Hojiin damee adda addaa keessatti kan rawwatama ture ta’u fi akkasummas gurmaa’insi turees hoggantoota Damee, Divizini fi Tajaajilaa jedhu keessa waan darba tureef dhimmi tokko deebi argachudhaf, yeroo dheera kan turu fi Waliharka fuudhinsa kan heddummatu ta’u isa.
Dhimmi tokko hooggansa dhiheenyan jiru biratti waan deebii gaha ta’e argatuuf yoo komiin kan uumamu ta’e qofa hogganna itti anutti kan darbu ta’u, fi dhimmi dhihaateef deebin yeroo gabaaba keessatti kan kennamu waan ta’eef waliharkaa fudhinsiis ni gabaabata.
2
Ariitii (Cycle Time)
Dhimmi tokko yeroon itti deebi argachu qabu ifati adda bahee waan hin teenef, harkkiffanna guddan kan ture ta’u fi mirii itti gaaffatamumma kan hin ture ta’u.
Dhimmi tokko yeroon itti deebi argachu qabu ifatti kan ta’u waan ta’eef miira itti gaafatamumma kan uumu ta’u.
3
Baasii xiqqeessuu
Dhimma tokko rawwachudhaf baasiin guddan kan baha turee fi baasiin bahuus ifatti adda bahee kan hin galmoofnee fi kan hin too’atamine ta’u isa.
Baasiin kan baahu haala Normii fi qajeelfama jiru irraatti hunda’udhan waan ta’eef, baasiin bahu maalif, akkasummas hangami akka ta’ee ifatti ni too’atama.
4
Qulqullina hojii
Hojiin yaa hojjeetamu malee qulqullini isaa kan too’atama hin ture ta’u isa.
Hojiin kan safaramu fi kan madalammu, yeroodhan, Qulqullinaan fi baasiidhan waan ta’eef qulqullini hojii ni too’ata.
5
Baayyina hojii
Gurmaa’insi kana dura ture, fedhii maamillii fi dhimmamaan barbaadu kan hin guunne fi raawwiin kanaan dura jiru % 50 gadi kan ta’eedha (Low level of productivity (<50%) due to lower efficiency and effectiveness)
Haaligurmaa’insii isaa angoo fi itti gaafatamumma wajjin qaama dhimmi ilaaluf kan kennammu waan ta’eef , fedhii maamilaa fi dhimmama guutuman guututti kan deebisu ta’a.
Hojiin kana duraa dame ijaarsa jalattii Divizinii fi Tajaajila rawwatama ture, haala qorannoo JBAH kanatiin ogeessota sadarkaadhan jiraniin kan rawwatamu ta’a.
Adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsa Kontraataa fi Karoora Jallaatti adeemsii xiqqan lama ni hundeeffamani isaniis; Bulchinsaa Kontraataa, Hordofii fi Deegarsa, Karoora fi Qorannoo gaba.
Hojileen kan akka Karoora, Babal’inna hojii, Ittisa Soda, Hordofii fi too’annoo, haala gurma’insa kanaatiin gara Adeemsa hojii kana keessatti ni hojjatamu.
Moggaafama hara kana keessaatti Maqeeffamin Damee, Divizinii, fi Tajaajila jedhama turee akka haala qajeelfama JBAH tiin Adeemsa fi Garee ta’udhan moogaafame jira.
Hojiin to’annoo Qulqullinaa Meeshalee ijaarsa akka haaraatti ogeessa ol’aana adeemsa hojii xiqaa Bul. Kontraataa, deegarsa fi hordorfii tiin ni rawwatama.