaa
Dabarsa maallaqa buusii sooramaa ji’a ji’aan haarcaattii malee erguu dhabuu (Godinaalee
Arsii, Baale, H/Bahaa, Sh/Baha, Sh/Kaabaa, Sh/Ki/Lixaa, Arsii Lixaa, Go/Ad/N/Finfinne,
Bunnoo Badalee, Bale Bahaa fi Mag.Adaama ala jiran)
Gabaasa yeroon erguu dhabuu
Advisii hin mulanee erguu
Debit Advisii erguu
Argannoo oditii Ejensii Hawaasummaa irraa dhufuu gama keenyaan akka qulqulaa’ee
deebi’u yeroo ergamuuf deebii kennuu dhabuu.
h.
Herreega Trezyarii Naannoo ilaalchisee:-
Maallaqa galii karoora ol bulchiinsa magaalootaa irra galii ta’u haala sagantaa qabameen
yeroo isaa eganii dhangalaasu dhabuu.
Galii adda addaa gara Tirezyarii naannoottii dhangala’uu mada isaa beeksiisuun nagahe
fudhachuu dhisuu. Hanga nu bilbilee gaafanutti calisuu.
Dabarsa maallaqa lakk. Herreega baankii Godinaalee fi Aanaaleetti galii ta’eef ragaa
(xalayaa)male dabarsaan galmeesanii gabaasu. (fkn. Dogongora baankiin yeroo lama
ergamee fi maallaqa qaama bira irra ergamee)
Maallaqa gara tirezyarii naannootti galii ta’u hin qabnee galii gochuu (fkn. Maallaqa vat fi
‘cost sharing’ hojjatoota dhabillee dhuufuu)
Dostları ilə paylaş: