|
Yaa’insa Hojiilee, Gahee Hojii, Dandeetti fi Baayyina humna namaa barbaachisuu
|
səhifə | 20/26 | tarix | 07.01.2019 | ölçüsü | 1,2 Mb. | | #91804 |
| Yaa’insa Hojiilee, Gahee Hojii, Dandeetti fi Baayyina humna namaa barbaachisuu
Tarreeffama Hojilee Hojjetamanii
|
Ga’ee Hojii Ijoo
|
Dandeetti barbaachisu
|
Gita hojii
|
Baayyina hojjataa
|
Gosa Barnootaa
|
Sadarkaa Barnootaa
|
Muxannoo
|
sadarkaa Mindaa
|
(Job title)
|
1) Adeemsa hojii Ijoo Bul.kontiraataa fi karoora
|
|
|
|
|
15
| -
IIHBO akka maamila adda addaa biratti akka beekkumsa horatu taasisu
-
Feedhii ijaarsan waliqabatee gama maamilatiin jiru adda baasu
-
Caalbasii adda addaa irraatti gatii bu’a qabeessa fi dorgomsisa ta’e guutudhan dorgomu.
-
Waligaltee hojii galamu keessatti dhimmooni bu’aa IIHBO kabbajichisan akka keessatti ammatamu taasisu
-
Waligaltee hojii dhaf qophii gochu fi karoora hojii qopheesu
-
Hojiin haala waligaltee fi karoorattin rawwatama kan jiru ta’u isa hordofi fi too’annoo gaggeesu.
-
Kaffaltii hojii haala harcaati hin qabneen rawwachisu
-
Dhimmota waligaltee dhan waliqabatee maamila/Gorsa irraa rawwachisun barbaachisu abbummadhan rawwachisu.
-
Pirojektii ijaarsi isaa xummuramee maamilaf deebisani kenu.
| -
Babal’innaa hojii Irraattii hojjechudhan Carrawwaan hojii Gama ijaarsa tiin jiran IIHBO tiif barbaadu.
-
Gatii madalawwaa fi bu’aa qabeessa ta’e guutudhan dorgomu caalbasii dorgomu
-
Waligaltee hojii Bu’aa IIHBO kabbachisu danda’u maamilaa wajjin galu
-
Bu’uuraa waligaltee tiin karoora hojii IIHBO qopheesu ykn qindeesu
-
Hojiin haala waligaltee tiin qulqullina barbaadamun, baasii qabameen fi yeroo qabamee keessatti kan rawwatama jiru ta’uu isaa too’annoo fi hordofii barbaachisa ta’ee gaggeesu
-
Gatii waligalteee guutudhaf akkasummas jijjirama meeshalee ijaarsa irraatti mul’atu too’achudhaf qorannoo gaba gaggeesu.
-
Kaffaltii hojii pirojektoota irraa qinda’ee dhihaatu gurmeesudhan gaafachu
-
Dhimmoota waligaltee hojiitiin waliqabatee adeemsa hojii ijoo ijaarsa irraa dhihaatu abbummadhan rawwachisu
-
Qajeeelfama fi maanuwalii fi seera ijaarsa qopheesudhan murtii manajimentii tiin hojii irraa olchu.
-
Rawwii hojii adeemsalee adda addaa irraa dhihaatu bu’uura karooratiin madaludhan haala marii fi murtii manajimentii tiif tolutti qopheesudhan dhiheesu.
-
Dhimmotaa hojii fi hojimaataa IIHBO tiin waliqabatee soda(risk) ta’u danda’an qorachudhan toofta dursanii too’achudhaf gargaaru diriirsu.
-
Hojii, Bulchinsaa Kontiraataa, karoora, gabaasa, Hordofii fi too’annoo akkasummas ittisa soda tiin waliqabatee abbummadhan rawwachu
-
Pirojektii ijaarsii isaa xummuramee bu’uura waligaltee tiin madaludhan maamilaf dabarsani kenu, fi kanaan waliqabatee mallaqqa rawwii garidhaf qabamee gad lakkisisu.
|
Civ./Hyd/irri./ Const/Agr/Water /soil /building and related
|
PHD,MSc,BSc,BSc*
|
6,7,8,9
|
S-16
|
Abba adeemsa
|
1
|
Sec. Science & related
|
|
|
MI-9
|
Bareesitu/haala mijeesitu
|
1
|
Adeemsa hojii xiqqaa Bulchinsaa Kontraataa, Hordofii fi Deegarsa
|
|
9
|
Civ./Hyd/irri./ Const/Agr/Water /soil /building and related
|
PHD,MSc,BSc,BSc*
|
5,6,7,8
|
S-15
|
A.A.Hojii
|
1
|
PHD,MSc,BSc,BSc*
|
4,5,6,7
|
S-14
|
Injinaara ol’aana-II
|
1
|
PHD,MSc,BSc,BSc*
|
4,5,6,7
|
S-14
|
Injinaara ol’aana-II
|
1
|
PHD,MSc,Bsc, Bsc*,AD
|
3,4,5,6,10
|
S-13
|
Injinaara ol’aana-I
|
1
|
PHD,MSc,Bsc, Bsc*,AD
|
3,4,5,6,10
|
S-13
|
Injinaara ol’aana-I
|
1
|
PHD,MSc,Bsc, Bsc*,AD
|
2,3,4,5,9
|
S-12
|
Injinaara Ijaarsa III
|
1
|
Mechanical/Industrial/and related Engineering
|
PHD,MSc,Bsc,BSc*
|
3.4.5.6
|
S-13
|
Injinara ol’aana Elektromekanikalii
|
1
|
Civ./Hyd/irri./ Const/Agr/Water /soil /building and related
|
PHD,MSc,Bsc,BSCc*/AD
|
2,3,4,5
|
S-12
|
Too’ata qulqullina fi sadarkaa meeshalee ijarsa
|
1
|
Civ./Hyd/irri./ Const/Agr/Water /soil and related Enginering or Management
|
PHD,MSc,Bsc,BSCc*/AD
|
2,3,4,5
|
S-12
|
‘Quantity servor’
|
1
|
A.H.Xiqqaa Karooraa, Qorannoo gaba fi Babal’inna hojii
|
|
5
|
Economics, statestics, marketing,Engineering or related
|
PHD, MSc/MA,
BA
|
5.6,8
|
S-15
|
Dursaa garee
|
1
|
Economics, statestics, marketing, or related
|
PHD, MSc/MA, BSc,BA
|
3,4,6
|
S-13
|
Rawwata ol’aana karoora fi Babal’inna hojii
|
1
|
Economics, statestics, marketing or related
|
PHD, MSc/MA, BSc,BA
|
2,3,5
|
S-12
|
Rawwaata ol’aana karoora fi gabaasa
|
1
|
Economics, statestics, marketing,or related
|
PHD, MSc/MA, BSc,BA
|
2,3,5
|
S-12
|
Rawwaata ittisa soda
|
1
|
Economics, statestics, marketing, or related
|
PHD,MSc/MA, BA
|
2,3,5
|
S-12
|
Rawwaataa Qorataa gabaa, ‘Risk management’
|
1
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|