|
Filannoowwan Dabalataaf Haala Mijataa Uumuu
|
səhifə | 7/17 | tarix | 07.01.2022 | ölçüsü | 234,07 Kb. | | #91000 |
| Filannoowwan Dabalataaf Haala Mijataa Uumuu
-
Tajaajilli fayyadamtoota bira karaa salphaa ta’een akka qaqqabu teknolojii adda addaatti fayyadamuun filannoowwan kenna tajaajilaa baay’isuu fi haala mijataa uumuun barbaachisaa dha.
-
Hunda Ija Tokkoon Ilaaluu
-
Hunda ija tokkoon ilaaluun, kabajaa fi iciitii eeguun gaarii ta’uu xiyyeeffannoo dhimmoota barbaadaniif xiyyeeffannoo kennuu fi kkf qajeeltoo kana jalatti kan ibsameedha.
-
Rakkoolee Hiikuuf Kan Qophaa’e
-
Rakkoolee fi hanqinaalee jiraniif uumaman karaa bu’a qabeessa ta’ee fi karaa barsiisaa ta’en hiikuu, sirreessaa deemuu, komii hiikaa deemuu fi sirna hundaaf ifa ta’e komiin itti dhiyaatuuf hiikamu ifatti diriirsuu dha.
-
Maallaqa Kanfalamuuf Tajaajila Walgitu Dhiyeessuu
-
Bu’a qabeeessummaa itti fayyadama qabeenyaa dabaluun kanfaltoota gibiraa fi tajaajilamtootaaf taajaajila walgitu dhiyeessuuf gargaara
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|