Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee


Sagantalee Barumsaa Fi Leenjii Diriirsuun Ogeeyyii Gahuumsa Fi Dandeettii Qaban Akka Cimuu Fi Gabbatu Taasisuu



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə15/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17
Sagantalee Barumsaa Fi Leenjii Diriirsuun Ogeeyyii Gahuumsa Fi Dandeettii Qaban Akka Cimuu Fi Gabbatu Taasisuu

  1. Leenjii hubannoo fi fooyya’uumsaa gurmeessuun ga’uumsa raawwachiisummaa ogeeyyii/waldalee ispoortii/ akka cimu ni taasisna

  2. Leenjii ogummaa ispoortii yeroo gabaabaa fi dheeraan gurmeessuun gosa ispoortii adda addaan ogeessota baayinaa fi qulqulinaan horachuu fi carraa leenii sadarkaa barnoota adda addaa keessatti bal’iinaan ni hirmaachisna.

  3. Sirna keenisa tajaajila fayyaa ispoortii,rihaabiliteeshin,fi ittisaa fi to’annoo farra dooppii irratti hojimaatni akka diriruu fi hubannoon hawaasa ispoortii akka cimu ni goona


  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin