Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə17/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17
Gosa Tajaajilootaa

Bakka Tajaajilli Itti Kennamu

Istaandardii Kenna Tajaajilaa

Haala itti kennamnu

Tajaajila Argachuuf Haal-Dureewwan Barbaachisan

Baayyin

Yeroo

Baasii

Qulqullin

1.

Hubannoo Fi Amantaa Hawaasaa/Dargaggootaa Guddisuun Ilaalcha Misoomawaa Fi Dimookiraatawaa Gabbisuuf.

1.1

Waltajiiwwan mare dhimma dargaggoota irratti xiyeeffate ni gaggeessina.

Gandaa kaasee hanga naannootti damee misooma dargaggootaatiin

17

Sa’aatii 136

Miil.6


88%


Mare kallattiidhaan

Fedhii agarsiisuu

1.2

Sagantaa KTT gannaa /bonaa gaggeessuun dargaggoonni fedhii guutuun akka hirmaatan ni taasisna.

Gandaa kaasee hanga naannootti damee misooma dargaggootaatiin

Miil. 6.5


Saa’aa 252

Dqiiqaa 35



Miil.0.5


90%


Gosa hojii adda addaa irratti bobbaasuun

Hubannoo uumuu,Fedhii argisiisuu, quuqama lammiif qabaachuu

1.3

Taatewwan (event) dhimma Dargaggootaa irratti xiyeefate gaggeessuun hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa ni cimsina.

Gandaa kaasee hanga naannootti damee misooma dargaggootaa fi ispoortiitiin

5

Saa’aa 135

Daqiiqaa 45



Miil.0.8

95%

Sagantaa adda addaa,mootoo,marii paanaaliitii fi kkf

Ergaa dabarsuun, Mariisisuun, ,amansiisuun

1.4

Sagantaa beekamtii dandeettii ogummaa gara garaa, qo’annoo fi kalaqa hojii dargaggootaa fi ispoortii gurmeessuu fi gaggeessuun miira dorgomummaa fi fayyadamummaa dargaggootaa ni cimsi+na

/Kan Dargaggoo/

Eddo qooda fudhattoonni hirmaannaa gaarii taasisanitti



344


Saa’aa 105

Daqiiqaa 15



Miil. 0.8


95%



Bu’a qabeessummaa isaan galmeessaniin

Sakkatta’iinsa gaggeessuun, Sadarkaa adda addatti dorgommummaa fi adda durummaan isaa yoo mirkanaa’e.

/Kan Ispoortii/

Eddo qooda fudhattoonni hirmaannaa gaarii taasisanitti



---------

---------

Miil. 4

95%

Meedaliyaan, Waancaan, Mallaaqaan fi meeshaan Waraqqaa Ragaan

Injifaannoo galmeessisuu,

Naamusa fi Dambii kabajuu

Ergama itti kenname fiixaan baasuu


2

Gurma’iinsaa Fi Dandeettii Jaarmiyalee Dargaggootaa Fi Ispoortii Guddisuun Ga’uumsa Raawwachiisummaa Isanii Cimsuuf

2.1

Ga’uumsa raawwachiisummaa Jaarmiyaalee dargaggootaa fi ispoortii leenjii teeknikaa fi faayinaansiin deeggaruun ergama isaanii gahuumsaan akka bahatan ni taasisna.

Damee dargaggootaa

Jar.darg=

58,000,



Saa’aa 345

Daqiiqaa 35


miil.4.5

80%


Waltajjii leenjii fi Marii qopheessuun

-Fedhii leenjii sassaabuun

-Barbaachisummaa isaa sakata’iinsa




Damee ispoortiin

Jaar.Ispoo= 40,131

miil.5

2.2

Leenjii Ga’ee murteessummaa dargaggootaa mana mare sadarkaan jiran keessatti cimsuun hirmaannaan isaanii akka gabbatu ni taasisna.

Damee dargaggootaan

Darg. 438,811

------------

--------

-----------

Waltajjii marii qopheessuun

  • Fedhii leenjii sassaabuun

  • Maateeriyaalii qopheessuun

  • Ergaa dabarsuun

2.3



Ga’uumsa raawwachiisummaa seektaroota gamaaggamaa fi leenjiin cimsuun dhimma dargaggootaa karaa ga’uumsa qabuun akka Idilaa’u ni taasisna.

Damee dargaggootaan

54

Saa’aa 77

Daqiiqaa 30



Miili.1.7

80%

  • Waltajjii marii qopheessuun

  • Deeggarsaa fi hordoffiin

-dokumantii qopheessun

- qajeelfama hojiirra oolchuun(PMD)




2.4


Ummatni bakka jiruu hundattii akka fedhii fi dandeettii isaattii gareewwan Ispoortii gosa adda addaa keessatti ijaaramee hirmaannaa fi fayyadamummaan isaa akka cimu ni taasisna.

Bakka ummanni jirutti



Gareewwan 22,758







Waggaa guutuu

--------

65%

Waltajjii ispoortii hundaaf haala mijeessuun




fedhii argarsiisuun,

Hubannoo uumuun, ispoortiin fayyaaf jedhanii fudhachuun




2.5


Dhimmoota hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa fi ispoortii mirkaneessan irratti qorannoo fi qu’annoo ni gaggeessina.

BDHDIO

1

Saa’aa 456

Daqiiqaa 15






75%

Bu’aa qorannichaa softi kooppii fi haardi kooppiin raabsuun



  • Rakkoowwan adda baafachuun

  • Mata duree qorannichaa filachuun

  • Qophii guutuu taasisuun

2.6

Sirna wal-jijjiirraa ragaa fi odeeffannoo dhimma dargaggootaa fi ispoortii lafa qabsiisuun bira ga’iinsa miidiyaa dargaggoota/hawaasa/ ni dhugoomsina

Adeemsa dhimmoota komunikeeshiinii Seektarootatti

75


Yeeroo hunda(waggaa guutuu)

Miil. 2.2

75%

Maxxanssaan fi elektirooniksiin

  • Qjeelfama sirna komunikeeshiinii irratti hundaa’uun odeeffannoo kennuuf qophaa’uu




3

Fayyadamummaa Hunda Gala Dargagootaa Guddisuu

3.1

Sosochii farra godaansa seeraan ala dargaggootaa uumuun miidhaa fi balaa dargaggootarra gahu ni hir’isna.

Damee dargaggootaa

Dargagg.

Mill.


4.116


Yeeroo hunda

---------

60%

Waltajjiiwwan leenjii qopheesuun,

Miidiyaalee adda addaatti fayyadamuun,

carraa hojii uumuun


  • Rakkoo adda baafachuu,

- Qaama ilaallatu waliin qindoomuun

- Gumii farra godaansa seeraan alaa hundeessuu fi cimsuun


3.2

Sosochii mana hojichaa keessatti Sagantaa walqixxummaa koorniyaa cimsanii fi dhibee HIV ittisuuf dandeessisan dargaggootaaf ni qopheessina.

Biiroo DHDIO



HIV=1,


Sa’aatii 8


Miil.0.8

65%


-Sagantaa idilee qopheessuu fi

-Taateewwanitti fayyadamuun



-Qajeelfama idileessa koorniyaa fi HIVDhojiirra oolchuun

-Dokumantii qopheessuun



Koorniyaa=1

Miil.0.5

3.3

Sagantalee hubannoo fi sosochii farreen hawaasummaa fi barmaatilee miidhaa qaqqabsiisan dirirsuun hubannoo fi omishtummaan dargaggoota akka dabalu ni taasisna.

Biiroo DHDIO



Dargaggoota

Miil.2


Saa’aa 88

Daqiiqa 15



-------

----------

Sagantaa idilee qopheessuu fi

-Taateewwanitti fayyadamuun



Qajeelfama idileessa koorniyaa fi HIVDhojiirra oolchuun

-Dokumantii qopheessuun



3.4

Dargaggootni carra hojii sagantalee adda addaa keessatti akka argataniif haala mija’aa uumuu fi hojimaatni raawwii isaa akka madaalamu ni taasisna

Biiroo DHDIO



Miil. 1.5

Itti fufiinsaan

/yeeroo hunda/



--------

60%

  • Hubannoo uumuu

  • Calallii qulqulluu gaggeessuun

  • Qindoominaan hojjachuun

  • Koree hundaa’een raawwachuu

3.5

Sagantalee wabii nyaataa fi seeft-neetti misoomaa keessatti fayyadamummaa dargaggoota harka qaleeyyii ni mirkaneessina.

Damee dargaggootaa



Darg.

3,000


----------

--------

-----------

  • Hubannoo uumuu




Calalliin dargaggoota harka qalleeyyii haqa qabeessaa akka gaggeeffamu

3.6

Sirna tajaajila faayinaansii fi omisha gabaa mijataa dargaggootaaf dirirsuun fayyadamummaa haqa qabeessa ni mirkaneessina.

Damee dargaggootaa

1.5

Itti fufiinsaan

/yeeroo hunda



--------

60%

  • Hubannoo uumuu

  • Qindoominaan hojjachuu

4

Madda Galii Dargaggootaa Fi Ispoortii Guddisuun Humna Faayinaansii Seektarichaa Cimsuuf

4.1

Proojeektoota fi sagantalee madda galii misooma seektarichaa (dargaggootaa fi ispoortii) cimsan bocuun galiin akka walitti qabamu ni taasisna.

Damee dargaggootaa

fi ispoortiin



Mil. 17

Waggaa guutuu

-------

85%

Deeggarsa gaafachuu,

marii gaggeessuun,

waliigaltee raawwachuun


  • Propoozaala qopheessuun

  • Qajeelfama faayinaansii eeguun

4.2.

Seektarri naannoo qoodiinsa maallaqa ga’ee naannoo hojimaata giddu galeessa godhachuudhaan maallaqa walitti qabuun deggersa baajata sagantaleef akka oluu ni taasisa.

Biiroo DHDIO

Miil.40

Kur.

1ffaa



------

90%

Hojimaata giddu galeessa godhachuun

Karooraa fi sagantaa hojii dhiyeeffachuun amansiisuun

5

Dhaabbilee Leenjii Misooma Namoomaa Babal’isuun Bira Ga’iinsa/ Dargaggootaa /Lammii/ Guddisuu

5.1.


GGD fi BOI haaraa fedhii dargaggootaa/ummata/ irratti xiyeeffate akka ijaaramanii fi babal’atan ni taasisna.

GGD…damee dargaggootaan

GGD 226

Itti

Fufiinsaan



Hirmaannaa ummataa

78%


  • Hirmaannaa hawaasaan

  • Qaama ilaallatu waliin qindoomuun

  • Qajeelfama GGD FI BOI waan ajajuuf

  • Fedhii dargaggootaa giddu galeessa gochuun

BOI….damee ispoortiii

BOI

4320


5.2

GGD fi BOI buleeyyi itti fufiinsaan tajaajila ga’aa akka kennan ni taasisna.

GGD

237

Itti

fufiinsaan



---------

-

Qajeelfama baasuun

Dambii hojiirra oolchuun

GGD fi BOI hojittigalchuun.


  • Giddu galootaa fi BOI tajaajila kennanii fi hin kennine adda baafachuu

BOI

17,489

--------

-

5.3

Giddu galoota ijaarsi isaanii xumurame, hanqina meeshaa qaban meeshaa fi faasilitiiwwan adda addaan deggeramanii tajaajila ga’uumsa qabu akka kennan ni taasisna.

GGD…..Damee misooma dargaggootaan

60

Sa’aatii 32 daqiiqaa 30

Miil.6.5

75%


Fedhii sassaabuun

Raga qabachuun


  • Fedhii GGD

  • Baajata qabame irratti hundaa’uun

5.4.


Wiirtuuleen leenjii Ispoortii Amboo gool-proojeektii fi Boqojjii qophii ga’uumsa fi qulqulina qabuun leenjii ispoortii itti fufiinsa qabu akka kennan ni tasisna.

Damee babballina misooma ispoortii

Ambo=60


Boqoj=50

(110)



Baatii fulbaanaa hanga waxabajjii

Miil.10.77



95%


  • Leenjii idileen

  • Wirtuulee loojistikii guutuun deeggaruu

6

Hirmaannaa Abbootii Qabeenyaa Invastimantii Ispoortii Keessaatti Qaban Guddisuun Idustiriin Ispoortii Babal’isuu.

6.1

Hubannoo fi amantaa abbootii qabeenyaa fi invastaroota tarsimoo misooma invastimantii Ispoortii irratti cimsuun misooma invastimantii ispoortii irrattia akka bobo’an ni taasisna.

Damee misooma ispoortiin



106


Itti fufiinsaan



--------

70%

Waltajjii marii qopheessuun,




  • Dokumantii bqopheessuun haala mijeessuun

  • Mariisisuun

6.2

Hirmaannaa abbootii qabeenyaa Invastimantii Ispoortii keessaatti cimsuun idustirii Ispoortii ni babal’isna.

Damee misooma ispoortiin



17

Itti fufiinsaan

-------

45%

7

Sagantaa Madaallii Leenjii Ispoortii Guddattootaa Ga’uumsaan Gaggeessuun Ispoortistoota ga’uumsa Qaban (Bakka Buutota) Horachuu.

7.1

Leenjii ispoortii guddattootaa yeroo gannaa gaggeessuun guddattoonni leenjii bu’uura akka argatan ni taasisna.

Damee Babalinaa Misooma ispoortii

Guddattoota 60,000



Aadoolessaa fi haggayya

--------



90%

  • Leenjii fi wal dorgommii qopheessuun

  • Wal dorgommii adda addaa qopheessuun qaama leenji’u qopheessuu/filachuu/

7.2

Sagantaa leenjiiwwan misooma ispoortii 334 idilee guddattootaa gurmeessuu fi gaggeessuun leenjiffamootni dandeettii fi ga’uumsa guutuu qaban akka uumaman ni taasisna.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

Guddattoota 8575

Ji’a 10

/fulbaanaa-waxabajjii/



Miil.7.5

70%

Sagantaa leenjii qopheessuun



Ulaagaa filannoo baasuun



7.3

Sagantaa madaallii Leenjii guddattootaa haaraa banuudhaan bira ga’iinsa Godinalee,B/Magaalotaa fi Dhaabbilee barnootaa olanoo ni mirkaneessina.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

51

Kur. 1

------

---------

Sagantaa leenjii qopheessuun



Ulaagaa filannoo baasuun



7.4

Proofaayeela leenjiiffamoota sagantaa madaallii leenjii guddattootaa waliigalaa qindeessuun kuufama ragaa keessa akka galu ni taasisna

Damee Babalinaa Misooma spoortii

8575

Yeeroo hundeeffamaa irraa kaasee

------

100%

Raga dhiyaate qindeessuun

Raga akka fidatan taasisuun

8

Sagantalee Barumsaa Fi Leenjii Diriirsuun Ogeeyyii Gahuumsa Fi Dandeettii Qaban Akka Cimu Taasisuu

8.1

Leenjii hubannoo fi fooyya’uumsa gurmeessuun ga’uumsa raawwachiisummaa ogeeyyii /waldalee ispoortii/ akka cimu ni taasisna.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

3948

Yeeroo hunda

-------

80%

  • Leenjii kennuun

  • Dokumantii qindaaye qopheeffachuun

8.2

Leenjii ogummaa ispoortii yeroo gabaabaa gurmeessuun gosa ispoortii adda addaan ogeessota baayinaa fi qulqulinaan horachuu fi carraa leenii sadarkaa barnoota adda addaa keessatti bal’iinaan ni hirmaachisna.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

Damee Babalinaa Misooma spoortii



7600

-------------

-------

-----------

  • Carraa Leenjii babballisuun


  • Carraa Leenjii babballisuun




  • Calallii sirrii gaggeessuun

  • Dokumantii qindaaye qopheeffachuun

Calallii sirrii gaggeessuun



  • Dokumantii qindaaye qopheeffachuun

8.3

Leenjii ogummaa ispoortii yeroo dheeraan gurmeessuun gosa ispoortii adda addaan ogeessota baayinaa fi qulqulinaan horachuu fi carraa leenii sadarkaa barnoota adda addaa keessatti bal’iinaan ni hirmaachisna.

30

--------

------




8.4

Sirna keenisa tajaajila fayyaa ispoortii, rihaabiliteeshin, fi ittisaa fi to’annoo farra dooppii irratti hojimaatni akka diriruu fi hubannoon ogeessa ispoortii akka cimu ni taasisna

Damee Babalinaa Misooma spoortii

30

----------



-------

-----------

  • Leenjii kennuun

  • Deeggarsaa fi hordoffii taasisuu

  • Tarkaanfiin sirreeffamaa fudhachuu

  • Qajeelfama fi dambii qopheessuun

9

Waltajjii Dorgomii Qindeessuu, Gaggeessuu Fi Hirmaachuun Sadarkaa Dorgomummaa Fi Bu’a Qabeessummaa Naannichaa Fooyyeessuu

9.1

Sagantaa Ispoortii hundaa lafa qabsiisuun Ummati akka fedhii fi dandeettii isaatti gareewwan fayyaa keessatti ijaarame akka sosocho’uu ni taasisna.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

Garee 22,758

Waggaa guutuu

------

80%

Sagantaa fi dambiin waldorgomichaa qopheessuun.

Galmaa’uu fi maqaa isaaniif gosoota ittiin dorgoman beeksisuu.

9.2

Sagantaa sochii Ispoortii Aadaa dirirsuun ummatni bal’inaan akka irratti hirmaatanii fi fayyadaman ni taasisna

Damee Babalinaa Misooma spoortii

Ummata

5100


Kur. 3



Miil. 1

----

Waltajjii fi sagantaa qopheessuun

  • Fedhii dorgommii fi barbaachisummaa amansiisuu fi sakkatta’uun

9.3

Feestivaala Ispoortii Qotee Bultootaa /Horsisee Bultootaa/sadarkaan gaggeeffamu keessatti Ispoortistoota hirmaachisuu

Damee Babalinaa Misooma spoortii

4700

Kur. 3

Miil. 1.5

-------

Akkaataa ciminnaa fiadda durummaa isaaniitiin

Akkaataa ciminnaa fiadda durummaa isaaniitiin

9.5

Sagantaa Waldorgommii ispoortii adda addaa sadarkaa gadii kaasee hanga biyoolessaatti gaggeeffaman irratti hirmaachuu fi hirmaachisuun bu’a qabeessummaa dargaggoota naannoo keenyaa ni mirkaneessina.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

Waltajjiiwwan 7295

Kurmaana

2,3 fi 4



Miil. 28.5




Akkaataa ciminnaa fiadda durummaa isaaniitiin

Qajeellffamoota filannoo ogeeyyii fi ispoortistootaa qopheessuu

9.6

Ispoortistoota bu’a qabeeyyii ga’uumsa cimaa qaban filachuun Jiddu galootni leenjii, kilaboota/ Garee biyyooleessa, akkadamii naannoo/ biyyooleessa keessati carraa leenjii akka argatan ni taasisna.

Damee Babalinaa Misooma spoortii

Ispoortessitota 1885

Ji’a hagayyaa keessa

--------

---------

Akkaataa ciminnaa fiadda durummaa isaaniitiin

Qajeellffamoota fi ulaagaalee filannoo

Ogeeyyii fi ispoortistootaa qopheessuu



10

Imaammata,Tarsiimoo, Paakeejii, Qajeelfamoota,Labsii, Danbiilee,Sagantaa, Barruugorsaa Dhimoota Dargaggoota Fi Ispoortii Illaalatanii Ni Qophessina, Ni Rawwanna

10.1

Imaammata, Paakeejii, Qajeelfamoota, barruu gorsaawwan dhimoota dargaggoota illaallatanii hojii irraa ni oolchina

Damee misooma dargaggootaan

6

Saa’aa 165

Daqiiqaa 45


Saa’aa 165

Daqiiqaa 45



Miil. 0.4

55%


  • Dokumantiidhaan

  • Leenjiidhaan

  • Waltajjii hubannoon

Fedhii agarsiisuu fi sakkatta’insaa fi qorannoon yoo mirkanaa’e


  • Saktta’iinsaa fi qorannoon yoo mirknaa’e.

10.2

Imaammata,Tarsiimoo, dambiilee, Labsiiwwan, qajeelfamoota fi Sagantaalee ispoortiin ittiin gaggefamu , hojii irraa ni oolchina

Damee Babalinaa Misooma spoortii

------

--------

55%

11

Muxannoowwan Gaggaarii Misooma Dargaggootaa Fi Ispoortii Irratti Horataman Adda Ni Baasna,Ni Qindeessina.Akka Babal’atuuf Ni Hojjenna.

11.1

Muxannoowwan gaggaarii misooma dargaggootaa irratti horataman adda ni baasna

BDhDIO


2

Sa’aatii 7 fi daqiiqaa 30

Miil.0.6


8%


Dokmentii qopheessuudhaan erga mirkanaa’ee booda waltajjii MGB uumuudhaan raawwata

Dokmentii qopheessuu fi manajimantiin mirkaneessisuu

11.2

Muxannoowwan gaggaarii misooma ispoortii irratti horataman adda ni baasna

BDhDIO

------












  1. Waadaa Tajaajilamtootaaf Galame

  • Akkaataa chaarterii kana irratti qophaa’een lammiileef tajaajila ni kennina;

  • Tajaajilamtoota kabajaan, haala haqa-qabeessa ta’een simachuun iftoominaan ni hojjenna.

  • Hirmaannaa walqixaa fi loogii tokko malee ni taasisna.

  1. Mirga Lammiilee

  • Tajaajila Biirichaan kennamuun wal qabatee odeeffannoo quubsaa ta’e argachuu

  • Tajaajila barbaadu yeroo ka’aame keessatti fi qulqullinaa fi baasii ka’ameen yoo argachuu dhabe sababa isaa ifatti beekuu

  • Tajaajilaa fi murtii haqa-qabeessa argachuu

  • Qaama miidhamtoonni, manguddootnii fi qaamoleen hawaasaa tajaajila addaa isaan barbaachisu haala adda ta’een qajeelfama irratti hundaa’uun keessumsiifamuu fi tajaajiila argachuu

  • Yaadaa fi komee jiru dhiyeessuu

  • Komee dhiyaateef deebii haqa-qabeessa ta’e argachuu

  • Karooraa Biirichaa irratti hubannoo gahaa argachuu fi ragaa raawwii isaa beekuu

  • Yoo deebii quubsaa argachuu hin dandeenyetti qaamolee miidiyaatti, Dhaabata Mirga Namummaatti, Dhaabbata Abbaggaar uummataa fi qaamoolee dhimmi ilaallatutti beeksisuuf mirga qabu.

  1. Dirqama Lammiilee

  • Sadarkaa kenniinsa tajaajilaa qopheessinne kanatti seeraa fi kabajaan itti fayyadamuu;

  • Haaldureewwan tajaajila argachuuf barbaachisan guutanii dhiyaachuu;

  • Odeeffannoowwan tajaajila kennamuun wal qabatan yeroo gaafataman deebii siirrii kennuu

  • Ijaarssa sirna diimookraassii fi misooma biyyaa itti fi naannoo keessatti gahumssaan hirmaachuu

  • Mataa offii hojii fi itti gaafatamummaaf geessissuu

  • Lammii hojii jaalatuu fi naamuussa qabu ta’uu

  • Sochii guddina dargaggootaa fimisoomaIspoortiifiduuf taasifamukeesatti dammaqinaan hirmaachuu.




  1. Sirna Komiin Itti Dhiyaatu

Lammiin haala chaarterii qophaa’een tajaajila hin argatiin mirga komee dhiyeeffachuu ni qaba. Akkaataa komeen itti dhiyaatuu fi furmaata argatu haala armaan gadiitiin kanraawwatu ta’a.

  • Lammiin komee qabu komee isaa raawwataa/ittigaafatamaa tajaajila sana kenneef qaamaan argamuun afaaniin, barreeffamaan ykn bilbilaan, faksiidhaan fi emeeliidhaan ibsachuu ni danda’a.

  • Ittigaafatamaan ykn raawwataan komeen ittidhiyaate komicha qulqulleessuun guyyaa tokko keessatti qaama komee dhiyeeffateef deebii quubsaa kennuu qaba;

  • Lammiin deebii kanatti quufuu dhabe ofiisera naamusaatti dhiyeessuun guyyaa tokko kan hin caalle keessattideebii argachuu qaba;

  • Lammiin haala kanaanis itti quufuu dhabe dhimmicha qaama ol-aanaa mana hojichaatiif dhiyeessuun guyyaa tokko keessatti deebiiargachuu qaba;

  • Dhumarrattis sadarkalee armaan oliitiin yaalii taasifameefi murtee kenameen lammiinitti hin quufiin Dhaabbata Abbaagar ykn Dhaabbata mirga namummaattii fi sab-quunnamtii (media) uummataatiif dhiyeessuun furmaata barbaaduu nidanda’a.

  1. Hirmaannaa Gochuu fi Yaada Kennuu

Lammiileen yaada fooyya’insaa, eeruu, gaaffii fi ibsa qaban haala armaan gadii kanaan dhiyeessuu ni danda’u.

  • Biiroo keessatti saanduqa yaadaa fi galmee yaadaa argamutti fayyadamuu ykn afaaniin ibsuun;

  • Waltajii maree qophaa’utti fayyadamuun

  • Xalayaan, Lakkoofsa sanduuqa postaan-8670

  • Bilbilaan011-4-668611

  • Faksiidhaan 011-4-662825

  • Weebsaayitiidhaan http://www. oysab.et.net

  • E-mailiidhaanboys@yahoo.com ykn kabahorgam@gmail.com

  1. Sirna Hordoffii fi Gamaaggama Biiroo KanaanTaasifamuu Qabu

  • Biirichi akkaataa chaarterichaan lammiileen tajaajila argachuu isaanii hodoffii fi deeggarsa gochuun ni mirkaneeffata;

  • Dhimmoota kanarratti itti gaafatamtoonnii fi raawwatoonni adeemsaaleen hojii itti gaafatamummaa qaban akkaataa chaarterichaatiin tajaajila kennuu isaanii Garee tokkoo shannee, Garee raayyaa jijjiiramaatiin torban torbanii fi ji’a ji’aan gamaaggama taasisuun hooggansa ol-aanaa Biirichaaf gabaasni ni dhiyaata;

  • Gabaasota hordoffii fi gamaaggama yeroo yeroon dhiyaatu bu’uura gochuun tarkaanfiiwwan sirreeffamaa ni taasisa;

  • Waltajjiiwwan tajaajilamtootaa gurmaa’uu fi hojii irra ooluu isaanii ni mirkaneessa;

  • Qaama bilisa ta’een itti quufinsi tajaajilamtootaa akka sakatta’amuuni taasisa;

  • Sirni komeen itti keessumeeffamu diriiruu fi hojii irra ooluu isaa ni mirkaneessa.

  1. Mana Hojii kenyaan Odeeffanoowwaani fi Ragaalee kenaman

  • Dambilee Paakeejii Dargaggootaa Qajeelfamoota addaa addaa,Qoranoowwaan,Karoora ,Gabaasootaa,Dubdeebii,Uunkaalee adda addaa fi Deegarsa Ogummaa ni kennama,

  1. Teessoo Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi IspoortiiOromiyaa

  • Teessoon:- Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaa Magaala Finfinnee ta’ee:

  • Bakki itti argamuu:Karaa Bishooftuu irraa Naannoo xamanjaa yaazh Baankii Daladalaa Iroophiyaa Damee Xabanjaa-Yaazy Fuuldura.



  1. Gabatee 2: Teessoo Hoogganaa Biiroo, Itti aantota fi Adeemsaalee Hojii Biiroo

T.L

Iddoo/Adeemsaalee Hojii Ijoo

Teessoo

Lakk. Bilbilaa

Faaksii

E-mail

1

Waajjira Hoogganaa BDhDIO

0114-66-8610

0114-66-33-92




2

Waajjira I/A Hoogganaa fi gaggeessaa dame dargaggootaa

0114-16-2825

0114-16-28-25




3

Waajjira I/A Hoogganaa fi gaggeessaa dame ispoortii

0114-66-3088







4

Daayireektoreetii deeggarsa,hordoffii fi gurmaa’insa dargaggootaa

0114-66-8613







5

Daayireektoreetii sosochii,hirmaannaa fi idileeffannoo dhimma dargaggootaa

011-466-8612




abrayit 4 @ yahoo.com

6

Daayireektoreetii hirmaannaa fi dorgommii ispoortii

0911867227







7

Daayireektoreetii Leenjii fi Barnootaa

0911256183







8

Daayireektoreetii gurmaa’insa beekamtii fi deeggarsa waldaalee ispoortii










9

Daayireektoreetii Hojii Dhimmoota Kominikeeshinii

0114-66-8611







10

Waajjira Qindeessaa Ijaarsa Dandeettii Fi Bulchiinsa Gaarii

011-466-3392




jamanguye@gmail.com

11

Daayireektoreetii Hojii Bittaa Bulchiinsaa Fayinaansii fi Qabeenyaa

0114-67-4335







12

Daayireektoreetii Hojii Karooraa Bajata Hordoffii fi Gamaaggamaa

01114-70-3038







13

Daayireektoreetii Hojii Bulchiinsa Qabeenya Namaa

0114-67-43-34







14

Daayireektoreetii Hojii odiitii Keessaa

0114-70-30-19









Yüklə 234,07 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin