|
Hojilee Ijoo Damee Bulchiinsa Kontraataa fi Hordoffii jallatti rawwataman Steepi, Yeroo fi Baasii hojiin fudhata ture
|
səhifə | 5/26 | tarix | 07.01.2019 | ölçüsü | 1,2 Mb. | | #91804 |
| Hojilee Ijoo Damee Bulchiinsa Kontraataa fi Hordoffii jallatti rawwataman Steepi, Yeroo fi Baasii hojiin fudhata ture.
Lakk.
|
/Adeemsaalee Ijoo/
|
‘Step’ Deemmamu
|
Yeroo Fudhatu (Sa’aatii dhan)
|
Baasii Barbaachisu
(Birr)
|
1
|
‘Document’ caalbaasii dorgomudhaf bittamudhaf
|
12
|
31.00
|
1,534.37
|
2
|
‘Document’ Bittame qacceesudhan gatii gutu
|
26
|
229.91
|
21,746.62
|
3
|
Waligaltee Pirojektii Mallateesu
|
58
|
1,057.57
|
31,954.64
|
4
|
Kaffaltii dura Fudhachu
|
10
|
126.50
|
4,212.07
|
5
|
Pirojektii Waligalteen erga mallatahe booda fudhu (Hand over)
|
12
|
108.00
|
5,504.75
|
6
|
Kaffaltii hojii hojjetame fudhachu (Payment Collection)
|
49
|
197.50
|
6,267.75
|
7
|
Garaagarummaa hojii (Variation Work), dabalata gatii (Price Escalletion), fi Yeroo dabalata gaafachu (Time Extension)
|
59
|
203.00
|
6,843.64
|
Hub:-Tareeffamin hojiilee ijoo dame bulchinsaa kontraataa jalatii rawwataman steep, yeroodhan fi baasiidhan bal’inaan ‘Annex’ Airratti ibsamee jira.
-
Maamiltootaa fi dhimmamtootaa Hojii Ijaarsa IIHBO
Maamiltoota
-
Biiroo Bishaanii, Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa
-
Ministeera Qonnaa
-
Ministeera Bishaanii fi Inarjii
-
Ministeera Barnoota
-
Biiroo Qonnaa Oromiyaa
-
Korporeeshinii sukkaaraa
-
Abbootii qabeenya fi dhaabilee adda addaa
-
Hojjetoota fi Dameewwan deeggarsa IIHBO
Dhimmamtoota
-
Bulchinsaa Motummaa Nannoo oromiyaa
-
Abba Taayitaa To’aannoo fi Hordooffii Dhabbilee misooma Oromiyaa
-
Boordii
-
Manajimentii waajjira
-
Hojjetoota fi Waldaa Hojjetootaa
-
Ummata
Fedhii Maamiltoota fi Dhimmamtoota
Fedhii maamilii fi dhimmamtootni intarpiraayizichaa irraa barbaadan hubbachuuf ragaa barreeffaman walitti qabamee fi gaafiin afaaniin dhihate irraa hubbachuun akka danda’ametti maamilli intarpiraayizichaa wantoota armaan gadiitti tarreeffaman garee bulchinsaa kontiraataa fi hordofii tiin akka guutamuuf kan barbaadani dha.
Fedhii Maamiltoota fi dhimmamtoota
-
Gatii madaalawaa (fair price) ta’een tajaajila qubsaa ta’e argachuu barbadu.
-
Gatiin caalbasii yeroo guutamu haala qabatama pirojektii dawwachu
-
Hojii haala waligaltee tiin yeroo dhan qulqullinaa barbaadamun fi baasii qabameen rawwachudhan maamilaaf dabarsani kennu.
-
Ijaarsa Waligalteen galameef tokko tokkoo haala qindoomina qabun gara hojii galu.
-
Karooraa hojii haala qabatama jiru irraatti xiyyeeffate qopheesu
-
Rakkinaa pirojektii irraatti ijaarsaan walqabatee mul’atu akka yeroodhaan furmaata argatu barbaadu
-
Kaffaltiin hojiidhihaatu haala waliigaltee fi ‘working drawing’ bu’uureffateen akka dhihaatu barbaadu.
-
Dhimma tokkof yeroodhaan fi haala iftomina qabuun deebi iddoo tokkotti argachu barbaadu.
-
Hordofii fi too’annoo bu’aa qabeessa ta’ee fi qindawwa ta’ee gaggeesu.
-
Pirojektoota yeroo fudhaan haala humna fi dandeetti Interpriyizichaa ilaalacha keessa galcheen ta’u akka qabu.
-
Hojjetooni haala ogummaa fi dandeettii isaanitin ramadamu akka qabanu
-
Interpiraayiziin iddoo tasgabiin industirii itti egamee, hojjetootinni itti gamadani hojii raawwatani fi oggessoonni itti qaxaramaani hojjachuuf hawwan akka uumamu barbaadu,
-
Dabalata gatii, garaagarumma hojii yeroodhaani fi bu’aa IIHBO eegen akka dhihatu barbaaduKaroorii hojii wajjira hirmaachisaa ta’ee, qindoomina qabuu, rakko fi fedhii maamiltoota ykn dhimmamtoota furmaata kennu ykn guutuu danda’uu,
-
Yeroo karoorfame keessatti fedhii maamilaa fi dhimmamtoota guutee kan raawwatamu danda’uu,
-
Raawwiin hojii fizikaalaa fi baasii itti raawwatamee kan walmadaluu danda’uu,
-
Gabaasa hojii yeroo fi qulqullina isaa egatee akka dhihaatuu,
Dostları ilə paylaş: |
|
|