Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Ibsa garaagarummaa Adeemsa hojii Ijaarsa qabxii Ulagalee JBAH tiin yeroo safaramu



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə22/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26

Ibsa garaagarummaa Adeemsa hojii Ijaarsa qabxii Ulagalee JBAH tiin yeroo safaramu


Lakk


Adeemsa Hojii Durii fi

Rakkoole raawwii

Adeemsa Haaraa

fi furmaata

1

Hojii walitti daddaabarsuudhaan turtii uumamu (Steps)







Hojiin damee adda addaa keessatti kan rawwatama ture ta’u fi akkasummas gurmaa’insi turees hoggantoota Damee, Divizini fi Tajaajilaa jedhu keessa waan darba tureef dhimmi tokko deebi argachudhaf, yeroo dheera kan turu fi Waliharka fuudhinsa kan heddummatu ta’u isa.

Dhimmi tokko hooggansa dhiheenyan jiru biratti waan deebii gaha ta’e argatuuf yoo komiin kan uumamu ta’e qofa hogganna itti anutti kan darbu ta’u, fi dhimmi dhihaateef deebin yeroo gabaaba keessatti kan kennamu waan ta’eef waliharkaa fudhinsiis ni gabaabata.

2

Ariitii (Cycle Time)






Dhimmi tokko yeroon itti deebi argachu qabu ifati adda bahee waan hin teenef, harkkiffanna guddan kan ture ta’u fi mirii itti gaaffatamumma kan hin ture ta’u.

Dhimmi tokko yeroon itti deebi argachu qabu ifatti kan ta’u waan ta’eef miira itti gaafatamumma kan uumu ta’u.

3

Baasii xiqqeessuu






Dhimma tokko rawwachudhaf baasiin guddan kan baha turee fi baasiin bahuus ifatti adda bahee kan hin galmoofnee fi kan hin too’atamine ta’u isa.

Baasiin kan baahu haala Normii fi qajeelfama jiru irraatti hunda’udhan waan ta’eef, baasiin bahu maalif, akkasummas hangami akka ta’ee ifatti ni too’atama.

4

Qulqullina hojii






Hojiin yaa hojjeetamu malee qulqullini isaa kan too’atama hin ture ta’u isa.

Hojiin kan safaramu fi kan madalammu, yeroodhan, Qulqullinaan fi baasiidhan waan ta’eef qulqullini hojii ni too’ata.

5

Baayyina hojii










  • Gurmaa’insi kana dura ture, fedhii maamillii fi dhimmamaan barbaadu kan hin guunne fi raawwiin kanaan dura jiru % 50 gadi kan ta’eedha (Low level of productivity (<50%) due to lower efficiency and effectiveness)







  • Haaligurmaa’insii isaa angoo fi itti gaafatamumma wajjin qaama dhimmi ilaaluf kan kennammu waan ta’eef , fedhii maamilaa fi dhimmama guutuman guututti kan deebisu ta’a.


    1. Jijjirama bu’uura haala gurmaa’insaa kanatiin wajjira Ol’aana adeemsa Ijaara irratti taasifame


  • Karoorii fi Bulchinsii kontraata kana duraa iddoo adda addaatti sadarkaa dameetti gurma’ee turee haala Qorannoo JBAH kanaatiin, haala yaa’insa hojii isanitiin Adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsaa Kontiraata fi Karoora jallatii adeemsa tokkoti gurma’ani jiru.

  • Hojiin kana duraa dame ijaarsa jalattii Divizinii fi Tajaajila rawwatama ture, haala qorannoo JBAH kanatiin ogeessota sadarkaadhan jiraniin kan rawwatamu ta’a.

  • Adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsa Kontraataa fi Karoora Jallaatti adeemsii xiqqan lama ni hundeeffamani isaniis; Bulchinsaa Kontraataa, Hordofii fi Deegarsa, Karoora fi Qorannoo gaba.

  • Kaffaltiin hojii kallatiidhan Pirojektii irraatti qophahudhan rawwiidhaf kallattidhan Adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsa Kontraataa fi Karooraatif kan ergamu ta’a. Haalumaa Walifakkatun gaffileen Waligalteedhan waliqabatan Pirojektii irraatti qophaahudhan rawwii isatiif Bulchinsaa Kontraataa tiif ergamu.

  • Hojileen kan akka Karoora, Babal’inna hojii, Ittisa Soda, Hordofii fi too’annoo, haala gurma’insa kanaatiin gara Adeemsa hojii kana keessatti ni hojjatamu.

  • Moggaafama hara kana keessaatti Maqeeffamin Damee, Divizinii, fi Tajaajila jedhama turee akka haala qajeelfama JBAH tiin Adeemsa fi Garee ta’udhan moogaafame jira.

  • Hojiin to’annoo Qulqullinaa Meeshalee ijaarsa akka haaraatti ogeessa ol’aana adeemsa hojii xiqaa Bul. Kontraataa, deegarsa fi hordorfii tiin ni rawwatama.

  • Adeemsi hojii Ijoo Bulchinsaa kontraataa fi Karoora, waligaltee hojii fi ragalee barbaachisa ta’an hunda erga adeemsa hojii ijoo bulchinsaa Ijaarsa tiif dhiheesse booda hojii pirojektii tiif itti gaafatamumaan kan adeemsa hojii xiqaa ijaarsa ta’a.

  • Adeemsi hojii Ijoo Bulchinsaa Kontraataa fi Karoora, sadarkaa pirojektitii hojiin isaa hordofii fi too’annoo irraatti xiyyeeffata.

  • Ogeessonii dhimma Too’annoo fi hordofii tiif jecha rammadaman hin jiraatan haata’u malee haala dhimma too’annotiin yeroo barbaachisa ta’etti,adeemsa dhimmi ilaalu irraa walitti bahudhan haala (Vertual Team) tiin hordofi fi too’annoom Qulqullinaa hojii, Yeroo rawwii fi Baasii fi itti fayyadama qabeenya irraatti xiyeeffate Standard qopheeffachudhan ni gaggeesu.

  • Karoorii qophahuu haala ijaarsa bu’uura godhateen ta’a.



      1. Yüklə 1,2 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin