Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Xiinxallii Dhaaboota Hojii Ijaarsaa Raawwatan (Competitors Analysis)



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə10/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   ...   84
1.1.2 Xiinxallii Dhaaboota Hojii Ijaarsaa Raawwatan (Competitors Analysis)

Galma gahiinsi dorgomaa tokkoo kan ittiin madaalamu dorgomtoota biroo waliin yoo ilaalamu fudhatama ykn iddoo inni qabuunii dha. Haaluma kanaaniis dhaaboota hojii ijaarsaa raawwatan, jeechuniis heeyyama hojii ijaarsaa sadarkaa tokkooffaa (GC1) ta’aanii isaan keessaayis akka samudaattii tarsiimoo isaanii xiinxaluf fudhataman yoo ta’u, kaayyon isaatis dadhabiina fi ciimina bira-qabaan Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwanii Oromiyaa waliin qaban qorun daandii milkaa’iina dirirsiisu dha.

Haaluma kanan IIDO’n dorgomtoota mootummaa fi dhuunfaa kan hojii wal-fakkaataa hojjatan hedduu qaba. Isaa keessayiis:-





Jiraachuun dorgomtoota kanneenii IIDO’n gabaa ijaarsaa keessatti hirmaachuu irratti qormaata akkasumas carraa ta’uu danda’a.



  1. Yüklə 2,07 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin