Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Xiinxala haala waliigalaa angoo fi gahee hojii Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə17/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   84
1.1.3 Xiinxala haala waliigalaa angoo fi gahee hojii Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa

Xiinxalliin kun haala waliigala hojiilee daangaa aangoo Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa labsiidhan kennaman kan agarsiisu yoo ta’u, xiinxala seerotaa, danbiilee fi qajeelfamoota aangoowwan kanarraa ba’an kan hammate waan ta’eef, hojiin kun hojii Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa ta’ee argameera.

Haaluma kanaan waajjirri kun aangoo fi gahee hojii itti kennamerratti hundaa’uun imaammata, tarsiimo’aa, karoora fi sagantaalee mootumma akka biyyaa fi naannootti ba’aniif karoora guddiinaa fi tiraansifoormeshinii galmaan gahuu keessatti hojiilee ijaarsaa adda addaa hojjateera.

Hojiiwwan hanga ammaatti hojjetamaniin wajjirichi yeroo madaalamu: gama ijaarsa daandiitiin fayyadamummaa ummataa mirkanessuf hojiin milkaa’ina qabu hojjetameera.

Haa ta’u malee, fedhiin tajaajila daandii argachuu babala’achaa dhufe dandeettii raawwachiistummaa waliin waan wal hin gitneef daandii qulqulluu fi yeroo isaa eeggate hojjetanii ummataaf dabarsuu irratti hojiin hojjatame gahaa hin turre. Gama kanaan Intarpiraayiziin Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa angoo fi ga’een hojii itti kenname kan hojjechiisu waan ta’eef kana galmaan gahuuf Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimo’aa kana hojiitti hiikun jijjiirama fiduuf hojjata.


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin