Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee


Sagantaa Madaallii Leenjii Ispoortii Guddattootaa Ga’uumsaan Gaggeessuun Ispoortistoota ga’uumsa Qaban (Bakka Buutota) Horachuu



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə14/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17
Sagantaa Madaallii Leenjii Ispoortii Guddattootaa Ga’uumsaan Gaggeessuun Ispoortistoota ga’uumsa Qaban (Bakka Buutota) Horachuu.




  1. Leenjii ispoortii yeroo gannaa guddattootaa gaggeessuun guddattoonni leenjii bu’uura akka argatan ni taasisna

  2. Sagantaa leenjiiwwan misooma ispoortii idilee guddattootaa gurmeessuu fi gaggeessuun leenjiffamootni dandeettii fi ga’uumsa guutuu qaban akka uumaman ni taasisna

  3. Sagantaa madaallii Leenjii guddattootaa haaraa banuudhaan bira ga’iinsa godinalee ni mirkaneessina

  4. Proofaayeela leenjiiffamoota sagantaa madaallii leenjii guddattootaa waliigalaa qindeessuun kuufama ragaa keessa akka galu ni taasisna


  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin