Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə4/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   17
Mul’ata (Vision)

    • Bara 2012 tti Dargaggoota hunda galleessaan gahooman, lammii ispoortii aadaa isaa godhatee fi waltajjiiwwan hunda irratti dorgomoo gahaa ta’anii akka argaman gochuu

  1. Duudhaalee (Core-Values )

  1. Ittigaafatamumma fi Iftoomina

  2. Beekumsaa fi amantaan hogganuu

  3. Hirmaachisummaa

  4. Aadaa fi Duudhaa Hawaasaa Kabajuu

  5. Aadaa Qusannoo fi Bu’a Qabeessuummaa

  6. Qophaa’ina jijjiiramaa

  7. Miira tajaajiltummaa ummataa qabaabchuu

  1. Dhimmamtootaa_fi_Deeggartoota__Maamiltoota'>Maamiltoota, Dhimmamtootaa fi Deeggartoota

    1. Maamiltoota

  • Dargaggoota

  • Jaarmiyaalee/Gurma’insa /Dargaggoota fi Ispoortii

  • Ispoorteesitoota

  • Ogeessoota Ispoortii/Murteesitoota ,Leenjistoota fi kkf/

  • Waldaalee Ispoortii/Korewwaan,Gareewwaa fi Kilaboota Ispoortii/

  • Abbootti Qabeenya

  • Daldaltoota

  • Uummata /Hawaasaa/

    1. Dhimmamtoota

  • Waajjira Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  • Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa,

  • Biiroo Industrii fi Misooma Magaala Oromiyaa,

  • Biiroo Qonnaa Oromiyaa,

  • Biiroo Siiviil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa,

  • Biiroo Barnoota Oromiyaa,

  • Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa

  • Biiroo Haqaa Oromiyaa

  • Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa,

  • Bulchiinsa Mana Maree Aanaalee

  • Biiroo Lafaa fi Eegumsaa Naannoo Oromiyaa,

  • Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Oromiyaa,

  • Biiroo Barnootaf Leenjii Tekniikaa fi Oggummaa Oromiyaa,

  • Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa,

  • Biiroo Galiiwwannii Oromiyaa,

  • Biiroo Dhimma Dubartoota fi Daa`iimanni Oromiyaa

  • Ejansii Babal`na Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa,

  • Koomishinii Invastimantii Oromiyaa,

  • Koomishinii Polisii Oromiyaa,

  • Koomishinii Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa,

  • Biiroo Biishaanii, Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa,

  • Biiroo Aadaa fi Turiziimii Oromiyaa,

  • Abbaa Taayitaa Daandiiwwannii fi Geejjibaa Oromiyaa,

  • Abbaa Taayitaa Too`annoo Dhaabbiile Misoomaa Mootummaa Oromiyaa,

  • Ejansii Daldalaa Oromiyaa,

  • Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa,

  • Koomishinii Bulchiinsa Manneen Sirreessa Oromiyaa,

  • Koomishinii Qophii Sodaa Balaa Oromiyaa,

  • Inistitiyuutii Qarannoo Qonnaa Oromiyaa,

  • Dhaabbata Bulchiinsa Manneen Mootummaa Oromiyaa,

  • Dhaabbilee barnootaa ol’aanoo fi Leenjii

  • Ministeera Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Federaalaa

  • Federeeshinoota Ispoortii Biyyoolessaa

  • Warshaalee fi Indaastiriiwwaan gara garaa


    1. Yüklə 234,07 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin