Sadaasa 2010 Finfinnee Biiroo Dhimma Dargaggootaa Fi Ispoortii Oromiyaatti Sanada Chaartarii Lammilee Bara 2010f Qopha’ee


Tajaajilawwan Gurguddoo Lammiileef Kennamuuf karoorfaman



Yüklə 234,07 Kb.
səhifə9/17
tarix07.01.2022
ölçüsü234,07 Kb.
#91000
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   17
Tajaajilawwan Gurguddoo Lammiileef Kennamuuf karoorfaman

  1. Hubannoo Fi Amantaa Hawaasaa/Dargaggootaa Guddisuun Ilaalcha Misoomawaa Fi Dimookiraatawaa Gabbisuuf.

        1. Waltajiiwwan maree,dhimma dargaggoota irratti xiyeeffate itti fufiinsaan qopheessuu fi gaggeessuun humna siyaasummaa dargaggootaa ni cimsina

        2. Sagantaa Kenna tajaajila tola oltummaa gannaa/bonaa gaggeessuun dargaggoonni tajaajila misooma hawaasaa kessatti fedhii fi miira guutuun akka hirmaatan ni taasisna

        3. Taatewwan (event) dhimma Dargaggootaa irratti xiyeefate gaggeessuun hubannoo dargaggoota qooda akka fudhatan ni taasisna

        4. Sagantaa beekamtii dandeettii artii,qo’annoo fi kalaqa hojii dargaggootaa gurmeessuu fi gaggeessuun miira dorgomummaa fi fayyadamummaa dargaggootaa ni cimsina


  1. Yüklə 234,07 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   17




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin