-
Raga kaffaltii hojii ‘take of sheet’ irraa qindeesu fi gara kaffalti jijjiru
|
Saayitii/pirojektii irraatti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
716.00
|
Teekinooloolii/ICT/ adda addatti faayyadamuun
|
12.00
|
Steepii, yeroo fi baasii Kaffaltii hojii gaafachudhaaf keessa darbaa turee, parsantajii shantaman gad hir’isu
|
-
Raga qophahee akka mirkaneessu gorsa dhaf dhiheesu
|
Saayitii/pirojektii irraatti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
100.00
|
Dokumentiin bitamu guutuu ta’uu isaa mirkaneeffachuun
|
2.7
|
-
Gorsan mallateesu isaa hordofudhan fudhu
|
Saayitii/pirojektii irraatti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
|
Haala ‘BOQ’ sirriitti guutuu nama dandeessisuun
|
Hojiimata Konsultantii irraatti hunda’a
|
-
‘Payment certificate’ fi walitti qaba qopheesudhan, mallatesudhan Gorsa dhaf dhiheesu
|
Saayitii/pirojektii irraatti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
79.00
|
Gatii caalbasii siri ta’e guutudhaf
|
3.00
|
-
Kaffaltii ‘Payment Certeficate’ qabu gorsan mallatessu isaa hordofudhan irraa fudhu
|
Saayitii/pirojektii irraatti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
|
Haala qabatamaa pirojektichaa giddu galeessa godhateen fi bu’a qabeessa ta’een gati guutu
|
Hojiimata Konsultantii irraatti hunda’a
|
-
Xalayaa gageesitu wajjin Wajjira Damee Pirojektii tiif ergu
|
Saayitii/pirojektii irraatti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
1300.00
|
Gatiin ‘BOQ’ irratti guutamee fi dokumentii dhihate sirrii ta’uu isaa haala mirkaneesseen
|
2.00
|
-
Wajjiri Damee Pirojektiixiinxaludhan, chappese adeemsa hojii xiqaa Bulchinsaa Kontraataa fi karoora tiif ergu.
|
wajjira pirojektii Damee
|
Ji’atii yeroo tokko
|
12.50
|
Haala walii galteetiin yeroo ka’aame keessatti
|
412.50
|
-
Adeemsi xiqaan Bul. Kontraataa fi karoora xiinxaluudhan Gorsa dhaf dhiheesu
|
wajjira olaanaa irratti
|
Ji’atii yeroo tokko
|
150.00
|
Haala walii galteetiin
|
8.00
|