Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee


Gurma’iinsaa Fi Dandeettii Jaarmiyalee Dargaggootaa Fi Ispoortii Guddisuun Ga’uumsa Raawwachiisummaa Isanii Cimsuuf



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə10/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   ...   17
Gurma’iinsaa Fi Dandeettii Jaarmiyalee Dargaggootaa Fi Ispoortii Guddisuun Ga’uumsa Raawwachiisummaa Isanii Cimsuuf

    1. Ga’uumsa raawwachiisummaa Jaarmiyaalee dargaggootaa fi ispoortii leenjii teeknikaa faayinaansiin/deggeruun ergama isanii ga’uumsaan akka raawwatan ni taasisna

    2. Leenjii Ga’ee murteessummaa dargaggootaa mana mare sadarkaan jiran keessatti jiranu cimsuun hirmaannaan isaanii akka gabbatu ni taasisna

    3. Ga’uumsa raawwachiisummaa seektaroota leenjii fi gamaaggamaan cimsuun dhimma dargaggootaa karaa ga’uumsa qabuun akka Idilaa’u ni taasisna

    4. Ummatni bakka jiruu hundattii akka fedhii fi dandeettii isaattii gareewwan Ispoortii gosa adda addaa keessatti ijaaramee hirmaannaa fi fayyadamummaan isaa akka cimu ni taasisna

    5. Dhimmoota hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa fi ispoortii mirkaneessan irratti qorannoo fi qu’annoo ni gaggeessina.

    6. Sirna wal-jijjiirraa ragaa fi odeeffannoo lafa qabsiisuun bira ga’iinsa miidiyaa dargaggoota/hawaasa/ ni dhugoomsina


  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   ...   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin