Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Tarreeffama hojiilee gurgudda Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa kontiraataa fi karoora



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə13/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   26

Tarreeffama hojiilee gurgudda Adeemsa Hojii Ijoo Bulchiinsa kontiraataa fi karoora


T.L

Yaa’insa Hojii

Tarreeffama Hojilee Ijoo

1

Hojii babal’inaa Hoojjechu

  • IIHBO qammota adda addaa biraatti akka muxxannoo fi hojjiidhan bekkamu gochu

  • Humna IIHBO qorachudhaan Hojilee dabalatan wajjiri hojjechu danda’u qorachudhan dhiheesu

  • Hojilee investimentii qorachudhan dhiheessu

  • Hojiin amma hojjatama jiru fi fuldurati hojjatamuf yaadame bu’aa qabeesumma isa mirkanneessun yaada murti dhiheessu

2

Hojii barbaaduu fi Walii galtee hojii seenuu

  • Beeksisa hordofuu fi hojii barbaadu

  • Dokumentii caalbaasii bituu, fi xiinxaluu

  • Haala qabatamaa pirojektichaa ilaalu

  • Qo’annoo gabaa gaggeessu

  • Gatii guutuu

  • Sanada dorgommii caalbaasii qopheessu

  • Waliigaltee xiinxaluu fi mallattessu

  • Dokumentii hojiif qophii gochuu

  • Pirojektii fudhaachuu (project takeover)

3

Karooraa hojii qopheessu

  • Hojjii hojjetamu haala beekani karoorsun fi rawwachu

  • Fedhii maashinarii, humina nama, Meesha Ijaarsa, fi mallaqaa barbaachisu addaa basuu

4

Hordoffi To’annoo

  • Hojii hojjatamu qulqullina fi yeroo isaa egate deemu

  • Qabeenyii haala karooramen dhihaachu isa, kan dhihaate dhimma barbadameef oluu isaa

  • Hojiin hojjatamu bu’aa qabeessa ta’u isaa

  • Seerii fi qajeelfamni kabajamu isa ni hojjatama

5

Hojii Hojjetame maamilaaf dabarsuu (Handovering and commissioning of the project)

  • Walharkaa fudhiinsaa raawwachuu ykn pirojektii maamilaaf dabarsuu

  • Saayitii xummurame keessaa ba’uu ykn Saayitii haaraa jijjiiru

(Demoblization or Intersite moblization)



      1. Hojilee adeemsa hojii xiqaa Bulchiinsa kontiraata, deegarsa fi hordofii tiin hojjetaman


  • Hojii babal’innaa hojjechu

  • Karooraa qopheessu

  • Beeksisa hordofuu fi hojii barbaadu

  • Dokumentii caalbaasii bituu, fi xiinxaluu

  • Gatii gutudhan dura haala qabatama pirojektii ilaalu

  • Qu’aanoo gabaa gageesu

  • Gatii bu’aa qabeessa ta’e gutu

  • Sanadaa dorgomii calbaasii qopheessu

  • Waliigaltee xiinxaluu fi mallattessu

  • Dokumentii hojiif qophii gochuu

Mapii yaa’insaa Adeemsa hojii ijooBulchinsaa kontraataa fi karoora hara


Fedhii maamilaa fi dhimmamaa hojii ijaarsaatiif
Beeksisa hordofuu fi hojii barbaadu
Dokumentii caalbaasii bituu

Iddoo pirojektichaadaawwachu fi qorannoo gabaa adeemsisu

Gatii caalbaasii guutuu

Ragaalee sanada caalbaasii qopheesudhaaf barbaachisan walitti qabu

Sanada caalbaasii qopheessu dhaan mirkaneessisudhaan maamilaf kennu

Waligaltee xinxaludhan mallatteessisuu

Dokkumentii mallata’e hojii dhaaf qophii gochu.

3.6.2. Hojiiwwan gurgudda adeemsa hojii xiqaa Karoora fi Qorannoo Gabaa keessatti hojjataman

  • Fedhii karoora adda baasuu, adeemsalee hojii biroo akka karoora qopheessan taasisuu, deeggaruu fi hordofuu

  • Karoora hojii fizikaalaa fi baajata yeroo dheera fi gabaaba ragaa irratti hunda’ee gadifageenya ni qopha’aa,

  • Baajata humna nama, meeshaa ijaarsa, meeshaa dhaabbata fi dhumaata, meeshaa jijjira ... kkf qopheessuu

  • Naannoo hojii Invaastimeentii itti gaggeefamu fi Gabaa hamayya ta’e qorachu,

  • Ragaa ijaarsa pirojeektoota, faayinaansii fi qabeenya sodaaf saxilaaman sassabuu, sassabamee xinxaluu karoora irratti qopheessuu fi kutaawwan hojii ijaarsa pirojeektoota, faayinaansii fi qabeenyas akka karoora fi tarsimoo irratti qopheessan taasisu dha.

Maappii Hojiilee Haaraa

Yaa’insii hojii haaraa ( Karoora, fi Qorannoo Gabaa) maappiin (Higher level map) isaa haala armaan gadiitiin dhiyaate dha.



Maappii adeemsa hojii karoora, hordoffi fi gamaggama


Fedhii fi gaaffii karoora, baajata, dagaagina biziinaasii, to’annoo sodaa , bu’aa qabeessuma hojii dhihaate




Fedhii dhihaate irratti hunda’un ragaa karoora, baajata, to’annoo sodaa sassabu, fi raawwii hojii bara darbee qindeessu fi xinxaluu




karoora fizikaalaa, baajata, dagaagina bizinaasii, to’annoo soda, qopheesuu, mirkanneesisuu, kan mirkanna’ee rabsuu, fi hojii hojiira olchuu



Karoora, qopha’ee hojiira olchuun galma ga’insaa fedhii maamila mirkanneessuu



    1. Yüklə 1,2 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin