Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Ibsa garaagarummaa Adeemsa hojii ijoo bulchinsaa kontiraataa fi karoora durii fi haaraa



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə21/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26

Ibsa garaagarummaa Adeemsa hojii ijoo bulchinsaa kontiraataa fi karoora durii fi haaraa


Lakk

Adeemsa Hojii Durii fi

Rakkoole raawwii

Adeemsa Haaraa

fi furmaata

1

Hojii Bulchinsaa Kontraataa, hordofii, Deegarsa




1.1

Hojiin bulchinsaa kontiraataa, karooraa, gabaasaa, hordofii fi too’annoo akkasummas ittisa soda kana dura dame lama( Damee bulchinsaa kontiraataa fi hordofii, fi Damee Dagaaginaa Bizinasii ) jallatti kan rawwatama turan ta’u

Haalaa gurmaa’insaa haara kanaatiin hojileen kunnin adeemsa hojii ijoo tokko jallatti( adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsaa kontiraataa fi Karooraa) kan rawwataman ta’u.

1.2

Damee Bulchinsaa Koontraataa fi hordofii jalatti Div. lamaa fi tajaajila afuri olii kan gurma’ani turan ta’u isa

Haala gurmaa’insaa haara kanaatiin hojiin Bulchinsaa Kontiraataa fi Hordofii Adeemsa Hojii ijoo Bulchinsaa Kontiraataa fi Karooraa Jallatii adeemsa hojii xiqqaa tokkon kan rawwatamu ta’u ( adeemsa Hojii xiqqaa Bulchinsaa kontiraataa fi karoora), adeemsa hojii xiqqaa jallatii gareen gurma’u hin jiru hojiin ogeesotan kan rawwatamu ta’a.

1.3

Hojiin bulchinsaa kontiraataa fi hordofii kana dura rawwatootaa lakkoofsan kudhan oli ta’un yeroo adda addaa kan rawwatama turan ta’u

Haala gurmaa’insaa haara kanaatiin hojiin bulchinsaa kontiraataa fi Hordofii ogeessota lakkoofsan jaha (6) ta’an qofan kan rawwatamu ta’a.

1.4

Too’aannoo fi Hordofiin kana dura haala bibittina’een kan gaggeeffama ture, fi hirmaachisa kan hin ture ta’u, fi caasseffamin isaas dame Dagagginna Biizinasii jalla kan hundeeffamu ta’u. Akkasummas hordofii to’aannoo gaggeeffamus kan hojimaataa fi sagantaadhan haala rakkolee itti fufiinsaan hiiku danda’un gaggeeffamu osoo hin tane, rakkmma yeroodhaf muudatu irraatti kan xiyyeeffate ta’u isa.

Too’annoo fi hordofiin Qajeelfama irraatti hunda’udhan kan gaggeeffamu ta’a, Adeemsi hojii xiqqaa bulchinsaa Kontraataa, fi Hordofii tiin kan rawwatamu ta’a, Ogeessoni dhimmaa kana qofaaf qophati hundeeffaman hin jiratani, haata’u malee haala barbaachisummaa isatiin adeemsa dhimmi ilaalatu irraa walitti ba’uudhan haala ‘Vertuteam’ tiin too’annoo fi fi Hordofii ni gaggeessu

1.5

Ogeessonii hojii hojjetan kan haala gahee hojii tiin kennamuf osoo hin tanee hojimma guyyaadha gara guyyaatti rawwaatamu irraatti xiyyeeffachudhan kan dalagan ta’u fi hojiin haalaa normii tiin safaramee kennamuabu.

Hojjetoota hundaaf hojiin hojjetan gahee hojii tiin ni kennama, akkasummas hojiin haala normii tiin safaramee ni kennama akkasummas safaramee ni fudhatama.

2

Hojii Qophii karoora, gabaasa, Qoranno gaba fi ittisa soda




2.1

Hojiin qophii karooraa, Qorannoo gaba, ittisaa soda , hordofii fi too’annoo kana dura damee Dagaggina Bizinasii keessatti kan rawwatama ture ta’u isa.

Haala gurmaa’insa haara kanaatiin hojiileen karoora, Qorannoo gaba, fi ittisa soda haala bulchinsaa kontiiraataa irraatti xiyyeeffateen adeemsa hojii ijoo bulchinsaa Kontiraataa fi karoora keessatti kan rawwatamu ta’a

2.2

Hojiileen lakk.2.1 irraatti ibsaman damee dagaaggina Bizinasii jallatti divizinii lakkoofsan hanga Sadii ta’aaniin kan rawwatama ture ta’u isa,

Haala Qorannoo kanaatiin hojiileen ibsaman kun Adeemsa hojii ijoo Bulchinsaa Kontiraataa fi karoora jallatii adeemsa hojii xiqqaa karoora fi qoranno gaba tiin kan rawwatamu ta’a.

2.3

Karoorii fi gabaasin hojii kana dura Damee adda addaa keessatti qophaahudhan, gara damee Dagaaggina Bizinasii tiin kan qinda’ee dhihaata ture ta’u.

Gurmaa’insaa kanaan qophiin karooraa bulchinsaa kontiraataa kan bu’uura godhatee fi ijaarsa irraatti kan xiyyeeffate ta’a, akkasummas gabaasin hojii damee adda addaa tiin dhihaatus, rawwii ijaarsatiin kan madalamu ta’a.

3

Ogeessota




5.1

Injinaaronii Ijinara-I hanga Injinara-VI jechudhaan Muxxannoo fi sadarkaa baruumsa qaban irraa ka’uudhan kan addaan hirama ture ta’u fi kun immoo, komii gama hundanu kan kaasa ture ta’u.

Injiinaronii Muxxaannoo Fi sadarkaa baruumsaa qabaniin Injinara Jalqaba, Injinara, Injinara Ol’aanaa fi Dursa Injinara Ol’aana jechudhan kan iddoo Afuritti hiramu waan ta’eef rakkoo gama kanaan jiru ni fura.

5.3

Hojiin Normii fi ‘Standared’ dhan safaramee waan ogeessotaf hin kennamineef, Hojii too’achu irraatti rakkoon kan muudata ture ta’u.

Hojiin Ogeessotaaf muxxaannoo fi sadarkaa isanitiin Normii fi ‘Standared’ dhan safaramee waan kennamuf, hojiin hojjetamu haala salphadhan ni too’atama.

5.4

Ogeessonii sadarkaa jalqaba irraa jiru kaassee hanga sadarkaa ol’aana irraa jiru, ulgaan ittin adda bahan waan hin jireef, haala hojii jiru irraatti hunda’udhan kan rammadaman ta’u.

Haala caaseefama haara kanaatiin Ogeessoni Muxxanoo fi Dandeetti isanitiin hojii walisimu irraatti kan rammadaman ta’a.

  1. Yüklə 1,2 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin