Gosaa Walqunnamtii
|
Qaamolee walitiidhufeenya qaban (Interface)
|
Dhimmoota Walitti dhufeenya
|
Fedhii (wantaa IIHBO irraa barbaadan)
|
Dhimmamtoota
|
Boordii
| -
Gamaaggama hojii raawwachuu irratti
-
Kallatii haaraa hojii diriirsuu irratti ykn seera baasuu fi Raggaasu
| -
IIHBO akka hojii adda addaa irraatti hirmaachudhan ijaarsa rawwatu barbaadu.
-
Waligaltee Bu’aa Qabeessa ta’ee fi Hojii hojjechisu danda’u galu.
-
IIHBO kayyoo hundeeffameef galmaan gahu.
|
Dhimmamtoota
|
Uummata
| -
Dhimmoota hawaasumma irratti fi pirojektii ykn hojii hojjetamu irraa fayyadamaa ta’uu.
| -
Tajaajilaa barbaadamu yeroodhan argachu.
|
Maammiltoota
|
Waajjiraalee Dhuunfaa fi mootummaa /Dhaabbilee adda adda
| -
Hojiiwwan waajjirichaa kennuu irratti
-
Kaffaltii hojii rawwachu irratti
-
Deeggarsa oogummaa walii kennuu fi Muuxannoo waljijjiiru irratti
| -
Gatii madalawaa ta’een waligaltee hojii galu.
-
Ijaarsa yeroodhan, qulqullinaa fi baasii qabameen rawwachu.
-
Kaffaltii yeroodhan rawwachu
-
Dhimmootaa walqunnamtii irratti yeroodhaan furmaata barbaadamu argachu.
|
Adeemsaalee qunnamtii Keessaa
|
Dhimmoota walqunnamtii
|
Manajimantii Waajjiraa
|
Hordoffii fi gamaggama hojii dhiheenyan yeroo yeroodhan rawwachu, kallatti hojii ka’uu irratti,Karoora hojii qopheessu fi rawwii hojii madalu irratti.
|
Waldaa Hojjetoota
|
Dhimmoota hojjetaa fi hojjechiisaan wal qabate irratti
/Dambii ittiin bulmaata waajjira bu’uura gochuudhaan/
Faayidalee hojjetaa adda addaa kabachiisuu irratti
|
Hojjetoota
|
Raawwii hojii (Dirqamaa fi itti gaafatamummaa hojii) irratti
|
Adeemsaalee Hojii deeggarsaa
|
|
| -
Hojii barbaadee waliigaltee kontiraata seenuu fi ajaja hojii kennuu irratti
-
Hojii hojjetame hordofuu fi jijjiirama hojii ykn walii galteen ala dhufu irratti .
-
Hojii hojjetameef kaffaltii sassaabuu irratti.
|
-
Div. Qophii karooraa fi gabaasaa raawwii
| -
karooraa fi sagantaa hojii baasuuakkasumas gabaasa qopheessuu irratti
|
-
Damee Bulchiinsa humna namaa fi div.Ijaarsa dandeetti
| -
Ogeessotaa fi gargaartota/hojjetoota guyyaa/ qaxaruu fi bulchuu irratti fi gahumsa hojjetoota ijaaruu irratti
|
-
Damee Bulchiinsa maashinarii fi workishooppi
| -
Maashinarii fi konkolaatota hojiif ta’an yeroodhan dhiheesu irrati
|
-
Damee Bittaa fi Bulchiinsa qabeenya
| -
Meeshaalee hojiidhaf barbaachisan dhiheesu fi bulchuu irratti
|
| -
Kaffaltii hojii sasaabu fi Malaqaa hoji raawwachiiftu gara pirojekitootatti erguu.
|
Kanaafuu, dhaabbilee kana irra muuxannoon hojii isaanii haala walharka fudhinsaa yaa’insa hojii itti xiqqeessan, yeroo gabaabsuun hojii ijaarsa itti xummurani maamilaaf dabarsan, baasii ijaarsa irratti raawwatamu itti xiqqeessan, osoo baasii guddaa hin baasiin qulqullinaan ijaarsa pirojeektoota eeganii hojii raawwatan fi akkasumas fedhii maamilaa fi dhimmamtoota isaani itti quubsu danda’aan ilaalame filaachuun danda’ame jira.