1
|
Waliigaltee hojii galu
|
B
|
A
|
D
|
A
|
1.1
|
Waliigaltee taasisu fi hojii hojjechun adeemsa tokko keessatii yoo ta’e hojii saffisisu danda’a.
|
|
|
|
|
1.2
|
Waligalteen yeroo galamu haala iddo hojii ilaaludhan fi haala human IIHBO ilaalcha keessa galcheen ta’e kan bu’aa IIHBO eege ta’u qaba.
|
|
|
|
|
1.3
|
Gatii bu’a qabeessa ta’e guutudhan dorgoma ta’u qaba.
|
|
|
|
|
1.4
|
Gatiin yeroo gutamu BOQ qofa irratti osoo hin tane ‘Design drawwing’ walin ilaalamee ta’u qaba.
|
|
|
|
|
2
|
Kaffaltii (Paymeent)
|
C
|
C
|
B
|
B
|
2.1
|
Hojii hojjetamee haala waligaltee irratti hunda’een fi harcaatii malee gaafatamu qaba.
|
|
|
|
|
2.2
|
Caasseffama gabaaba keessa darbudhan gaafatamu qaba akkasummas angoo fi itti gaafatamuma qaama hojjetuf kennu.
|
|
|
|
|
6
|
Too’annoo fi Hordofii
|
C
|
A
|
A
|
B
|
6.1
|
Seeri, Qajeelfamin qulqullina hojii, Basii fi kenni tajaajila ijaarsa bahani hojii irraa oolu qaban.
|
|
|
|
|
6.2
|
Hordofii fi Too’anoon Yeroo hojii, Qulqullina hojii, Baasii hojii, Itti fayyadama qabeenya fi kenna tajaajila irratti hunda’e karooran haala qaama dhimmi ilaalu hunda hirmaachiseen taasifamu qaba.
|
|
|
|
|
6.3
|
Hojii ijaarsa guyyaa guyyadhan hojjetamuuf baasii fi kisaaran isaa beekkamu qaba.(Daily Cost Analysis)
|
|
|
|
|
7
|
Raawwii karoora guyyaa, Torbani, ji’aa kurmaana, fi waga gamaggamuudhan kalatti kennu.
|
|
|
|
|
8
|
Qajeelfama, Normii fi kkf qopheesudhan hojii irraa olchu qaba rawwi isaas hordofu qaba.
|
|
|
|
|
9
|
Iddo rakkini uumameetii taarkanfiin sireeffama fudhatamu qaba.
|
|
|
|
|
10
|
Hojjetoota dorgomisisee iddo duwwaa irraati haala dandeetii isanitin rammadii kenuu fi qaba
|
|
|
|
|
11
|
Hojjetootaaf leenjii fi barnoota dabalata akka argatan haala mijeesuf qaban.
|
|
|
|
|
12
|
Hojiin hojjetootaf Normii tin safaramee kenamuufi qaba.
|
|
|
|
|
13
|
Hojjetoota rawwin hojii isanii garii ta’eef haala bu’aa isaan argamsiisaniin kaffaltiin ‘Incentive’ fi Bonaasii qophahee hojii irraa olu qaba.
|
|
|
|
|
14
|
Hojjetooni hojii, Bu’aa fi Feedhi Mamilaa giddu galeesa godhatan akka hojjetan
|
|
|
|
|