Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə24/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26

3.17

Dameen ijaarsa fi Dameen faayinaansii karoora hojii fi 'performance bond' qopheesu

 

Damee Ijaarsa fi Damee faayinaansii

16.00

640.00

3.18

xalayaan Bareefame,Sagantaan hojii fi Kabachiisaa rawwana hojii walqabatee mallatodhaf Dameedhaf ni dhihata

Div.Bulchinsaa kontraataa




8.00

320.00

3.19

Xalyaan hojii fudhachu ibsu ni mallataha

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.50

29.00

3.20

Xalayaan mallatahe 'Titara' itti godhudhan mana galmee tiif ni ergama

Bareessitu




0.33

4.95

3.21

Xalayaan managalmee galee chappesamudhan Samsamee Maamilaaf ni ergama

Managalmee

Managalmee

8.00

43.50

3.22

Qabixilee akka dabalata gatii(Price Escalation), kaffaltii addaa(Compansation) fi kkf yoo uumaman akka waligaltee irratti haala addatiin qabamuuf marii mamilaa wajjin adeemsisu

Div.Bulchinsaa kontraataa




8.00

160.00

3.23

‘Document’ waligaltee qopheesudhan mallatoodhaf gara IIHBO ergu

Maamila (Client)

Mamila(Client)

120.00

-

3.24

‘Document’ waligaltee paaraaf godhudhan mallatodhaf Hojii Adeemsisa ol’aana dhaf dhiheesu

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




4.00

232.00

3.25

Waligaltee gama IIHBO tiin ni mallataha

H/A/ Ol’aana

H/A/ Ol’aana

2.00

160.00

3.26

Waligaltee mallata’ee chaappesiisudhan mamillaf deebisu

Managalmee

Managalmee

8.00

382.00

3.27

Waligaltee gama mamilaa tiin mallatesudhan chappesu fi ‘Design Drawwing’ wajjin walqabsisuudhan xalayaadhan IIHBO tif ni deebi'a

Mamila(Client)

Mamila(Client)

16.00

-

3.28

waligalteen Mallatahe Damee Bul.Kontraataa tiif ni qajeelfama.

Managalmee

Managalmee

8.00

58.00

3.29

Waligalteen Xalayaadhan Qaama dhimmi ilaaluf ni qophaha

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




1.50

87.50

3.30

Xalayaan mallatahee irratti 'TiTar' ni Gudhama

Bareessitu




0.33

9.57

3.31

Xalayaan managalmee galee ni chappesama

Managalmee

Managalmee

4.00

43.50

3.32

Waligaltee Qaama Hojii Rawwachisuf Kennu(Out-Put

Managalmee

Managalmee

1.00

-

 

 

 




1,057.57

31,954.64




4

Kaffaltii dura gaafachu(Input)

 







-




4.1

(A)


Kaffaltiin dura dhimma barbaadamuf ibsudhan akka qophahuu(Disbursement Schedule) Dameen ijaarsa ni ajaajama

Div.Bulchinsaa kontraataa




2.00

122.25




4.2 (A)

Gabaasa kaffalti qopheesudhan Damee bul. Kont.tiif deebisu

Damee Ijaarsa

Damee Ijaarsa

32.00

1,305.00




4.1

(B)


Advance Guarantee Bond’ akka qophahu ajaaja Damee faayinaansii tiif dabarsu

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.50

29.00




4.2

(B)


‘Advance Guarantee Bond’ qopheesudhan Damee Bul.Kontraataa tiif Ergu

Damee Faayinaansii

Damee Faayinaansii

16.00

640.00




4.1©

Xalayaa gaafi kaffaltii dura akka qophahu Div. Bulchinsaa Kontraataa Ajaaju

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.50

29.00




4.2©

Xalayaan Gaafi kaffalti duraa ni qophaha

Garee Kaffaltii fi Gabaasa




4.00

136.00




4.3

Xalyaan lakk.4.1-C irratti qophahee ragalee lakkoofsaaa 4.1-B fi 4.1-A irratti qophahee wajjin qindahudhan mallatoodhaf Damee Bul.Kont. Fi Hordofii tiif ni dhihaata

Div.Bulchinsaa kontraataa




3.00

123.75




4.4

Xalayaan fi lakk. 45 irratti ibsamee ni mallataha

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




1.00

58.00




4.5

Xalayaan mallatahe 'Titarin' itti godhamudhaan managalmee ni gala

Bareesitu




0.50

7.50




4.6

Xalayaan Chappeffame Gorsaa(Consultant)dhaf ni ergama

Managalmee

Managalmee

8.00

9.57




4.7

Dhabban Gorsaa 'Consultant' mirkaneesudhan mamilaaf ni erga

Gorsa(Consultant)

Gorsa(Consultant)

16.00

-




4.8

Gaafi kaffaltii duraa mamilaa biraa gahu isa hordofu ykn qaaman ‘consultant’ irraa fudhun maamilaaf dhiheesu

Garee Kaffaltii fi Gabaasa




16.00

-




4.9

Kutaa faayinaansii maamila Biraa gahu hordofudhaan Damee faayinaansii tiif Beeksisu

Garee Kaffaltii fi Gabaasa




8.00

572.00




4.1o

Kaffaltii dura gaafatame fudhu (Out-Put)

Damee Faayinaansii

Damee Faayinaansii

40.00

1,180.00




5

Adeemsa Pirojektii Fudhu (Site Hand over)(Input)

 







-




5.1

Bakka Bu'oon qamaa 3C's akka argaman xalayaan ni qophahaf

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




1.00

46.50




5.2

Xalayaan qophahee ni mallatahe

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.50

29.00




5.3

Titarin itti godhudhan gara mana galmee ni ergama

Bareesitu




0.50

14.50




5.4

xalayaan chappeffame baasii ta'ee qaamotii dhimmi ilaalu hundaf ni rabsama

Managalmee

Managalmee

8.00

60.00




5.5

Iddoo bakka bu’oon qamma ijaarsa(Contractor), gorsaa(Consultant), Maamilaa(Client) jiranitti marii ni adeemsifama

Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




8.00

1,664.00




5.6

Walharkaa fudhinsii Pirojektii ni adeemsifama

Damee bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii

3C's

8.00

464.00




5.7

Meshaa Ijaarsaf barbaachisu,Humna Nama, maashinarii qopheesudhan Damee dhimmi ilaalatuf kennu

Div. Hordofii (Super Vision Div.)




48.00

1,932.50




5.8

Baasii hojii egalsiisudhaf barbaachisu qopheesu(Project Implementation Cost)

Div. Hordofii (Super Vision Div.)




24.00

972.50




5.9

Xalayaa Ajaja hojii Qopheesudhan Paaraaf gochudhaan Damee dhaf dhiheesu

Div. Hordofii (Super Vision Div.)




1.00

46.25




5.1

xalayaa mallatesu

Damee bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii




0.50

29.00




5.11

Xalayaa ajaja hojii Titara itti godhudhan mana galmee galchu

Bareesitu




0.50

14.50




5.12

Xalayaa ajaaja hojii chappesudhan basii gochu

Managalmee

Managalmee

4.00

116.00




5.13

Xalayaa Ajaaja hojii(Job Order) Waligaltee fi 'Working Drawing'dhan walqabsisudhan Damee Ijaarsa tiif dhiheesu

Div. Hordofii (Super Vision Div.)




4.00

116.00




6

Yüklə 1,2 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin