Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Hojiimanii haarawan diriire bu’aa qabeessa fi sirrii ta’u isaa qabxilee sakata’insaa



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə23/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • .Annex

Hojiimanii haarawan diriire bu’aa qabeessa fi sirrii ta’u isaa qabxilee sakata’insaa





  1. Hojiilee iddo adda addaa tii cicitee fi bitina’ee ture garatokkoti walitti qabu.

Hojii kana duraa damee ijaarsa Afurii (4) fi damee Bulchinsaa kontraataa walumma galatii damee shan keessati rawwatama turan adeemsa ijoo Bulchinsaa Ijaarsa tokkoti dhufu danda’ee jira.




  1. Angoo fi itti gaafatamumma hojjetoota

Hojjetaan/Ogeesii kamiyuu hojiin hojjetamu angoo fi itti gaafatamumma wajjin ni kennamaf. Haaluma kanaan hojjetoon/Ogeesoni angoo fi itti gaafatamumma isani ifatii ni beeku.




  1. Hojiilee haala yaa’insaa isani eegateen gurmeesu




  • Hojiileen akka ya’insaa isaanitin rawwataman godhamee jira.

  • Hajileen al tokko walmaddi(Simulteniusly) hojjetamu danda’an akka yeroo tokko hojjetaman godhamee jira.



  1. Hojiilee bu’aa fiduu hin dandeenye steep keessa hambisuu




  • Hojiimataa hara’aan hojiileen adeemsa walxaxaa fi bu’aa dabalu hin dandeenyee hir’isudhaan fi hojiin bu’aa fi feedhii mamilaa irratti xiyeeffate qoftii akka hojjetamu godhamee jira.Fkn Adeemsa kaffaltti gaafachu

  • Yeroo caalbassin dorgomamu jalqaba haala qabatama Pirojektii akka dawwatamu qabu fi gatiin wajjiraf bu’aa agamsiisuu danda’u guutudhan akka dorgomamu sisteemin diriree jira.




  1. Qaama hojii hojjetu bira ragaa guutuu ta’e geessuu

Qamiin hojii hojjetu ofi isaa tiif akka waligaltee galu fi raga ijaarsaaf isaa barbaachisu kan akka waligaltee fi ‘Working drawwing’ akka dursee haala taasifamu mijjate jira.




  1. Too’anno fi hordofii hojii




  • Hojjetoota hojii hojjetanin waan madalamaniif hojjii hojeetamu maalif akka ta’ee beekudhan qofa akka hojjetani fi soodda hoganatira ka’udhan akka hin tane sisteemin too’ano diriree jira.

  • Too’anoon fi hordoofin haala qinda’een fi haala Qulqullina hojii, yeroo hojjii, fi baasii hojii irratti xiyeefateen haala qinda’een akka adeemsifamu sisteemin diriree jira.




  1. Waliqunamitii fi walitti dhufeenya mamilaa fi Dhimmama wajjin jiru

Gurmaa’insii kun feedhi maamila fi dhimmama bu’uura godhachudhan kan qophahee waan ta’eef Walitti dhufeenya Mamilii fi dhimmaman wajjin jiru ni fooyyessa.



  1. .Annex




Annex-A
  1. Yaa’insa Hojii Damee Bulchiinsa Kontraata Duraan ture fi Walquunnamtii


Annex-1 Adeemsa Hojii Moofa Damee Bulchiinsaa Kontraataa gad fageenyan fi baasii fi sa’aatii hojii rawwachisudhaf fudhata ture adda basu (Old Process)

Steps

Adeemsa (Process)

Caaseefama Rawwatu (Functional Unit)

Interface

Yeroo barbaachisu (Sa'aatidhan)

Basii hojii adeemsota jalati ibsaman rawwachisudhaf barbaachisu

WWCE (Yeroo) Sa'aatidhan)

1

Fedhii caalbasii irratti hirmaachuu (Input)

 













1.1

Calbasi haala (Open tender, Short list, direct award) tiin bahu hordofuudhan

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa



1.00


43.00

0.50

1.2

Hojiin bahee bu'a qabeesa ta'u xinxaluu

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




4.00

253.00

1.50

1.3

Xinxalaa gageefame murtiidhaf dhiheesu

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




0.50

19.50

1.00

1.4

Murtii akka itti keenamuf dabarsu

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




1.00

40.25

0.50

1.5

Xalayaan ni qophaha

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




1.00

41.50

0.75

1.6

Xalayaan paaraafii ta'ee godhu dhan H/A Damee tiif ni dhihata

Div.Bulchinsaa kontraataa




0.33

13.20

1.7

Calbaasii dhihaate mirkaneesu fi akka itti adeemamuuf xalayaan ni mallataha

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.33

19.14

1.8

Xalayaan mallatahee 'TiTar' ni rukkutama

Bareessitu




0.33

4.95

1.9

Xalayaa chappadhaf mana galmee ni gala

Ergamtu




0.42

3.33

1.10

Xalayaa chappesudhan Div. Bittaa tiif dabarsu

 

Managalmee

6.00

14.50

17.00

1.11

Bittaa ‘Document’ tiif Mallaqa hayyamsisu.

 




8.00

320.00

1.12

Bittaan ‘Document’ caalbasii haala adeemsaa bittaa jirun akka gaggeesamu haayyamu.

Damee Bittaa, Bulchinsaa Qabeenya fi Dhiheessa Meesha

Damee Bittaa, Bulchinsaa Qabeenya fi Dhiheessa Meesha

6.00

704.00

1.13

Bitta ‘Document’ gaggeesudhan Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii tiif dhiheesu.(Sub-OutPut)

Div. Bittaa

Damee Bittaa, Bulchinsaa Qabeenya fi Dhiheessa Meesha

2.00

58.00

2

Document' bittame akka 'Analysis' isaa hojjetamuf Div.dhaf qajeelchu (Sub-Input)

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




1.00

58.00

24.00

2.1

Document' bittame akka xinxali gad fageenyan irratti taasifamuf Garee caalbaasii qopheesuf qajeelchu

Div.Bulchinsaa kontraataa




0.50

20.00

2.2

‘Document’ Bittame qaccessuu

Garee caalbaasii qopheesu/Ekispartii




16.00

872.00

2.3.1(A)

Haala Iddo Hojii(Site) baruudhaf gaafi dhiheesu

Garee caalbaasii qopheesu




1.00

37.75

40.00

2.3.2

Gaafi durgoo olmaa fi gaafi konkolaataa dhihate mirkaneesudhan Dameedhaf dabarsu

Div.Bulchinsaa Kontraataa




0.50

20.00

2.3.3

Gaafii lak. 2.3.1 irratii dhihaate mirkaneesuu

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.50

29.00

2.3.4

Durgoo olmaa Mirkana’ee Baajetaa Mallateesisu

Garee Caalbaasii qopheesu

Div.Baajeta

0.50

15.00

2.3.5

Durgoo olmaa kutaa Bajetaa tiin Hayyamamee faayinaansii bira geessu fi haala adeemsa faayinaansii keessa darbeen durgoo baasachu

Garee Caalbaasii qopheesu

Damee Faayinaansi

10.00

325.00

2.3.6

Gaafii konkolaataa Damee Bulchinsaa Maashinarii fi Konkolaataa tiif dhiheesu

Garee Caalbaasii qopheesu




1.00

34.00

2.3.7

Konkolaataa haala adeemsa Bulchinsaa maashinarii fi konkolaataa keessa darbeen hayyamu fi bobbaa saayitii tiif qophii godhu

 

Damee Bulchinsaa maashinarii fi Workshopii

16.00

-

2.3.8

Iddo 'Site' Dawwachu

Garee Caalbaasii qopheesu

Client'

48.00

13,686.50

2.3.9

Iddoo hojii(site) dawwachudhan raga funnanamee qindeessudhan Div. dhaf dhiheesu

Garee Caalbaasii qopheesu




8.00

-

2.3.1(B)

Haala gatii meeshaa ijaarsa barudhaf xinxala gabaa adeemsisu

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




40.00

2,320.00




2.4

Raga 13.8(A) fi 13(B) irratti funanamee qindeesu(arranging as data base)

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




16.00

25.00




2.5

Gati guutu(Price quotation)(Sub-OutPut)

Garee Qu'annoo gabaa fi Qulqullina Meesha Ijaarsa




40.00

2,770.00




3.1

Gatii guutamee xinxalu

Div.Bulchinsaa kontraataa




8.00

320.00

239.00

3.2

Gatiin guutamee ni mirkana'a

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




4.00

232.00

3.3

Gabasaa oditi,Ibsa heeregaa Bankii,Cufinsa Heereega, raga maashinarii fi konkolaataa,CV ogeesota,rawwi hojii waga sadii qindeesu

Garee. Caalbaasii qopheesu

Damee Maash.fi Workshopii,Damee Bitta fi Bul.Qabeenya,Odit,Abaseera

56.00

2,877.00

3.4

Haala gaafi calbaasii fi ragaa lak.3.3 irratti ibsamee irratti hunda'udhan ‘Technical proposal’ qopheesu

Garee. Caalbaasii qopheesu




24.00

1,762.00

3.5

Financial proposal’ fi ‘Technical proposal’ mirkaneesu dhan paaraaf gochudhan Damee dhaaf Dhiheessu

Div.Bulchinsaa kontraataa




16.00

640.00

27.00

3.6

Gatii gutamee fi ragaa qinda'ee xinxalu

Div.Bulchinsaa kontraataa




8.00

320.00

3.7

Document' sanadiin caalbasii mamilaaf ittin galii ta'u qopheesu

Garee. Caalbaasii qopheesu




4.00

136.00

43.25

3.8

Document'n ni Mallataha

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




1.00

58.00

8.00

3.9

Document'n Mallatahe 'Titar' ittigodhudhan mana galmee tiif ni ergama

Bareessitu




1.00

15.00

3.1

‘Document’ baay’isu

Garee Caalbasii Qopheesu




4.00

1,116.00




3.11

‘Document’ baay’atee Chappesudhan mamilaaf(Client) ni ergama

Managalmee

Managalmee

8.00

232.00

8.00

3.12

Xalayaa akka hojii moo’atan ibsu Mamila irraa fudhachu(Award letter)

Mamila(Client)

Mamila(Client)

480.00

-

5.00

3.13

Xalayaan galii ta'ee Damee Bulchinsaa Kontraataa tiif ni qajeelfama

Managalmee

Managalmee

4.00

116.00

3.14

Xalayaan ilaalamee akka Deebin itti kennamuf Div.Bulchinsa Kontraataa tiif ni qajeelfama

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




1.00

58.00

3.15

Xalaayan(Acceptance Letter) akka qophaahuuf ajaajin garee caalbaasii qopheesuf ni kennama

Div.Bulchinsaa kontraataa




1.00

40.00



101.38

3.16

Sagantaa karoora hojii Fooya’e (Revised Work Schedule) fi‘10% performance bond’ akka qopheessan ajaajin Damee Ijaarsa fi Damee Faayinaansii tiif ni beeksisan

Div.Bulchinsaa kontraataa

Damee Ijaarsa fi Damee faayinaansii

2.00

116.00

Yüklə 1,2 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin