Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


F) Qabeenya keenya qusannaa fi kunuunsaan itti fayyadamna



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə24/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   84
F) Qabeenya keenya qusannaa fi kunuunsaan itti fayyadamna

Galma ga’iinsa hojii ijaarsa daandii tiif qabeenya qabnu kunuunsuu fi qisaasa irraa eeguun murteessaa dha. Qabeenyi kun kan of keessatti qabatu:



  1. Humna namaa:- leenjii kennuu, carraa barumsaa kennuu fi marii hojjettootaa wajjin hojiidhaaf kakkaasuu kan danda’u onnachiftuu adda addaa kennuun itti fayyadamuu dha.




  1. Meeshaalee dhaabbataa:- Maashinarii, Konkolaattotaa fi ‘Light plant’ kan akka Genereetara, Kompireesaraa, ‘Welding Machine’, fi kkf yeroo yeroon hordoffii taasisuun (PM & CM) tajaajila yeroo dheeraa akka kennaniif kunuunsa barbaachisaa taasisuu,


  2. Yüklə 2,07 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   20   21   22   23   24   25   26   27   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin