|
|
səhifə | 8/17 | tarix | 07.01.2022 | ölçüsü | 234,07 Kb. | | #91000 |
| Fooyya’insaa Fi Kalaqa
-
Yeroo hunda karaa itti tajaajilli fooyya’aa deemu barbaaduun gaarii ta’a sababni isaas Kalaqnii fi fooyya’insi itti-fufiinsa qabu yeroo hunda sadarkaa guddaarra geessisuuf furtuu waan ta’eef. Kana malees itti-fayyadama tekinoloojii guddisuun kalaq jajjabeessuun hojiilee hojjetan daran waan fooyyessuuf qooda tajaajila fooyyessuu keessatti ga’ee ol’aanaa qabaata.
-
Dhimmamtoota Waliin Hojjechuu
-
Dhimmamtoota waliin dhiyeenyatti qindoomina uumuun waliin karoorsuu, raawwachuu fi hojii qindoominaan madaalaa deemuun tajaajilamtoota bu’aa bayii hir’isuun tajaajila fooyyessun bu’a qabeessummaa dabala.
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|