Dokumentii caalbaasi bitu fi waligaltee ijaarsa galu
səhifə 18/26 tarix 07.01.2019 ölçüsü 1,2 Mb. #91804
Tareeffama hojii fi hojiilee gurguddoo jalatti hojjetamu
Eessatti hojjatama ( where it is performed)
Yoom hojjatama (when it is performed)
Sadarkaa rawwii (standard accomplishment)
Kayyoo hiixataa
Baasii (birr)
Qulqullina
Yeroo (Hr)
Gatii guutudhaf akka gargaaru Qoranno gabaa gaggesu fi iddoo pirojektii dawwachu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora fi adm.bitta
Erga dukumentiin caalbasii bittame booda
16,147.2
Teekinooloolii/ICT/ adda addattin deegaramudhan, ibsa gaha ta’e wajjin
117.50
Waligaltee guutu ta’e yeroo haala bu’aa IIHBO kabachisun galu
Gatii Qorannoo gabatiin adda bahe, fi haala dawwana iddoo hojii tiin argame Qaccesu fi gatii guutu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Erga ragan barbaachisa ta’e hundi waliti qabame booda
3,648.00
Gatii haala qabatama irraatti hunda’ee fi bu’aa IIHBO kabbachisu
48.00
Gatii guutame xinxaludhan mirkaneesu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora/adeemsa Ijoo
Gati guutame booda
380
Dogongora male
8.00
Raga dukumentii caalbaasii guutudhaf gargaran walitti qabudhan Document caalbasii qopheesu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Erga ragan barbaachisa ta’e hundi waliti qabame booda
618
Dokumentii guutu ta’e dogongora male
16
Documentii Caalbasii Xinxaludhan mallateesu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora/adeemsa Ijoo
Erga dokumentiin qophahee dhihaate booda
76.00
Dogongora male
2.00
Documentii Mallata'ee maamilaf dhiheesu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Dokumentii yeroo basii ta’e booda
250.00
Dokumentii guutu ta’e
3
Xalayaa caalbaasii moo'achu ibsu(Award Letter) irraatti hunda'udhan, xalayaa hojii fudhachu(Acceptance later) ibsu maamilaf Qopheesu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora/adeemsa Ijoo
‘award latter’ yoo maamila irraa barahe booda.
140.00
Irraa deddebii irraa bilisa haala ta’een
4.00
Sagantaa karoora hojii Fooya’e (Revised Work Schedule) fi 'performance bond’ qopheesudhan
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Caalbasiin erga moo’atame booda
1100
Dogongora malee fi haala guutu ta’een
24
xalayaan Bareefame,Sagantaan hojii fi Kabachiisaa rawwana hojii walqabatee Mallatesudhan Maamilaaf ergu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Raga guutu ta’e yoo qinda’ee boda fi yeroo kaqroorfame keessatti
320
Dogongora male
8
Waligaltee Qophahuu keessaati wixinne isaa irraatti mar'achu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Yeroo waligalteen qophahu
215
Bu’aa IIHBO haala kabaachiseen
8
waligaltee dhihaatee xinxaludhaan guutu ta'u fi Duka deemtu qabachu mirkaneeffachudhan mallatodhaf dhiheesu
Wajjira ol’aana adeemsa xiqaa Bul.kontraataa fi Karoora
Waligalteen maamilaan qophahee yoo ergame booda
160
Dogongora male
4
Waligaltee qophahee mallateesu
Waligaltee sanada guutu ta'e wajjin maamila irraa fudhachu
Wajjira ol’aana adeemsa ijoo Bulchinsaa Ijaarsa
Erga gad fageenyan ogeessa seerattin xinxalame booda
150
Guyyaa fi maqaa Ibsudhan
2
xxvii.
3.8.5. Hojiiwwan hojjatamaan, b akka hojiin itti hojjatamu, yeroo itti hojjatamu, sadarka itti
raawwatamu fi kaayyoo Hiixataa
lak
Hojiiwwan hojjataman
Bakka Itti-Raawwatamu
Yeroo itti- hojjatamu
(bara baraan)
Istaandardii Taa’e
Kaayyoo Hixaata
Yeroo Fudhatu
Istepii
Adeemsa Hojii xiqaa Karoora fi Qoranno Gabaa
1
Yaa’insa hojii qophii Karoora fi Baajata
1.1
Karoora Yeroo dheeraa fi Jiddugaleessaa Qopheessuu
14
1.1.1
Foormaatii fi ittiinqajeelfama ragaan bu'uraa fi fedhii ittiin sassaabamu qopheessuu fkn fooyyeessuu
AHKHG
Guraandhala 1
guyyaa 5
Karoora hojii qaamolee dhimmi ilaalu hunda hirmaachise(%100), ragaa amansiisaa ykn guutuma guutuutti qulqullina (%100)fi bu’aa qabeessummaa (%100) qabu irratti hundaa’e qopheessuudhaan hojiirra oolchuu
Karoora baajata kan hojii fiziikaalaa irratti hunda’ee, hojii bu’aa qabuu hojjachuuf guutuma guutuutti hojiira olee, hojii dursa kennanuuf baasii gochuun qabeenya guutuma guututti qusachuu danda’ee qopheessuu
1.1.2
Foormaatii fi ittiin qajeelfama ragaan bu'uraa fi fedhii ittiin sassaabamu raabsuu,
AHKHG
Guraandhala 2-3
guyyaa 2
1.1.3
Tarreeffama hojii (TOR) qabiyyee qophii karoora tarsiimoo, kallattii fulduraa fi eenyuun ykn akkamitti akka qopha’uu agarsiisu irratti hundaa'uun karoorri akka qophaa’u adeemsalee jiraani fi wajjiralee pirojeektootiif qajeelfama dabarsuu
AHKHG
Guraandhala 4-8
guyyaa 5
1.1.4
Akkaata TOR kanaan koree karoora tarsismoo qopheessuu kutaa hojii fi oggumma adda addaa qabaan gurmeessu
AHKHG fi mgt
Guraandhala 9
Guyya 1
1.1.5
Raawwii karooraa waggoota darbanii fi bara karoora keessa jiran xiinxaluu, qindeessuu fi koreedha dhiheessuu
AHKHG/adeemsa fi wajj.pirojeekti
Guraandhala 9-10
guyyaa 2
1.1.6
Kallattii misoomaa /development targets/ waggootaa shanan/sadeen dhufan keessatti hordofamuu qaban addaan baasuun marii gaggeessu
AHKHG fi koree karoora tarsimo
Guraandhala 11
guyyaa 1
1.1.7
Wixinee karoora tarsimoo fedhii maamilaa fi dhimmamtoota yaada keessa galchuun dandeetti IIHBO qabu gurmeesse qopha’ee dhiyatu gochuu/hordofuu/xumuruu
AHKHG fi koree karoora tarsimo
Guraandhala 12 hanga Caamsa 10
guyyaa 29
1.1.8
Dokumantii wixinee karooraa yeroo qophaa’ee dhiyaate qindeessuu fi manajiimetitti dhiheessuu
AHKHG fi koree karoora tarsimo
Caamsa 11-17
guyyaa 9
1.1.9
Wixinee karooraa irratti yaanni dabalataa manajimeentii irra fudhachuun sirreessuu
AHKHG/mgt
Caamsa 18-19
Guyyaa 2
1.1.10
Wixinee karooraa qophaa'e irratti maammiltootaa ykn dhimmamtoota mari’achiisuu,
AHKHG/mgt
Caamsa 20-21
guyyaa 2
1.1.11
Dhimmamtootaa fi maammiltoota waliin marii gaggeeffame irraa yaadoota argamaniin dokumantii karooraa gabbisuu
AHKHG
Caamsa 22-23
guyyaa 2
1.1.12
Karoora qophaa'e kana raggaasisuuf boorditti dhiyeessuu
AHKHG/mgt
Hanga Caamsa 24
Guyyaa1
1.1.13
Karoora booriditt dhihatee ragga’ee kana yaadaa boordii itti dabaluun xumuranni mallateesissuu
AHKHG
Caamsa 25-26
guyyaa 2
1.1.14
Dokumantii karoora ragga’ee kana qaama hojii kana raawwatuf baayisaani raabsuu
AHKHG
Caamsa 27-28
guyyaa 2
1.1.15
Karoora ragga’ee kana kaayyoo isaa fi akkaata raawwii isaarratti hojjatoota fi manajimeenti mari’achisuun akka ejjannoon tokko qabachisuu
AHKHG/Adeemsalee fi mgt
Caamsa 29-30
guyyaa 2
1.2
Karooraa fi Baajata Waggaa Qopheessuu
19
1.2.1
Karooraf foormaatii ragaan bu'uuraa fi fedhii ittiin sassabamu qopheessuu/fooyyeessuu,
AHKHG
Caamsa 8-10
guyyaa 2
>>
>>
>>
1.2.2
Foormaatii ragaalee bu'uuraa fi fedhiin ittiin sassaabamu dabarsuu,
AHKHG
Caamsa 11
Guyyaa 1
1.2.3
Ragaalee bu'uraa fi fedhii maamiltoota sassaabuu, xiinxaluu fi qindeessuu, duub deebii kennuu
AHKHG/adeemsa fi wajj.pirojeekti
Caamsa 12-13
guyyaa 2
1.2.4
Raawwii karoora bara darbee fi kan bara karoora keessa jiramuu xiinxaluu , qindeessuu,
AHKHG/adeemsa fi wajj.pirojeekti
Caamsa 14-16
guyyaa 3
1.2.5
Ragaalee tilmaama baajataaf gargaaran sassaabuu, xiinxaluu,
AHKHG
Caamsa 14-16
guyyaa 3
1.2.6
Tarreeffama hojii(ToR) qabiyyee qophii karoora, kallattii misoomaa /development targets/, akkaata baajatiin itti ramadamu fi ...kkf agarsiisu qopheessuun adeemsalee fi wajjira pirojeektootatiif dabarsuu,
AHKHG
Caamsa 17-18
guyyaa 2
1.2.7
Akkaataa TOR kanaan oggeessa ka’umsaa koroora hojii fizikaalaa fi baajata qopheessaan filaachuu ykn ramaduu gochu
Adeemsalee fi wajjiralee pirojektoota
Caamsa 19
guyyaa ½
1.2.8
Oggeessonii filaataman kun ragaa hojii hojjatamee fi hin hojjataamne sassabatanni adeemsalee keessatti hojjataan waliin marii gochuu
Adeemsalee fi wajjiralee pirojektoota
Caamsa 20-22
guyyaa 3
1.2.9
Akkaataa 'ToR'ii qophaa'een hojimaata fi qophii karoora fizikaalaa fi baajata irratti mari’achuu fi ibsa kennuu,
AHKHG/adeemsa fi wajj.pirojeekti
Caamsa 23-26
guyyaa 3
1.2.10
Raawwii bara darbee yaadaa keessa galchuun adeemsaleen fi wajjiraleen pirojeektoota karoora fiizikaala fi baajata qopheessani akka dhiyaassan gochuu (hordofuu, deeggarsa kennuu),
KHG/adeemsa fi wajj.pirojeekti
Caamsa 27 hanga Waxabajjii 17
guyyaa 20
1.2.11
Karoora fiizikaalaa dhiyaate xiinxaluu fi qindeessuu
AHKHG
Waxabajjii 18- 20
Guyyaa 3
1.2.12
Wixinee karoora fiizikaalaa fi baajataa walsimee akka qophaa’u gochuu, deeggaruu
AHKHG
Waxabajjii 21-22
guyyaa 2
1.2.13
Wixinee karoora fi baajata dhihaatee kallattii misoomaa /development targets/ naannoo fi karoora tarsimoo interpiraayizii wagga shani waliin walqabachu isaa mirkaneessisuu,
AHKHG/Adeemsalee fi mgt
Waxabajjii 23
guyyaa 1
1.2.14
Wixinee karoora fiizikaalaa fi baajataa dhiyaate hanqina kan qabu akka sirra’uu gochu, deeggaruu, hordofu fi yeroo xumurame fudhachuu
AHKHG
Waxabajjii 24-25
guyyaa 2
1.2.15
Dokumantii wixinee karooraa hojii fizikaalaa fi baajata sirra’ee dhiyaate qindeessuu
AHKHG/mgt
Waxabajjii 26-27
guyyaa 2
1.2.16
Wixinee karooraa fi baajataa irratti manajimeetii mari’achisuu, yaanni dabalataa yoo jiraate fudhachuun sirreessuu, fi mirkanneesisuu
AHKHG
Waxabajjii 28-30
guyyaa 3
1.2.17
Wixinee karooraa fi baajataa qopha’ee boordiif dhiheessuun akka ragga'u gochuu fi yaada fooyya’insa dhihaate itti dabalu sirreessuu
AHKHG/mgt
Adoolessa 1-9
guyyaa 9
1.2.18
Karoora hojii fi baajata ragga'e kana qaama hojii irra olchuu beeksisuu fi rabsuu
AHKHG
Adoleessa 10
guyyaa 1
1.2.19
Karoora ragga’ee kana kaayyoo isaa fi akkaata raawwii isaarratti hojjatoota fi manajimeenti wajjira ol’aanna fi pirojeektii mari’achisuun akka hubannoo qabatami hojiirra olchaan tasissuu
AHKHG/Adeemsalee fi mgt
Adoleessa 11-15
guyyaa 5
Sirreeffama Karoora fi Baajata gaggeessu
9
1.2.20
Gaaffii sirreeffama karooraa fi dabalataa baajaataa qaama raawwatu irra dhihaachuu isaa mirkanneefachuu
AHKHG
Kurmaan yeroo tokko
Sa`a 2:00
>>
>>
>>
1.2.21
Gaaffii sirreeffama karoora qajeelfama fi bu`aa hordooffii fi gamaggama raawwii karoora dhiyatuu irratti hundaa'uun raawwachuu
AHKHG/Adeemsalee
>>
Sa’a 2:00
1.2.22
Bu’aa hordoffii fi gamaggama raawwii hojii dhihaate irratti hunda’udhaan karoorii akka irra deebi’amee hojjatamu qabu manajiimeentii amaansisaanni mirkaneesissuu
AHKHG/mgt/adeemsalee
>>
Guyya 1
1.2.23
Hojiin karooraan qabamee akka sirreeffamu murta’ee kun gadifageenyaan akka oggeessotaan qopha’ee dhihaatuu gochu
AHKHG/mgt/adeemsalee
>>
guyyaa 5
1.2.24
Dabalata baajataa gaaffatame qindeessuun duraa, baajatiin ramadamee haala qajeelfamatiin raawwatame hanqni mudachuu isa mirkanneessuu fi ragaa qabatama waliin akka dhihaatu tasisuu
AHKHG/mgt/adeemsalee
>>
Sa`a 3:00
1.2.25
Gaaffii baajata dabalataa dhiyaatu fudhachuun qindeessuu
AHKHG
>>
guyyaa ½
1.2.26
Baajata dabalataa dhiyaate(akka waligaalaatti) qindeessuun hojii adeemsisaa ol’anaatiif dhiheessuun, mirkaneesissuu,
AHKHG
>>
guyyaa 5
1.2.27
Wixinee karoora foyya’ee fi baajata dabalataa qopha’ee qindeessuun boorditti dhiyaatee akka ragga'u gochuu
AHKHG/mgt
>>
guyyaa 10
1.2.28
Karoora hojii fi baajata foyya’ee ragga'ee kana baayisuun qaama ykn adeemsa hojii irra olchuu beeksisuu fi rabsuu
AHKHG/adeemsale
>>
guyyaa 2
Gamaaggama Raawwii Karoora Yeroo Dheeraa fi giddugaleessa Gaggeessuun Sirreessuu
6
1.2.29
Piroposaalii fi ‘ToR’ qabiyyee gamaaggama raawwii karooraa taarsimoo (SPM) qopheessuuu, koree dhaabuu fi hubannoo akka qabataan oreenteeshiini kennu
AHKHG, mgt fi Adeemsalee
Guraandhala 15-26
Guyyaa 10
>>
>>
>>
1.2.30
Formaatii ragaalee fi yaanni ittiin sassaabamu qopheesuu, raabsuu
AHKHG, mgt fi Adeemsalee
Guraandhala 27-30
Guyyaa 4
1.2.31
Ragaalee adda addaa sassaabuu , xiinxaluu fi bu'aa gamaaggaamatiin karooraa qopheessuu
AHKHG, mgt fi Adeemsalee
Caamsa 1-20
Guyyaa 20
1.2.32
Bu'aa gamaaggamaa irraa argame qaama dhimmi ilaalutti dhiyeessuun mariisisuu
AHKHG, mgt fi Adeemsalee
Caamsa 21-24
Guyyaa 4
1.2.33
Dokumantii isa dhumaa kana manajimeentii fi boorditti dhiheessun mirkannesissu
AHKHG, mgt fi Adeemsalee
Caamsa 25-28
Guyyaa 4
1.2.34
Dokumeentii SPM xumurame ragga’e kana qaama dhimmi ilaalu hunda rabsuu
AHKHG, mgt fi Adeemsalee
Caamsaa 29-30
Guyyaa 2
II
Yaa’insa hojii Hordoffii fi Gamaaggaaamaa
34
2.1
Karoora ragga'ee fi sagantaa raawwii isaa baayisaani fudhachuun.
AHKHG
Adoleessa 10
guyyaa 1/ 2
Adeemsa hordoffii fi gammaaggama karoora qaama hunda hirmaachisaa ta’e, qindoomina qabuu fi wal-irraa hin cinne hojiirra oolchuun komii maammiltootaa fi dhimmamtootaa gutumaa guutuutti kan hambisuu
2.2
Foormaatii gabaasinni hordooffii fi gamaggama rawwii karooraa fi baajata ittiin gabaafamu qopheessuu fi foyyeessuun rabsuu
AHKHG
Adoleessa 10
guyyaa 1
2.3
Saganta hordoffii, fi gamaaggama raawwii karooraa fi baajata qopheessuu
AHKHG
torbani, ji'aa, kurmaana, waggaa
guyyaa 1
2.4
Sagantaa hordooffii fi gamaggama rawwii karooraa fi baajata irratti ibsa keennuu,
AHKHG
Adoleessa 11-15
Guyyaa 5
2.5
Gabaasa raawwii hojii pirojeektoota fi idilee sassaabu, qindeessuu, fi qopheessun qamoolee dhimmii ilaaluuf dabarsuu,
2.5.1
Gabaasa raawwii torbanni kan pirojeektoota raawwatoota irra dhihaatu
Adeemsalee fi w/pirojeektoota
Wixata ganama
Hanga sa’a 6:00
2.5.2
Gabaasa raawwii torbanni kan pirojeektoota qindeessani fi qopheessani manajimeetiif rabsuu
AHKHG
Wixata sa’aa booda
Hanga sa’a 10:00
2.5.3
Gabaasa raawwii ji’a kan pirojeektoota raawwatoota irra dhihaatu
Adeemsalee fi w/pirojeektoota
Jiinni xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 5tti
2.5.4
Gabaasa raawwii ji’a kan pirojeektoota qindeessani fi qopheessani manajimeetiif rabsuu
AHKHG
Jiinni xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 10tti
2.5.5
Gabaasa raawwii ji’a kan pirojeektoota manajimeentiin murteesse fooyyeessanii boordiif dhiheessuu
AHKHG fi mgt
Jiinni xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 15tti
>>
2.5.6
Gabaasa ji’a kan pirojeektoota boordiin murta’ee abba taayita to’annoof dhiheessu
AHKHG fi mgt
Jiinni xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 18tti
2.5.7
Gabaasa raawwii hojii kurmaana raawwatoota irra dhihaatu
Adeemsalee fi wajjira pirojeektoota
Kurmaana xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 5tti
2.5.8
Gabaasa raawwii hojii kurmaana qindeessu fi qopheessani manajiimentiif rabsu
AHKHG
Kurmaana xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 10tti
2.5.9
Gabaasa raawwii hojii kurmaana manajimeentiin murta’ee qindeessun boordiif dhiheessuu
AHKHG/mgt
Kurmaana xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 15tti
2.5.10
Gabaasa raawwii hojii kurmaana boordiin murta’ee qindeessun abba taayitaa to’annotiif dhiheessu
AHKHG/mgt
Kurmaana xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 18tti
2.5.11
Gabaasa raawwii hojii wagga raawwatoota irra akka yeroo karoorame keessatti dhihaatu gochu
Adeemsalee fi w/pirojeektoota
waggan xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 5tti
2.5.12
Gabaasa raawwii hojii wagga qindeessu fi qopheessani manajiimentiif rabsu
AHKHG
waggan xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 10tti
2.5.13
Gabaasa raawwii hojii wagga manajimeentiin murta’ee qindeessun boordiif dhiheessuu
AHKHG fi mgt
waggan xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 15tti
2.5.14
Gabaasa raawwii hojii waggaa boordiin murta’ee qindeessun abba taayitaa to’annotiif dhiheessu
AHKHG fi mgt
waggan xumurame
Jiini itti annuu seenee hanga guyyaa 18tti
2.6
Haala sagantaa qopha’een dirree naannoo hojiin ijaarsa jiru deemuun gamaaggamuu fi to’annoo pirojeektotaa oggeessota oggumaa adda addaa qabaanii qindeessun raawwachu
2.7
Bu’aa gamaggama fi to’anno kana kan pirojeekti irratti furmaata kennamu qabu kennuu, kan murtii barbachisuu immoo haala qindoomina qabun qopheessuun manajiimetiif dhihaatee irrattii akka mari`aatamu fi rakkoolee quunaman irratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu gochuu,
AHKHG
Kurmaana n
Baatiin itti aanu seenee 15-20 tti
2.8
Bu'aa gamaaggama raawwii karooraa ilaalchisee dub-deebii kennuu,
AHKHG
Kurmaanan
Baatiin itti 20-25 tti
2.9
Qajeelfamni tarkaanfii sireeffamaa akka hojii irra oluu darbe hojiirra ooluu isaa hordofuu,
AHKHG
Kurmaanan
Guyyaa 25 booda
>>
2.10
To’annoo hojii walqabate adeemsa hojii rakko qabu fi qabeenya badee jedhame eeruun gahee irratti gareedhaan qorannoo gaggeessu
AHKHG fi adeemsalee
Yeroo dhihaate keessatti
Yeroo taa’eef keessatti
2.11
Bu’aa to’annoo kana qindeessanni manajimeentii fi qaama dhimmi ilaalu dhiheessun akka furmaata argatu gochuu fi raawwii isaa hurdoffu
AHKHG
Yeroo gabaasni dhihaate keessatti
Guyya 2
2.13
Hordoffii fi gamaaggama bifa addaatiin akka gaggeefamu yoo barbaachise raawwachun gabaasa qaama dhimmii ilaaluf dhiheessun akka hanqinni sirreefamu taasissuu,
AHKHG fi mgt
Yeroo barbadame keessatti
Yeroo barbadame keessatti
2.14
Raawwii hojii fi hanqinoota muldhataniin walqabsisuun qo’annoo waliigalaa qopheessuun wajjirii fulduraatti kallatti kamiin deeme akka bu’aa argatuu fi fedhii maamilaa fi dhimmama itti gutu gareedhaan qoratee kutaa isaa fi wajjiraa ni dhiheessa, ni mirkanneesisaa, hojii irra akka oluu taarsimoo qopheessun raawwii isaa ni hordoffa
AHKHG fi mgt
Yeroo barbadame keessatti
Yeroo barbadame keessatti
2.15
Haala bu’aa qabeessuma ijaarsa pirojeektoota (market research) itti fooyya’uu danda’uu qo’achudhaan wajjiraaf ni dhiheessa,
AHKHG fi mgt
Yeroo barbadame keessatti
Yeroo barbadame keessatti
2.16
Raawwii karoora hojii qopha’ee kan waligala, hanqinnoota fi karoora bara dhufuu hojjatootiin akka irratti mari’atani mirkanneessan ni taasissaa
AHKHG fi adeemsalee
Kurmaanan
ji’a itti anna keessa hanga 15tti
III
Yaa’insa hojii To’annoo Sodaa
Karoora to’annoo hojii qulqullina qabuu qaama gunda hirmaachisuun qopheessuu fi raawwii haala bu’aa qabeessa ta’ee fi baasi xiqaan raawwachuu
2.1
Yaa’iinsa Hojii To`annoo Sodaa
6
2.1.1
Karoora to`annoo sodaa qophaahee dhiyaatuuf fudhachuu.
Garee to`annoo sodaa tiin
Hanga Waxabajjii 30
guyya 5
2.1.2
Karoorri to`annoo sodaa dhiyaate sirrii ta`uu qulqulleessuu.
Hagayyaa
1-15
Guyya 1
2.1.3
Hojiilee to’annoo sodaa tiin hojjetaman qindeessuu , karoorsuu fi to`annoo barbaachiisaa adeemsisuu.
Yeroo hundaa
Guyya 365
2.1.4
Sodaawwan jiraniif qaamootni adda addaa dhiyeessaan irratti ibsa manajimanitiif dhiyeessuu .
Ji`a ji`aan
0:60
2.1.5
Adeemsa hojii karoora gamaagamaa fi to`annoo sodaa tiif raawwii jiru yeroo yeroon gabaasuu.
Ji`a ji`aan
0:30
2.1.6
Koree to`annaa sodaa interpiraayizii keessatti miseensa ta`uun ni hirmaata.
Ji`a ji`aan
2.2
To`annoo sodaa faayinaansii fi qabeenyaa
9
2.2.1
Ragaa faayinaansii fi qabeenya sodaaf saxilaaman sassabuu
Garee to`annoo sodaa tiin
Hanga caamsa 30
Guyya 30
2.2.2
Ragaa to’annoo sodaa ta’uu danda’aan sassabamee xinxaluu
Hanga caamsa 30
Guyya 1
2.2.3
Ragaa xinxalame kana kutaawwan hojii faayinaansii fi qabeenyaa karoora akka irratti qopheessan rabsuu
Waxabajii 1
0:30
2.2.4
Karoora to`annoo sodaa qaamootni adda addaa qopha’ee qindeessuun fi gamaagamee qaama dhimmi ilaalu dhiyeessuu
Waxabajjii 2-15
Guyya 5
2.2.5
Karoorii kun manajimeentii fi boordiin akka mirkan’uu tasisuu
Garee to`annoo sodaa tiin
Waxabajii 20
Guyya 1
2.2.6
Karoora fedha maallaqaa ji`aa fi waggaa qophaahee (Monthly and annual cash flow plan) kana irratti hunda ‘ee qopha’ee mirkana’ee kana qaama dhimmi ilaaluuf ibsuu, gorsa barbaachiisaa fi tofitaa ittiin hojjetamu irratti hubannoo kennuu
Waxabajii 21-30
Guuya 10
2.2.7
To`annoo sodaa gaggeessudhaan toftaa sodaan kun ittiin maqfamuu danda`uu ni qopheessuu fi diriirsa.
Adoleessa 1-5
Guyya 5
2.2.8
Gabaasa to`annoo sodaa fi qabeenya kan ji`a, kurmaanaa fi waggaa qopheessuu
Ji’ini fi kurmaani dhume
Hanga guyya 5
2.2.9
Duubdeebii gabaasa kana irratti hunda’uu hanqinnoonnin ummaman akka sirra’aan gochuu fi hordoffii isaa gaggeessu
Adoleessa hanga waxabajii
Guyya 5
2.3
Yaa’iinsa hojii to`annaa sodaa ijaarsaa
9
2.3.1
Ragaa pirojeektoota raawwii, kaffaltii, qileensaa naannoo, robaan, balaa adda addaa fi kkf to’anno sodaaf waliin walqabataan fi saxilamaan sassabuu
Hanga caamsa 30
Guyya 30
2.3.2
Ragaa sassabamee kana akkaata fedhii fi karoora hojii ijaarsa waliin simuun xinxaluu
Hanga caamsa 30
Guyya 1
2.3.3
Ragaa xinxalame kana kutaawwan hojii ijaarsa karoora akka irratti qopheessan rabsuu
Waxabajii 1
0:30
2.3.4
Karoora to`annoo sodaa ijaarsaa qaamootni adda addaa karoorfatan qindeessuun gamaagamee ni dhiyeessaa.
Waxabajjii 2-15
Guyya 5
2.3.5
Karoora hojii waggaa qophaahee raawwii waliin ilaaluun gorsa barbaachiisaa fi tofitaa ittiin hojjetamu ni ibsaa.
Waxabajii 21-30
Guuya 10
>>
2.3.6
To`annoo sodaa gaggeessudhaan toftaa sodaan kun ittiin maqfamuu danda`uu ni qopheessuu fi diriirsa.
Waxabajjii 2-15
Guyya 5
2.3.7
Gabaasa to`annoo sodaa ijaarsaa kan ji`a, kurmaanaa fi waggaa ni qopheessaa.
2.3.8
Bakka barbaachiisaa ta`eetti koree waliin ta`uun ijaarsa raawwatamaa jiru ni gamaagama.
Dostları ilə paylaş: