Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə22/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   84
Miira Gareen hojjechuu

Hojiin Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa ogeessa muraasaan yookiin ogeessa tokkoon kan fiixaan ba’u miti. Hojiin ijaarsaa bu’aa ogeessoota baay’eeti. Waan kana ta’eef, namoonni beekumsa fi muuxannoo adda addaa qaban akka nama tokkootti dhaabbatanii walii galuun tajaajila ijaarsaa raawwachaa jiru.

Hojiin ijaarsaa daandii, gamoo fi riiqaa hojjechuuf wal ta’iinsa garee ogeessoota sadarkaa gadii irraa kaasee hanga hoggantoota ol’aanootti jiran miira tokkoon walta’anii hojjechun kan milkaa’u dha. Kanaaf tarsimoo qabatamee kana calqabbii miira gareen hojjechuun jiru caalaatti cimsuuf waajjirichi xiyyeeffannoon irratti hojjeta.




Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin