Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


B) Maammiltootni keenya Giddu-galeessa hojii keenyaati



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə21/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   84
B) Maammiltootni keenya Giddu-galeessa hojii keenyaati

IIDOn maammiltoota heduuu qabatee socho’aa jira. Isaan kunis, kaneen akka ATDO, Aanaalee, Bulchiinsaa magaalotaa fi Godinaalee, Dhiyeessitoota meeshaa fi hawaasa fayyadamoo dha.

Kaayyoon guddaa IIDO itti qufiinsa maamilaa mirkaneessuu dha. Kanaaf ammo IIDOn maamiltoota isaaf xiyyeeffannoo kennee fedhii isaanii guutuuf itti deemuu qaba. Sababni isaas, maamilaan ala socho’uu waan hin dandeenyeef. Adeemsa Hojii isaa keessatti maamiltootni keenya haala seera qabeessa fi diimokraatawaa ta’een wantootni isaan isairraa barbaadan guutuudhaaf ni hojjeta. Kanaaf, maamilli keenya giddu galeessa hojii keenyaati.



  1. Yüklə 2,07 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin