|
Ergamaa fi Mula’taa Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa
|
səhifə | 19/84 | tarix | 09.01.2022 | ölçüsü | 2,07 Mb. | | #96981 |
| 3.Ergamaa fi Mula’taa Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa
Ergamni barbaachisummaa hundeeffama jaarmiyaa kan agarsiisuu yoo ta’u; mul’anni immoo jaarmiyichi waggoota dhufan keessatti jijjiirama kallattii hundaan fiduudhaan maal irra akka gahuu irra jiraatu kan agarsiisuu dha. Haaluma kanaan ergamanii fi mul’anni Intarpiraayizii Ijaarsa daandiiwwan Oromiiyaa kanatti aansee dhiyaatee jira.
3.1. Ergama, Mul’ata fi Dudhaalee Intarpiraayizichaa
3.1.2. Mul’ata
-
Duudhaalee/Core value/
Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon Intarpiraayizii ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa akkaataa hojii keessatti calaqqisuu qabuun dhihaateera. Isaanis:
-
Ibsa Duudhaalee
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|