Qabiyyee Fuula Kutaa Tokko: Seensa 2


Daldalaa fi Misooma Gabaa



Yüklə 0,51 Mb.
səhifə9/14
tarix23.11.2017
ölçüsü0,51 Mb.
#32617
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   14

Daldalaa fi Misooma Gabaa




      1. Rakkoo Gageessumma ilaalchise,

Hoggansaa tarsiim’aa ta’ee kennu; Hojii yerootiin/xixiqqan qabamu; Qindomanii hojjachuu dhabuu fi Hordoffii, deggarsaa fi duub deebiikennu dhabuu yoo ta’uu,

Ka’umsii Rakkoo kana

Rakkoo dandeettiin humna rawwachiisummaa fi ilaalchaan wal qabatu kan gaggeessaa sadarkaadhaan jiru biratti calaqqissu hunde irraa hikuu dhabuu akkasumaas Quqaamnii fi mirii uumatumaa jiru lafaa ta’u dha.



Furmaatnii kaa’amees

Ilalchaa uumatummaa uumudhaan dandeettii rawwachiisummaa hoggansaa cimsuun fi qorannaa haalaa beekumsaa irrattii hunda’e gaggeesuun rakkoo bulchiinsaa garii hiikaa deemuu akkasumaas hojii hunda Qabsoo gitaatiin hogganu, Sirna Hordoffii, deeggarsaa fi duub debii hojii irra olchuu ta’ee,



Rakkinichaa hiikuuf hojiin hojjatamus

Leenjiiwwaan adda adda kennu, waltajjiiwaan hubannaa uumu qopheessu raawwii hojii keessattii namoota adda baasaa deemun, Hordoffii, deeggarsaa fi duub deebii wal irra hincinee kennu ta’e hojiiwwan bara kana raawwataman fi bu’aan argaman madaaluudhaan dhimmoota sadarka hojiin keenyaa irra ga’e walsimataniin kutaa karoorichaa hunda keessatti karoorsaa fi hikaa deemuu.

Qaamoleen rakkinicha hiikaanis

Hooggansa sadarkaa: -Biiroo, Godinaa; Magaala; Aannaa jiran hunda ta’aa.



      1. Rakkoo ilaalchaa fi gocha kiraasassabdumaa ilaalchise,

Kennii tajaajjiloota keenyaa kenneen akka galmeessaa fi heeyyama, kennaa waraqaa dabarsa, bittaa, ijaarsaa proojaktii to’annaa dhaabbilee daldalaa fi kkf. Ariffata, qulquluu fi bu’aa qabeessaa ta’uu dhabu yoo ta’uu

Ka’umsii isaa mirrii tajaajjiltumma uumata amma egamuu cimu dhabu, fayyidaa hin malee arghuuf, qaxxaamuraan duroomuuf yaduun, tarkaanfiin seeraa fi bulchinsaa fudhatamuu laafaa ta’u akkasumaas Sirna itti gafatamumaa diriire qixaan hojii irra olchu dhabuu dha.Akka furmaatnii qabsoo itti fufiinsaa qabu gaggeessuu, hojiimataa Iftoominaa qabu diiriirsuu hirmannaa uummataa ho’aa taasisuu, sirni itti gaafatamummaa hojii iirra akka oolu taasisun hikuu fi Rakkinichaa hiikuuf hoggansaa fi siviil sarvaantii hojmaata badaa fi ilaacha karaa qaxaamuraatiin badhaduurratti hadhefatanii qabsuuf garee raayyaa jijjiramaa cimee guyyaa guyyaadhaan hojii gamagammaa deemuu fi akkasumas hubannaa ummataa guddisuun hawaasa kiraa sassaabdummaa baachuu hin dandeenye uumuun qaamoolee gochaa kanratti hirmaatan irratti araarama tokko malee tarkaanfii bulchiinsaa fi seeraa fudhachuun ilaalchaa misoomaawwaattin bakka buusuu ta’ee, hojiiwwan bara kana raawwataman fi bu’aan argaman madaaluudhaan rakkoo ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdumma sadarka guddina keenyaatiin irra ga’een calaqiisuu danda’aan sakata’udhaan qixa rakkinicha ittiin hikamuun itti fuffinsaan kuttaalee karoorichaa sadeennuu keesatti karoorsuu fi hikaa deemuu. Hojiin kun abbumaan Hoggansa fi raawwatootaa sadarka, Biiroo, Godinaa, Magaala fi Aannaa jiraniin kan raawwatamuu ta’aa.

      1. Moggaasa fi qulqulleessa maqaa daldalaa ilaalchise.

Daldalaan kamiiyuu hojii isaa hojachuuf maqaan dhaabatichaaf moggaase BDMGOn qulqula’ee mirkana’u qaba. Haaluma kanaan akka rakkootti Kennii tajaajila moggaasa maqaa daldalaa qulqullina fi safinaa barbadamun kennamu dhabuu fi tajaajilii sadarkaa naannoottii qofa waan keenamuuf maamilii fageenya dheeraa deemuuf saaxilamuu isaa yoo ta’uu, ka’umsii rakkoo kanaas tajaajilichi kanaan duraa sadarkaa feedaraalatti kennamaa kan turee fi bara kana gara naannottii dhufuu isaa, gurma’insii fi human nama hojiichaaf barbachiisuu gaha ta’u dhabuu dha.



Furmaatnii kaa’amees tajaajilaa si’ataa fi qulquliinaa qabu keenuudhaaf kennaa tajaajilaa sadarkaa naannoo irraa jiru bifa al-walta’een hojachuuf haal dure mijjeessuu; human Nama amma jiru karaa guutu ta’een fayyadamuudhaan yeroo boqonnaa akka hojatan taassisu, meeshaalee hojiichaaf barbachiisaan gutuu fi itti fayyadama IT cimsuu Dabalataan rakkinichaa hiikuuf hojii hubanaa uumu sadarkaa hundatti cimsuudhaan walittii dhufeenyaan hojachuu fi bu’aa asirraa eggamuu milkeessuu , faasilitiwwan barbaachiisan arittiidhaan guutuu fi Deeggarsaa, hordoffii fi duub deebii wal irra hincinee gochu yoo ta’uu rakkinicha hiikuufBDMGO, Garee IT, EMTQOO fi MD waliin ta’udhaan galma ga’iinsaa hojichaaf tumsa barbaachiisuu taasissu dha.

      1. Rakkoo Meeshaaleen Bu’uraatiin Walqaabtu

Meeshaaleen bu’uraa baay’inaan, safinaa fi qulqul’inaan uummata biraa gahu dhabuu akka rakkootti kan ka’uu yoommu ta’uu, Ka’umsii isaa rakkoo sharaffa biyyaa alaatiin walqabatuu fi fichisiisoonii yeroon dhiheessuu dadhabuu, keennii waraqaa qulqul’inaa haarkifataa ta’uun fi hoggaansii sadarkaan jiru xiiyyeeffannaa ta’u malu kennuu dhabuu, Qindoominni koree gabaa tasggabbeessituu laafaa ta’uu fi gahee isaanii bahachuu dhabuu, Karaa uummaata bal’aa hirmachiseen filannoo rabsiitoota gaggeessuu dadhabu, hojiimataa diriireen hogganamu dhabuu, Dhiyeesiitootaa badii rawwataan irrattii tarkaanfiin fudhatamuu laafaa ta’u, hoggaansa fi Ogeessaa sadarkaan jiru biraatti fedhiin faayiidaa hin malle argachuuf yaaduu jirachuu isaa fi yaa’insi hojmaata isaa dheerachuu dha.

Haaluma kanaan rakkinicha hiikuuf hojiichaaf xiiyyeefanaa adda fi qabsoodhaan hogganuun kaayyoo barbaadamef olchuun hojii murteessa yoo ta’u milka’ina hojichaaf:



  • Fiichiisisoonii hanqinoota isaan biratti mul’atuu hikuudhaaf qaama ilaalatu waliin atoomanii rakkoo hojichaa keesatti isaan qunamuu karaa hikachuun dandahaaniin irratti marii wal irraa hin cine fi deegarsa barbaachiisuu taasisuufi;

  • Keennii Waraqaa qulqull’inaa sadarka Godiinaa fi Magaalaatti akka xumuramuu gochu;

  • Gaggeessan sadarkaan jiru dhimmii meeshaalee bu’uura rakkoo bulchiinsa gaarii cimaa ta’uu isaa hubatamee itti dhiheenyaan hogannuu akka danda’aan leenjii gaggabaadhaaf fi qorrannoo bu’uaa irratti xiyyeefate gochuun duub deebii weytaawwaa fi ifa ta’e kennuu;

  • Filannoo qoda fudhatootaas ta’ee rabsaa meeshaalee bu’uraa ijaarama uumataattiin ga’e isaanii beekannii offii akka hogganaan gochuudhaan kiraa sasaabduumaa kalatti kanaan mul’atuu xiqqeessuu hojachuu, dabalataan magaaloota kessatti raabsaan isaa kuppooniin akka ta’u gochuu dha.

  • Hubannaa fi iftoominaa uumuudhaan hojmaata lafa qabsiisu fi qama badi rawwate irrattii tarkanfii barsiisaa fudhachu.

  • Kiliraansii raabsa meeshaalee bu’uraa qulquliinaa fi safiinaan kennuu, hordoffii fi deeggarsaa wal irraa hin cinee tasiisu fi Koree gabaa tasggabbeessituu cimsuun Kaa’amee jira.

Qaamooleenrakkinicha hiikaan BMNO, Korporeeshinii sukkaaraa, BDMGO fi qamoolee dhimmii ilaaltuu EBWHGO fi Caasaa sadarkaan jirani dha.

Rakkoo dhiyeessii waliin wal qabate ka’umsii isaasKootaan ramadamu baayy’ina uummataa, dhaabillee mootummaa fi dhunfaa waliin wal-simuu dhabuu dha.Furmaatnii isa feedhii naannoo qorachuun adda baasuudhaan raga qulqullina qabuu qaama dhimmi ilaaluuf dhiheessuu dha.Rakkinicha hiikuuf BMNO, MD, BDMGO, Koorporeshiinii Suukaara qiindoominaan hojachu qabuu.



      1. Ijaarsa projaktoota buleeyii yeroo ka’amee kessattii xumuramanii tajaajilaa kennuu dhabuu irraa kan ka’ee hawaassa biratti madda komii ta’an:-

  1. Projaktii gaba Dandii Cinaa Godinaa sh.bahaa aannaa dugda

Bara ijaarsii jalqabe 2003, baajata qabame 95,000, bara ijaarsii itti raawwatamu bara 2003 sababoota ijarsichii dhaabateef hubannaan uumata wanata hin uumamneef, sheediwwan seeraan alaa ijaaraman waliin digamuu, irra deebi’annii ijaaruuf ammo kontrakatarichii baasii hin maleef saaxilamu fi hordooffiin gahaa taasifamuu dhabuu.

Furmaata isaa Hirmannaa uummataa dabaluuf fi hubbanaa cimsuu, baajata dabalata qabsiisuu fi waligaltee ijaarsa haaroomsuudhan ijarsii xumurame tajaajilaa akka kennuu gochuu.



  1. Projaktii gaba Beeyladaa Godina Booranna Aanna Dhaas fi Dilo

Bara ijaarsii jalqabe 2006, baajata qabame 571,785.86 bara ijaarsii itti raawwatamu bara 2007 sababoota ijarsichii xumuramuu dhabee deegarsaa fi horddoffiin gahaa ta’u dhabu fi kontraakatrichii gocha seeraan alaa raawwachuun to’annaa seera jala oluuttiin.

Furmaata isaa waligalteen addaan cite ijarsii isa karaa IMXaatiin akka gaggeefammu kalatiin ta’een hojiiti itt seename jira.




  1. Pirojeektii gabaa Beeyladaa Godina Har/Lixaa Aanaa Burqaa dhintuu

Bara ijaarsii jalqabe 2006, baajata qabame 571,785.86 bara ijaarsii itti raawwatamu bara 2007 sababoota ijarsichii xumuramuu dhabee deegarsaa fi horddoffiin gahaa ta’u dhabu fi kontraakatrichii gocha seeraan alaa raawwachuun to’annaa seera jala oluuttiin.

Furmaata isaa Hirmannaa uummataa dabaluuf fi hubbanaa cimsuu, bakka bu’insaan hojiichii isaa akka itti fufuu taasisuun kalatiin ta’een hojiiti itt seename jira.


  1. Projaktii gaba Beeyladaa Godina Baalee Aanaa Saweenaa

Bara ijaarsii jalqabe 2006, baajata qabame 571,785.86 bara ijaarsii itti raawwatamu bara 2007 sababoota ijarsichii xumuramuu dhabee deegarsaa fi horddoffiin gahaa ta’u dhabu fi kontraakatrichii sababa hin beekamneen hojii iraa baduu. Furmaata isaa waligalteen addaan cite ijarsii isa karaa IMXaatiin akka gaggeefammu kalatiin ta’een hojiiti itt seename jira.Rakkoo ijaarsa projaktoota hiikuu fi dhimmi barbaadameef akka oluu taasisuu keessaa BIMMO, BQO, Koree projektii aanaa, BDMGO fi KMNHBOmurteessaa dha.


Akka waliigalatti rakkoo bulchinsa gaarii seektara daldalaa fi misooma gabaa hiikuuf armaan olitti karoorfaman karaa itti gaafatamummaa sadarkaa sadarkaan hordofsiisuun raawwatmuun dirqama ta’a.


    1. Yüklə 0,51 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   14




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin