Waltajjii Dorgomii Qindeessuu, Gaggeessuu Fi Hirmaachuun Sadarkaa Dorgomummaa Fi Bu’a Qabeessummaa Naannichaa Fooyyeessuu
səhifə 16/17 tarix 07.01.2022 ölçüsü 234,07 Kb. #91000
Waltajjii Dorgomii Qindeessuu, Gaggeessuu Fi Hirmaachuun Sadarkaa Dorgomummaa Fi Bu’a Qabeessummaa Naannichaa Fooyyeessuu
Sagantalee Ispoortii hundaa lafa qabsiisuun Ummati akka fedhii fi dandeettii isaatti Gareewwan fayyaa keessatti ijaarame akka sosocho’uu ni taasisna.
Sagantalee sochii Ispoortii Aadaa dirirsuun ummatni bal’inaan akka irratti hirmaatanii fi fayyadaman ni taasisna
Feestivaala Ispoortii qotee bultootaa /horsisee bultootaa/sadarkaan gaggeeffamu keessatti Ispoortistoota ni hirmaachisna
Sagantaa Waldorgommii ispoortii adda addaa sadarkaa gadii kaasee hanga biyoolessaatti gaggeeffaman irratti hirmaachuu fi hirmaachisuun bu’a qabeessummaa dargaggoota naannoo keenyaa ni mirkaneessina.
Ispoortistoota bu’a qabeeyyii ga’uumsa cimaa qaban filachuun Giddu galootni leenjii , kilaboota /Garee biyyooleessa , akkadamii naannoo/ biyyooleessa keessati carraa leenjii akka argatan ni taasisna
Imaammata,Tarsiimoo, Paakeejii, Qajeelfamoota,Labsii, Danbiilee,Sagantaa, barruugorsaa dhimoota dargaggoota fi Ispoortii illaalatanii ni qophessina, ni rawwanna
Muxannoowwan gaggaarii misooma dargaggootaa fi ispoortii irratti horataman adda ni baasna ,ni qindeessina.akka babal’atuuf ni hojjenna
Gabatee 1: Tajaajilawwan Dhaabbaticha Keessatti Kennamanii fi Istaandardii Kenna Tajaajilaa
Dostları ilə paylaş: