Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Tartiiba Fedhii Dhimmamtootaa fi Maamiltootaa



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə11/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   26

Tartiiba Fedhii Dhimmamtootaa fi Maamiltootaa





  1. Waligaltee hojii galu

Waligaltee kontiraata seenuu fi ijaarsa gaggeessuun adeemsa tokko keessatii yoo ta’e hojii saffisiisu nidanda’a.Waligalteen kontiraata seenuu dura haala qabatamaa saayitii fi haala humana ykn qabeenya IIHBO ilaalcha keessa galcheen ta’e kan bu’aa IIHBO eege ta’u qaba.Gatii bu’a qabeessa ta’e guutudhan dorgoma ta’u qaba.Gatiin yeroo guutamu BOQ qofa irratti osoo hin tane ‘Design drawwing’ walin ilaalamee ta’u qaba.




  1. Too’annoo fi Hordofii

Karooraii hojii qaama abba dhimma hunda hirmaachisee qopha’e hojii irra oluu qabaa. Seeraa fi Qajeelfama sadarkaa qulqullina hojii, Baasiifi kenniinsa tajaajila ijaarsa eegsisu bahee hojii irra oolu qaba. Hordofii fi Too’anoon Yeroo hojii, Qulqullina hojii, Baasii hojii, Itti fayyadama qabeenya fi kenna tajaajila irratti hunda’e gaggeeffamu qaba. Hojii ijaarsa guyyaa guyyadhan hojjetamuuf baasii fi kisaaran isaa beekkamu qaba.(Daily Cost Analysis)



  1. Kaffaltii (Paymeent)

Hojii hojjetameef haala waligaltee irratti hunda’eefi harcaatii malee kaffaltii gaafatamu qaba. Deddeebii gabaabaa ta’e keessa darbudhan kaffaltiin gaafatamu qaba akkasummas angoo fi itti gaafatamuma qaama hojjetuf kennu.
    1. Fedhii Maamilaa, Milkaa’ina barbaadamee fi Kaayyoo hiixataa





Lakk

Fedhii Maammila fi Dhimmamtoota ammafi fuldura /Desire & expectation/

Bu’aa Egamu

/Intermediate Out Put/

Milkaa'ina Galmaa

/ Final Out Come/

Kaayyoo Hiixataa

/Strectched Objectives/

Madda kayyoo hiixataa (source of stretched Objectives)

1

Waligaltee hojii hojjechisu danda’u fi bu’aa IIHBo kabachisu galu

  • Waligaltee hojii osoo hin galiin dura Qorannoo gaba gad fageenyan taasisu dhabu.

  • Yeroo Waligalteen galamu haala qabatama Pirojektii gad fageenyan xinxalu dhabu

  • Qaamin ijaarsa gaggeesu Hubbannoo Waligaltee Gaha ta’e Qabachu dhabu

  • Gatii Madaalawwa hin taa’nen waligaltee ijaarsa Galu

  • Osoo Waligalteen hin fooyya’ini hojilee dabalata hojjechu

  • Waligaltee ijaarsa Osoo Qorannoon ykn ‘design’ hin xummuramine galu




  • Waligaltee hojii hojjechisu danda’u fi bu’aa Maamilaas ta’ee IIHBO kabachisu galu.

  • Waligaltee ijaarsa qorannoo irraatti hunda’ee fi yeroo dhan rawwatame.

  • Hojiimaata bulchinsaa kontraataa cimsudhan waligaltee ijaarsa dura qoranno gad fageenya taasisudhan komii gama kanaan ka’u hambisu.

Feedhii dhimmamtoota, Maamiltoota,yaadamoota haaraa fi muuxxanno raawwii garii.

2

Dhimmi tokkoo deebi argachudhaaf steepi walxaxaa fi dheera keessa darbu

  • Kaffaltiin yeroo gaafatamamu steepii fi baasii guddan kan baha ture ta’u

  • Steepii----------49

  • Sa’aatii--------198

  • Basii qar.--------6268, kan barbaachisu ta’u

  • Jijjirama kan akka dabala gatii, dabalata hojii, fi yeroo dabalata gaafachudhaaf steepii 59 keessakan darbu fi sa’atii 198 kan fudhatu ta’u

  • Adeemsa steepii gabaaba fi ifa ta’e keessa darbe

  • Kaffaltii, ykn dhimma deebi steep gabaaba keessa darbu ni fi haala ifa ta’een deebi deebise

  • Kaffaltiin yeroo gafaatamu

  • Steepii----------30, keessattiakka rawwatamu gochudhan % 38’n hir’isu

  • Sa’aatii--------89 ti akka rawwatamu gochudhan, sa’atii %55 dhan hir’isu

  • Basii qar.--------4198, hir’isudhaan baasii kana dura baha ture % 34 gad buusu

  • Gafii garagarumma hojii, dabalata gatii gaafchudhaf steepi,38(% 36)fi sa’aatii 94(%53) akka rawwatamu gochu

  • Feedhii Dhimmamtoota, maamiltoota fi muxxanno raawwi garii

3

Karoorii interpiraayzii hirmaachisa, qindoomina kan qabu, qabeenya jiru irratti kan hunda’ame, rakkoo fi fedhii faayadamtoota irratti hunda’ee kan qopha’ee ta’uu

Dokumantiiwwan Karooraa, sagantaalee fi hojiiwwan ijaarsa haala qindoomina qabuu fi hirmaachisaa ta'een qophaa’ee hojiira oolee

Raawwii hojii haala karooratiin raawwatame fedhii fi gaaffii maamilaa fi dhimmama guutee

Karoora hojii qaamolee dhimmi ilaalu hunda hirmaachise (%100), ragaa amansiisaa ykn guutuma guutuutti qulqullina (%100)fi bu’aa qabeessummaa (%100) qabu irratti hundaa’e qopheessuudhaan hojiirra oolchuu

  • Feedhii Dhimmamtoota, maamiltoota fi muxxanno raawwi garii




Adeemsi hordoffii fi gammaaggama hirmaachisaa ta’ee, qindoomina fi otoo walirra hin cinnee hordofamu, qabu, iddo ragaa fi odeeffannoon gahaa ta’an irra argamu danada’uu, gabaasa ifaa fi kan murtii fi kallatti kennisisuu danda’uu fi yeroo barbadamuu keessatti dhihachuu danda’uu

Sirna hojjiimata hordoffii fi gamaaggamaa qophaa’ee hojiin ittiin hojjatamu,

Dokumantiiwwan gabaasaa fi qorannoo-wwanii ’check-list’ fi ’ToR’ irratti hundaa’uun qophaa’nii hojiirra oolan



Galma ga’iinsaa karooraa fizikaala fi baajata walitti fidudhaan badii fi dogogoraa malee hojii irra olee, galmaa gahiinsaa yaadame kan fidee

Adeemsa hordoffii fi gammaaggama karoora qaama hunda hirmaachisaa ta’e, qindoomina qabuu fi wal-irraa hin cinne hojiirra oolchuun komii maammiltootaa fi dhimmamtootaa gutumaa guutuutti kan hambisuu,


  • Feedhii Dhimmamtoota, maamiltoota fi muxxanno raawwi garii




Adeemsa hojii bulchiinsaa faayinaansii (hanqina mallaqaa, herrega cuufuuf waantoota barbachisaan duraani addaan baasu dhabuu, sababaa bu’aa fi kisaara dhuufuu danda’uu hubachisuu dhabuu) fi ijaarsa pirojeektoota keessatti sodaa (gatii meeshaa ijaarsa dabaluu, qulqullina hojii dhabuu fi balaa ummama hin egamneen pirojeektoota irra gahuu xiqeessuu)ummamu danda’uu to’achuu

Hanqini mallaqaa akka hin ummamnee, sababaa bu’aa fi kisaara yeroon beekun furmaata qopheessuu, gatii meesha dabaluu danda’uu dursaanni beekuun bituu yknn akka waligaltee keessa galuu gochuu, hojii qulqullinaan hojjachuu fi balaa ummama ittisu danda’uu qophii duraa gochu

Hanqini mallaqaa ummamu danda’uu to’achuudhaan hojii ijaarsa sabaaba hanqina mallaqatiin addaan hin citiin haala karooratiin hojjatanni xumuru, gochoota kisaara fiduu danda’aanf furmaata gochuu bu’aa argachuu, hojii ijaarsa qulqullinaan raawwachuun fedhii maamilaa guutuu, fi balaa ummama ittisu danda’uu qophii duraa gochuun hambisuu

Karoora to’annoo hojii qulqullina qabuu qaama hunda hirmaachisuun qopheessuu fi raawwii haala bu’aa qabeessa ta’een baasii %100 xiqaan raawwachuu



  • Feedhii Dhimmamtoota, maamiltoota fi muxxanno raawwi garii




    1. Yüklə 1,2 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin