Kaffaltiin ni fudhatama(Out Put)
Damee Faayinaansii
|
Damee Faayinaansii
|
8.00
|
872.00
|
|
7
|
Garagaruma hojii (Variation Work, Dabala gatii (Price Escallation), Dabalata yeroo (Time Extension)(INPUT)
|
|
|
|
|
|
7.1
|
Gaafin garagarumma hojii,Dabala gatii, fi dabalata yeroo dhihaata
|
Site Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
4.00
|
116.00
|
|
7.2
|
Gaafii lakk.7.1 irraatti dhihaate Waligaltee jiru walin walibira qabudhan ni xinxalama
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
2.00
|
58.00
|
|
7.3
|
I/G 'Site' tiif ni dhihaataa
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
7.4
|
sirii ta'u mirkaneffachudhan akka xalayaan qophahu ni ajaja
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
37.75
|
|
7.5
|
Xalayaan qophahee mallattoodhaf I/G 'Site' tiif ni dhihaata
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
17.00
|
|
7.6
|
xalayaan gaafii ni mallataha
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
17.00
|
|
7.7
|
Titari fi chaappan itti Godhamme Gorsa dhaf ni kennama
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
7.8
|
Gorsaan xalayaa gaafii dhihaatee ni xinxala
|
Gorsa(Consultant)
|
Pirojektii irratti(Site)
|
2.00
|
-
|
|
7.9
|
Gorsan,mahandisin 'site', fi I/G Pirojektii waliin ta'udhan iddo hojii ni dawwatan akkasummas marii ni gageesan
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
4.00
|
832.00
|
|
7.10
|
sireefamin taasifamu qabu yoo jiratu akka siratu ni godhama
|
Gorsa(Consultant)
|
Pirojektii irratti(Site)
|
2.00
|
-
|
|
7.11
|
Haala yaada gorsaa irraa dhihaatee fi mariidhan irratti waligalamen akka sireesse dhiheesu Office Engineer ni ajaaja
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
34.00
|
|
7.12
|
garagaruma hojii(Variation Work,Dabala gatii (Price Escallation),Dabalata yeroo(Time Extension) hamma ta'u qabu ni dhiheesa
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
8.00
|
244.50
|
|
7.13
|
Mallatodhaf itti gaafatama 'Site' tiif ni dhihaata
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
29.00
|
|
7.14
|
ragan mallatahee irratti 'Titar' ni rukkutama
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
7.15
|
Gorsa Dhaf ni dhihaata
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
7.16
|
Document' mirkana'e Ijaarsaf ni deebi'a
|
Gorsa(Consultant)
|
Pirojektii irratti(Site)
|
4.00
|
-
|
|
7.17
|
Office ijinarii akka xalayaa gageesitu qopheesu ni ajaajama
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
17.00
|
|
7.18
|
Xalayaan gageesitu ni qophaha
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
32.75
|
|
7.19
|
xalayaan qophahee ni mallataha
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
17.00
|
|
7.20
|
xalayaan mallatahe 'Titarin' fi Chappan itti godhamudhaan gara wajjira Pirojektii ni ergama
|
Office Engineer'
|
Pirojektii irratti(Site)
|
8.00
|
232.00
|
|
7.21
|
H/A Pirojektii tiif ni dhihaata
|
managalee(Wajjira Pirojektii)
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
2.00
|
30.00
|
|
7.22
|
Xinxala akka irratti gageessamuf 'Office Enginer' dhaf ni qajeelfama
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
1.00
|
40.00
|
|
7.23
|
Xinxali ni gageefama
|
Project office 'office Engineer'
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
2.00
|
58.00
|
|
7.24
|
Xalayaan gageesitu gara wajjira Ol'aana ni qophaha
|
office Engineer ykn bareesitu
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
0.50
|
33.25
|
|
7.25
|
Xalyaan gageesitu akka mallatahuf H/A wajjira Pirojektii tiif ni dhihaata
|
Ergamtu
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
0.50
|
17.00
|
|
7.26
|
Xalayaan mallatahe 'Titar' irratti rukkutame mana galmee ni gala
|
Bareesitu
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
1.00
|
15.00
|
|
7.27
|
xalayaan mana galmee galee Chappeffame basii ta'udhan gara wajjira ol'aana ni ergama
|
Managalme
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
8.00
|
1,320.00
|
|
7.28
|
Managalmee wajjira Ol'aana ni gala
|
Managalme
|
Managalmee
|
1.00
|
29.00
|
|
7.29
|
Damee dhimmi ilaaluf ni qajeelchama
|
Managalme
|
Managalmee
|
4.00
|
136.00
|
|
7.30
|
xinxaliin akka irratti gageeffamuf Div.Pirojekticha hordofuf ni qajeelchama
|
Damee Ijaarsa
|
Damee ijaarsa
|
1.00
|
58.00
|
|
7.31
|
Akka gara damee Bul.Kontraataa fi Hordofi ergamuf Yaddannoo qopheesudhan damee dhaaf ni deebisa
|
Div. Ijaarsa
|
Damee ijaarsa
|
2.00
|
80.00
|
|
7.32
|
ragan Damee Bul. Kontraataa fi Hordofii tiif ni kennama
|
Div. Ijaarsa
|
Damee ijaarsa
|
4.00
|
160.00
|
|
7.33
|
Xinxalaaf Div. Bulchinsaa Kontraataa tiif ni qajeelfama
|
Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii
|
|
1.00
|
58.00
|
|
7.34
|
ragaan dhihaate caaseefama(Tajajjila) dhimmi ilaaluf ni qajeelfama
|
Div.Bulchinsaa kontraataa
|
|
0.50
|
20.00
|
|
7.35
|
xinxalii gad-fageenyan ni gageeffama
|
Tajaajila caseefama Div.Bulchinsa kont.
|
|
4.00
|
116.00
|
|
7.36
|
xalayaan gageesitu ragaan dhihatee akka mirkana'uf gara wajji gorsa (Consultant) ittin ergamu ni qophahu
|
Tajaajila caseefama Div.Bulchinsa kont.
|
|
1.00
|
35.25
|
|
7.37
|
xalayaan mallata'oo dhaf gara H/A/ Damee ni deebi'a
|
Tajaajila caseefama Div.Bulchinsa kont.
|
|
0.50
|
20.00
|
|
7.38
|
xalaayan gageesitu ni mallataha
|
Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii
|
|
0.50
|
29.00
|
|
7.39
|
Xalayaan mallatahe irraati 'Titar' godhame managalme ni gala
|
Bareesitu
|
|
0.50
|
7.50
|
|
7.40
|
Chaappan rukkutame qaama dhimmi ilaaluf ni raabisama
|
Managalmee
|
Managalmee
|
1.00
|
15.00
|
|
7.41
|
Gorsan Mirkaneesudhan akka hayyamamuf gara maamila(Client) ni erga
|
Gorsa(Consultant)
|
Gorsa(Consultant)
|
32.00
|
300.00
|
|
7.42
|
Mamilii kan irratti waligalee hayyamudhan gara 'consultant' deebisa
|
Div.Bulchinsaa Kontraataa
|
|
24.00
|
-
|
|
7.43
|
kan maamilii hayamee gara IIHBO ergama
|
|
mamila(Client)
|
8.00
|
-
|
|
7.44
|
Mani galmee Damee bul.kontraataa tiif ni dhiheesa
|
|
managalmee
|
4.00
|
15.00
|
|
7.45
|
Dameen Bul. Kontraataa fi Hordofii Div. Bulchinsaa Kontraataa tiif akka xalayaan damee dhimmi ilaaluf qophahu ni qajeelcha
|
Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii
|
|
0.50
|
29.00
|
|
7.46
|
Div. ilaaludhan xalayaan akka qophahu garee ni ajaja
|
Div.Bulchinsaa Kontraataa
|
|
0.50
|
20.00
|
|
7.47
|
gareen xalayaa ni qopheesa
|
Garee Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
1.00
|
40.25
|
|
7.48
|
xalayaan qophahee paraaf ta'e H/A damee tiif ni dhihaata
|
Garee Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
0.50
|
20.00
|
|
7.49
|
H/A damee xalayaa ni mallatesa
|
Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii
|
|
0.33
|
19.14
|
|
7.5
|
xalayaan malla tahe 'titar' itti gochudhan mana galmee ni gala
|
Bareesitu
|
|
0.50
|
7.50
|
|
7.51
|
mani galmee basii gochudhan Damee Ijaarsa tiif ni kenna
|
|
managalmee
|
4.00
|
29.00
|
|
7.52
|
Dameen ijaarsa akka xinxaluuf div. pirojekticha hordofuf ni qajeelcha
|
Damee Ijaarsa
|
|
0.50
|
29.00
|
|
7.53
|
Div. xalayaa gara wajjira pirojektii ni qopheesa
|
Damee Ijaarsa
|
|
1.00
|
40.00
|
|
7.54
|
xalyaan qophahe ni mallataha
|
Damee Ijaarsa
|
|
0.50
|
35.25
|
|
7.55
|
xalayaan malatahe titar itti godhame managalmee ni gala
|
Bareesitu
|
|
0.50
|
14.50
|
|
7.56
|
Manigalmee chappesudhan gara wajjira pirojektii ni erga
|
|
managalmee
|
24.00
|
1,316.00
|
|
7.57
|
wajjiri pirojektii ni xinxala
|
Wajjira Pirojektii
|
|
8.00
|
320.00
|
|
7.58
|
wajjiri pirojektii akka hojii irraa oluf Sayiti ni ajajja
|
Wajjira Pirojektii
|
|
8.00
|
532.00
|
|
7.59
|
Garaagaruman hojii(Variation Work), Yeroon hojii dabalata barbaachisu(Time Extension) fi Dabalata gati(Price Escalletion) hojii irraa ni oola(OUTPUT)
|
saayitii hojii
|
|
2.00
|
58.00
|
|