Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə9/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   26

3. Sadarkaa deebisani Kurfeessuu

(Redesigning phase)

    1. Barbaachisumma deebisani gurmeesu

Hojilee Bulchinsaa Kontiraataa, Hordofii, Too’annoo, karooraa, Qorannoo gaba fi ittisa sodaa kanaan dura Damee lama keessatti kan rawwatama turan ta’uu irraa kan ka’ee hojileen kunnin kan haala gurmaa’insa qabun kan hin rawwatamine ta’u isa, kallattiidhaan itti waamamni dameewwan kana yeroo adda adda addaa Hojii Adeemsisa wajjira fi itti ana hojii adeemsisa wajjiratiif kan ture ta’un isa ni hubbatama, Haata’u malee adeemsi hojii kun caasseeffama adda addaa keessa kan galu fi angoo fi itti gaafatamuman damee adda addaa keessati kan addaan ciccitee ta’u isaa irraan kan ka’e raawwiin hojii amma jiru irra deddeebii, Saffisaan, Qulquliinaan, Baasii fi Baayinaan yemmuu madaalamu fedhii maamilaa fi dhimmamaa waajjin kan wal hin simine dha. Itti quufinsa dhabuu maamila kana furufis Fedhii maamilaa fi dhimmamaa akkasumas rakkoolee adeemsa duraa keessa jiru qorannoo JBAH sadarkaa qayyabannoo keessatti bal’inaan ilaalaman bifa haaraatiin haala fedhii maamilaa fi dhimmamaa giddu galeessa godhateen kurfeessun yaalameera.


Sadarkaa kurfeessu kana keessatti dhimmonni akka rakkootti Kaa’ame, Seerota ykn Barmaatileerakkoo uumameef sababaa ta’an, yaadamootagufuu ta’an faallessuun,yaadamotahaaraa burqani fi Pirinsipiloota JBAH irratti hundaa’uundhaan yaa’insi hojii haaraa fi adeemsa hojii haaraa hundeessuun danda’ameera.





    1. Madda Adeemsa Haaraa irra deebi’un kurfeessu (Sources of Redesigning the Process)


Rakkoolee itti quufinsa dhabuu maamilaa fi dhimmamaa, Seera fi yaadamoota fi yaada haaraa , Qajeelfamoota JBAH fi muuxannoo gaarii waajjiraale biroo

Yaadamoota moofa soba Taasisuu fi Yaadamoota haarawaa maddisiisu.





Rakkolee


Seera/Barmaatilee

Yaadamoota

Yaadamoota Soba Taasisu(Cabsuu)

Yaada Haaraa (New Assumption)




    1. Waligaltee hojii

  • Waligalteen yeroo galamu haala iddo hojii ilaaludhan fi haala human IIHBO ilaalcha keessa galcheen kan hin tane ta’u.

  • Waligalteen haala bu’a IIHBO eegenkan hin tane ta’u fi caalmati bu’aa maamila qofa kan egu ta’u.

  • Hojiileen waligalteedhan ala hojjetamanif raga qubsa ta’e qabachu dhabu.

  • Waligalteen tokko hojjilee hundaa akka bakka bu’u danda’u gochudhan fudhachu.

  • Wantoonni waliigaltee dura guutamu qaban osoo hin guutamin waligaltee galu



  • Caassefama IIHBO

  • Barmaatile





  • Hojii abbummaafi akka gad fageenyan hordoffii taasisuuf waliigalte kan galuu qabu Damee Bulchiinsaa kontraatati Ijaarsa kan raawwachuu qabu Damee Ijaarsa, ta’u akka qabu itti amanameti.

  • Hojiin waajjira/dhaabbata mootummaa irraa dhihaatu dirqama akka ta’eeti fudhachu.

  • IIHBO wajjira Mootumama waan ta’eef baasii dabalataa yeroo biros gaafachun ni danda’ama yaada jedhun



  • Waligalteen fi hojiin ijaarsa Damee addaa addaa tiin rawwatamun isaa qaamin ijaarsa gaggeesu hubbannoo gaha akka hin qabane kan taasisu ta’u.

  • Hojiilee dabalata hojjetamanif waligalteen yoo kan hin galaminef seera qabeesa akka hin tane.

  • Waliigaltee seenu fi hojiin ijaarsa qaama addaa addaatiin raawwatamun isaa qaamin ijaarsa gaggeessu hubbannoo gaha akka hin qabaane kan taasisu ta’u.

  • Hojiilee dabalata hojjetamanif waligalteen yoo kan hin galaminef seera qabeesa akka hin tane.



  • Hojii hojjetamu tokko tokko isaatif jijjirama mul’aatuf waligalteen galamu qaba.

  • Adeemsi Waligaltee galu, waligalteen dhihate kan hojii hojechisu danda’u ta’u mirkanneffachudhan mallateesu.

  • Hojii hojjetamu tokko tokko isaatif jijjirama mul’aatuf waligalteen galamu qaba.

    1. Gatii Pirojektii Guutu fi Pirojektii fudhachu

  • Gatiin quubsa ta’ee hin guutamu.

  • Gatiin yeroo guutamu haali qabatama iddoo hojii kan hin ilaalamne ta’u.

  • Dirqamaa hojii IIHBO tiif mottumaa nannoo irraa kennamu

  • Barmaatilee

  • Xiyeeffanoon jiru caalbasii mo’aachudhaf ta’u

  • Iddoo adda addaa keessatii beekkumsa argachudhaf

  • Haala iddo hojii barmaatilee jiru irraa beekkun ni danda’ama yaada jedhun.

  • Maamili dhaabata mootumma waan ta’eef hanqinni mallaqa yoo kan nu muudatu ta’e tumsi gama mootumatin nuuf godhama yaada jedhu

  • Xiyyeffanoo caalbasii moo’achudhaf jecha gatii xiqaa dhan dorgomun kan wajjira baasii dabalata akka baasuuf dirqisisu ta’u.

  • Baarmatileen muxxanno jiru irraa ammala hojii barun ni danda’ama jedhu kan fudhatama hin qabne ta’u.

  • Maamili akka hojiin hojjetamuf barbaadulee osoo iddo hojii hin ilaalin gatii guti yaani jedhu hin jiru




  • Gatii bu’a qabeessa ta’e guutudhan dorgoma ta’u qaba.

  • Yeroo gatiin guutamu iddon hojii dawwatamu qaba.

    1. Kaffaltii hojii




  • Kaffaltiin iddo adda addaa keessa kan darbu ta’u (Site,Pirojektii, Damee Ijaarsa, Damee Bul.Kontraataa irra gara konsultantii, mamilaa)

  • Kaffaltiin hojii hojjetamee yeroo dhan dhihaatu dhabu

  • Kaffaltiin haala harcaatii qabun kan dhihaatu ta’u


  • Caaseefama wajjira yeroo amma jiru

  • Qajeelfama Ijaarsa(Int.ConSt.Rule)

  • Barmaatilee

  • Kaffaltiin yeroo caaseeffama adda addaa keessa darbee dogongora hambisu danda’a yaada jedhuf.

  • Kaffaltiin hojii yeroo barbadameti argachun ni danda’ama yaada jedhu

  • Kaffaltiin hojii tokko tokkoo yeroo biro gaafatamu ni danda’a yaada jedhun




  • Kaffaltiin qaama hojjetan yeroo gaafatame dogongora hambisu danda’a.

  • Hojiin hojjetamee kaffaltiin haala harcaatii qabun osoo hin gaafatamin hafan irraa deebi’ame yeroo gaafatamu dogongora kan umamuu danda’u ta’u.

  • Mallaqin hojii hojjetame yoo yeroodhan hin argamine hanqina mallaqa wajjira ni muddata

  • Kaffaltiin hojii hojjetamee yoo kan turu ta’e dagatamu ni danda’a

  • Kaffaltiin hojii hojjetamee haala harcaatii hin qabneen caasseffama gabaaba keessa darbudhan akka gaafatamu angoo fi itti gaafatamuma qaama hojjetuf kennu.




    1. Baasii hojii rawwachudhaf bahu




  • Itti fayyadama qabeenya irratti qisaasin(wastage) guddan jiraachu

  • Baasii adda addaa yeroo bahu haala waligaltee jirun ta’u isa hordofu dhabu.

  • Efficiency’ adeemsa ijaarsa haala Normii tiin hojjechun gad bu’u ta’u.

  • Negligency’ gamaa hojii haala waligaltee tiin hojjechu irrati jirachu.







  • (caaseffama IIHBO)

  • Barmaatile

  • Ilaalcha baasiin baheehojiin eegalamee hojjetamu qaba jedhu fi garaagaruman gatii yoo jiratee yeroo biro ni gaafatama yaada jedhu.

  • Itti fayyadamin qabeenya yeroo qaama adda addaa tiin too’atame yaada qisaasamin fi harcaatin ni hambisa jedhuuf

  • Hojiin ijaarsa haala waligaltee tiin yeroo kaa’ame keessatti rawwatu dhabun wajjira baasii dabalataa tiif kan saaxilu fi hojii biro akka hin hojjene kan dhowu ta’u.



  • Hojiin waligaltee irratti hunda’udhan hojjetamu qaba

  • Adeemsi itti faayyadaman ofii isatii qabeenya ittin too’atu diriru qaba.

  • Garaagaruma hojii hojjetamuf baasiin yeroodhan gaafatamu qaba.

    1. Hordofii fi To’annoo




  • Pirojektoota yeroodhan, qulqullinaan, baasii fi keenna tajaajilaa irrati hunda’udhan hin madalaman.

  • Fedhii mamilaa fi dhimmamtoota guutudhaf hojiin hordofii taasifamu xiqaa ta’u.

  • Too’anoo fi hordofiin itti fufinsa fi haala karooratin miti

  • To’aanoon fi hordofiin gageefame kan bu’a qabeesuma dabalu miti.

  • To’aanoon yeroo gageeffamu kan ariifanaan ta’u fi qaama dhimmi ilaalu hunda haala hirmachisun miti.

  • Adeemsi hordoffii fi gammaaggama raawwii karooraa hirmaachisaa hin ta’ee, qindoomina fi otoo walirra hin cinnee hordofamu dhabamuusaa, ragaa fi odeeffannoon gahaa ta’an argachuu dhabamuusaa,

  • gabaasa ifaa fi amantaa qabuu qinda’ee qaama murtii fi kallatti kennu danda’uu yeroo barbadamuu keessatti dhiheessuu dadhabuu







  • Caasefama hojii jiru

  • Barmaatile




  • Seera barreeffame hin jiru

Barmatileen ni jira




  • Yaadamoota qaamin hojii hojjetu tokko ijaarsa haala qulqullina qabun, baasii hir’isun fi kenna tajaajila ilaalcha keessa galcheen waligaltee ijaarsa irratti hunda’udhan rawwatu danda’a yaada jedhun

  • Hordoffiinii fi gammaaggamni raawwii karooraa hojii qaama alaatiin jedhani fudhachuu

  • Adeemsi hordoffii fi gammaaggamaa ifa ta’e diriiruu baatuus qaamni kamiyyuu yeruma barbaade qofa hordoffii fi gammaaggama raawwii karooraa rakkoo adda baasuun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu dandeesissu gaggeessuu ni danda’aa jedhamee waan yaadamuufidha




  • Hordofii fi too’anoon xiyyeffanoo qulqullina, baasii, yeroo fi kenna tajaajila irratti hin hundoofne wajjiri akka maaqa garii hin horane taasisa.

  • Hojii hojjetamu keessati macca’insii qabeenya, baasi fi qulqullina dhabu hojii mul’atu ni danda’a.

  • Adeemsa hordoffii fi gammaaggama raawwii karooraa haala itti gaafatamummaa fi itti fufiinsa hin qabaanneen gaggeeffamaa ture rakkoo adeemsa hojii irratti qunnamaniif tarkaanfii sirreeffamaa fudhatamuu qabu yeroodhaan akka fudhatamuu fi jijjiiramni argame akka madaalamu gochuu waan hin dandeenyeef karooraa karoorfame galma geesissuurratti rakkoo ta’eera.




  • Seeri, Qajeelfamin qulqullina hojii, Basii fi kenni tajaajila ijaarsa bahani hojii irraa oolu qaban.

  • Hordofii fi Too’anoon yeroo hojii, qulqullina hojii, baasii hojii, itti fayyadama qabeenya fi kenna tajaajila irratti hunda’e karooran haala qaama dhimmi ilaalu hunda hirmaachiseen taasifamu qaba.

  • Adeemsa hordoffii fi gammaaggama raawwii karooraa qaama hojii gochuun, ittigaafatamummaa fi itti fuufiinsa mirkaneessuun galma ga’iinsa karooraa fi bu’aa raawwii karooraa madaaluun ni dandaa’ama

    1. Walitii dhufeenya ‘Consultant’ fi ‘Construction’ giddu jiru.




  • Saayitii irratti yeroo ijaarsii gaggeeffamu qaamin ‘consultant’ fi qaamin ‘Constractor’ argamudhan ijaarsa rawwatamef qulqullina, yeroo fi baasii itti bahee mirkaneesu dhabu




  • Barmaatilee




  • Dhabbani ijaarsa rawwatu dhabbata misoomaa mootuma waan ta’eef, beekkani dogongorsisun hin uumamu jechudhan waan gorsan yaaduf.

  • Rakkini yoo Kan dhummamu ta’ees mariidhan hikunni danda’ama jechu.

  • Hojii hojjetame yeroo kaffaltiin gaafatamu ilaaludhan mirkaneesun ni danda’ama jeechu

  • Dhabbani ijaarsa gageesu dhabbata Misooma Moottuma ta’us ijaarsa haala yeroo, qullqullina fi baasii ilaalcha keessa galcheen gageesu dhisu ni danda’a.

  • Hojiin yeroo hojjetame booda, (baasi isaa, fi qulqullina isaa safarun) guutuman guututii ni beekama jechun akka hin danda’amne.

  • Saayitii irratti yeroo ijaarsi tokko gaggeeffamu qaamin ‘Consultant’ fi qaamin ‘Contractor’ argamani hojiin haala barbaadamun rawwatamu isaa mirkaneesu qaban

    1. Kaffaltii adda addaa bobbaa dura rawwataman




  • Gara hojii boba’udhaf wantoota barbaachisan Durgoo Olma, Mallaqa hojii rawwachisudhaf barbaachisu, Boba’aa fi kkf hayyamsisudhaf kan yeroo dheera fudhatu ta’u.

  • Adeemsota Deegarsaa fi Gurma’insa isanii

  • To’annoo cimsudhaaf jecha (Baasii seeraa qabeesa hin tane hambisu)




  • Haala hojii ijaarsa saafisisu danda’un adeemsa deegarsa gurmeesun hin danda’amu ?

  • Hojiiman haraa fi gurma’insi haraa dhiheesii saffisiisu danda’an adeemsoota deegarsaa tiin qoratamu qaba.

    1. Adeemsi qophii karooraa interpiraayzii hirmaachisaa ta'uu dhiisuu, qindoomina kan hin qabne, qabeenya jiru irratti hunda’ame kan hin qopheefamne, rakkoo fi fedhii faayadamtoota irratti kan hin hundoofne

  • Seera barreeffame hin jiru

  • Barmatileen ni jira

  • Qophii karooraa kan manajimeentii ykn karoorii gubadha gadii yoo bu’ee bu’uu qabaa,

  • Hojjataan qophii karooraa irratti hirmaachisuun yeroo kan fudhatu, haalli ittiin hirmaachisanii fi hojiin isaas bu’aa ba’ii kan qabuu jedhamee waan yaadamuuf

  • karoorri sirrii ta’e kan qophaa’uu eksipartoota ogummaa qabaniin jedhanii waan yaadamuf

  • Qophiin karooraa ogeessoota qofaan gaggeeffamaa ture rakkoo fi fedhii maamilaa fi dhimmaa guutuu dhaabuu

  • Haala raawwii karooraa raawwata amaansisuuratti sochiin tasifamaan galmaan gahuu dhaabuu

  • Karoora offi godhatanni fudhachuu dhaabuu

  • Qophii karooraa irratti raawwataan mar’achiisuun karooraa hirmaachisaa fi qindoomina qabu yeroo barbaadamu keessatti qopheessuun yeroo karoorame keessatti ijaarame akka xumuraamu tasisuun ni danda’aama

    1. Qophiin baajata karoora fiziikaalaa irratti kan hin hundoofnee fi yeroo isaa eegee kan hin deemne ykn kan hin gaggeefamne

  • Seera barreeffame hin jiru

  • Barmatileen ni jira

  • Noormii hojii ijaarsa irratti hunda’ee waan qopha’uuf sirriidha,

  • Baasii offitiin waan hojjatamuuf baajata ramaduun ykn xiyyeefanno kennun barbachisaa miti

  • Hojii fizikaalaa hojjachuu jechuun baajatan deemu jechudha

  • Hojiin hojjatamu fi baasiin hojiicha raawwachuuf bahuu gudda ta’uu isa

  • Noormiin gatii kontiraataa yaada keessa hin galchinee fi gabaadhan garagaruma gabuu ta’uu

  • Baajataan hin buluu jedhanni yaaduun qusannoo irratti dhibaa fidusa

  • Raawwii hojii fiziikaalaa irratti qofa hunda’uun haala qabatamaa jirun mallaqaa kallattii hojiin bu’aa qabuun hojjachuu, hojii dursa kennanuuf baasii gochuun qabeenya qusachuun ni dandaa’a.

  • Qophii fi ramadii baajataa qaama itti gaafatamummaa fi aangoo of-danda’e (empowerment and accountability) qabuun ifatti bu’aa wajjiraf akka oluu taasisuu

    1. Maamilaa fi dhimmamtoota walitti dhufeenyaan baajata karoorasuu fi raawwachuun yaalame ture sadarkaa hundattuu laafaa ta'uu isaati

  • Seera barreeffame hin jiru

  • Barmatileen ni jira

  • Maamilaa fi dhimmamaan baajata ramadee ni qaba

  • Kaffaltii gaafatamee yeroon ni raawwata

  • Hojiin ijaarsa dizaayinni waliin yeroo tokko waan gaggeefama tureef hanqini baajata qaama hojjachisuu qunama turerra

  • baajata fi karoora qaama hojjachisuu irratti hunda’udhaan sagantaa hojii fizikaalaa qopheessu

  • hojii bu’aa yookan galii yeroo gabaaba keessatti fiduu danda’uu keessa filaachuun baajat raamadu













    1. Yüklə 1,2 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin