Kaffaltii gaffachu hojii Hojjetamee (payment request)(Input)
|
|
|
-
|
|
6.1
|
Raga jiru ni qindeessa
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
16.00
|
1,200.25
|
|
6.2
|
Raga jiru Haala BOQ Waligaltee irratti ibsameen gara mallaqaa ni jijjira
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
8.00
|
232.00
|
|
6.3
|
ragaa lakkofsa 6.2 irratti ibsamee akka mirkaneesuf itti gaafatama Saayitii tiif ni dhihata
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
29.00
|
|
6.4
|
Itti gaafataman Saayitii siri ta'u isaa Mirkaneesa
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
4.00
|
136.00
|
|
6.5
|
kaffaltii itti gaafatamadhan mirkana'ee (take offsheet) gorsa(Consultant) dhaf ni ergama
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
35.25
|
|
6.6
|
Gorsan xinxalee mallateesudhan Ijaarsaaf ni deebisa
|
Gorsaa(Consultant)
|
Pirojektii irratti(Site)
|
6.00
|
-
|
|
6.7
|
'Payment Certificat' fi waliti qaba ni qopheesa
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
8.00
|
235.75
|
|
6.8
|
payment certificate' fi waliti qabaan itti gaafatama Saayitii tiif ni dhihaata
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
29.00
|
|
6.9
|
payment certificate' fi waliti qabaan ni mallataha
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
34.00
|
|
6.1
|
payment certificate' fi waliti qabaan mallatahe Titara itti godhudhan chappesudhan Gorsa dhaf ni deebi'a
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
6.11
|
Gorsan xinxalee mallateesudhan chappesee ijaarsaf ni deebisa
|
Gorsaa(Consultant)
|
Pirojektii irratti(Site)
|
2.00
|
-
|
|
6.12
|
xalayaan gageessitu gara wajjira Pirojetii ergudhaf ni qophaha
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
18.25
|
|
6.13
|
Xalayaan gageessitu ni mallataha
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
17.00
|
|
6.14
|
Xalayaan mallatahe titar itti godhudhan ni chappeffama
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
1.00
|
29.00
|
|
6.15
|
Xalayaan gageesitu 'Take off sheet','payment certificate',walitti qaba fi xalayaa gageesitu walin walqabsifama
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
6.16
|
gaafin konkolaataa gara wajjira Pirojektii deedhaf ni gaafatama
|
Office Engineer
|
Pirojektii irratti(Site)
|
0.50
|
14.50
|
|
6.17
|
konkolaataan ni haayamama
|
Ittigaafatama Saayitii
|
Pirojektii irratti(Site)
|
8.00
|
-
|
|
6.18
|
ragan lak.6.15 irratti ibsamee wajjira Pirojektii ni geeffama
|
Office Engineer
|
|
2.00
|
658.00
|
|
6.19
|
ragan lak.6.15 irratti ibsamee H/A wajjira Pirojektii tif ni dhihaata
|
Managalme
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
2.00
|
80.00
|
|
6.2
|
H/A Pirojektii akka xinxaluf 'Office Engineer' dhaf ni qajeelfama
|
H/A wajjira Pirojektii
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
2.00
|
80.00
|
|
6.21
|
Office Engineer xinxala ni gageessa
|
Office Engineer' wajjira Pirojektii
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
8.00
|
232.00
|
|
6.22
|
Office Engineer' xinxaludhan xalayaa gageesitu gara Wajjira ol'aana ni qopheessa
|
Office Engineer' wajjira Pirojektii
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
1.00
|
35.25
|
|
6.23
|
xalayaan lakk. 6.22 irratti qophahee ni mallataha
|
H/A wajjira Pirojektii
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
1.00
|
40.00
|
|
6.24
|
Xalayaan mallatahe titar itti godhudhan mana galmee ni geeffama.
|
Bareesitu
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
0.50
|
7.50
|
|
6.25
|
mani galmee xalayaa gageesitu 'take off sheet', 'payment Certificate', walitti qabaa fii xalayaa gageesitu Chappesudhan wajjira ol'aanadhaf ni ergu
|
managalme(Wajjira Pirojektii)
|
Wajjira Pirojekti irratti(Piroject office
|
8.00
|
120.00
|
|
6.26
|
mani galmee wajjira ol'aana damee (Ijaarsa) dhimmi ilaaluf ni qajeelcha
|
Managalme(Wajjira Ol'aanaa)
|
managalmee
|
4.00
|
58.00
|
|
6.27
|
Dameen Ijaarsa Div. Dhimmi ilaaluf ni qajeelcha
|
Damee Ijaarsa
|
Damee Ijaarsa
|
2.00
|
116.00
|
|
6.28
|
Div. Ijaarsa Xinxaludhan siri ta'u isaa Mirkaneesee damee dhaaf ni deebisa
|
Div.Ijaarsa (W/Ol'aanaa)
|
Damee Ijaarsa
|
4.00
|
160.00
|
|
6.29
|
Dameen Ijaarsa yaddanoodhan Damee Bulchinsaa Kontraataa fi hordofii tiif ni qajeelcha
|
Damee Ijaarsa
|
Damee Ijaarsa
|
1.00
|
58.00
|
|
6.3
|
Dameen Bul. Kontraataa fi Hordofii Div. Bulchinsaa Kontraataa tiif ni qajeelcha
|
Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii
|
|
0.50
|
29.00
|
|
6.31
|
Div.Bulchinsaa Kontiraataa Tajaajila kaffaltii fi gaabaasa tiif ni dhiheessa
|
Div.Bulchinsaa Kontraataa
|
|
1.00
|
40.00
|
|
6.32
|
kaffaltii dhihaate irratti xinxali ni gaageeffama
|
Tajaajila Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
8.00
|
272.00
|
|
6.33
|
Xalayaa gaafi kaffalti (payment request letter) fi ‘payment Certificate’ ni qophaha
|
Tajaajila Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
1.00
|
35.25
|
|
6.34
|
ragan kaffaltii foto kophii ni godhama
|
|
|
0.50
|
202.00
|
|
6.35
|
Xalayaan gaafi kaffalti Div.Bul. Kontraataa tiif ni dhihaata
|
Tajaajila Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
1.00
|
46.25
|
|
6.36
|
Xalayaa gaafi kaffalti (payment request letter) fi ‘payment Certificate’ paaraafi godhudhan Damee Bul.Kontraataa tiif ni dhihaata.
|
Div.Bulchinsaa Kontraataa
|
|
0.50
|
20.00
|
|
6.37
|
xalayaa fi ragaan lakk. 6.35 irratti dhihaatee ni mallataha
|
Damee Bulchinsaa Kontraataa fi Hordofii
|
|
0.50
|
29.00
|
|
6.38
|
xalayaan fi ragan lakk.6.36 irratti mallatahe Titar itti godhudhan mana galmee tiif ni dhihaataa
|
Bareesitu
|
|
1.00
|
58.00
|
|
6.39
|
Manigalmee chappesudhan gorsa(Consultant) tiif ni erga
|
Managalmee(Wajjira Ol'aanaa)
|
|
8.00
|
14.50
|
|
6.4
|
kophii mirkana'ee tokko gorsa bira fudhachu
|
Garee Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
4.00
|
116.00
|
|
6.41
|
wantii sirreeffamu yoo jiratee sirresudhan Footoo kopii kudhaan(10) taasisudhan bind gochu
|
Garee Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
8.00
|
419.50
|
|
6.42
|
Managalmee akka chappeeffamuf ni gala
|
Garee Kaffaltii fi Gabaasa
|
Managalmee
|
0.50
|
14.50
|
|
6.43
|
Manigalmee Kophii Kudhanan(10) irratti ni chappessa
|
|
Managalmee
|
4.00
|
116.00
|
|
6.44
|
Deebisanii gorsa dhaf dhiheesu
|
|
Managalmee
|
8.00
|
300.00
|
|
6.45
|
Gorsaan Mirkaneesudhan yoo sirii ta'ee maamilaaf(Client) ni erga
|
Gorsaa(Consultant)
|
Gorsaa(Consultant)
|
24.00
|
-
|
|
6.46
|
Mamilaaf ergamun isaa ni hordofama
|
Tajaajila Kaffaltii fi Gabaasa
|
|
24.00
|
-
|
|
6.47
|
Feed Back' isaa damee Ijaarsa fi Damee Faayinaansii tiif ni kennama
|
Div. Bulchinsaa Kontraataa
|
|
-
|
|
6.48
|
kaffaltii mammilii ni haayama
|
mamilaa(Client)
|
mamila(Client)
|
-
|
|
6.49
|
|