Gabatee-7
5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa
Biiroo Barnoota Oromiyaa
| | | -
Qulqullina fi yeroo xumuraa irratti gaaffii ka’uu danda’u
| -
Kaffaltii yeroon raawwachuu dhabuu,
-
Carraa hojii dhowwachuu
|
Bulchiinsa Magaalootaa (Godinaa, aanaa)
| | | -
Qulqullina fi yeroo xumuraa irratti gaaffii ka’uu danda’u
| -
Kaffaltii yeroon raawwachuu dhabuu,
-
Carraa hojii dhowwachuu
|
Dhiyeessitoota meeshaalee fi tajaajila adda addaa
| -
Meeshaalee fi tajaajila baay’ina fi qulqullina barbaadamen yeroo barbaadame keessatti dhiyyeessuu
|
| -
Yeroon fi qulqullina barbaadamun ykn haala waliigaltee tiin dhiyeessuu dhabuu
| -
Raawwii hojii boodatti hambiisuu
|
Hojjetoota IIDO
| -
Naamusa , dandeettii fi beekumsa gaarii qabaachuu,
-
Imaammata, tarsiimowwan fi riiformiiwwan mootummaa fudhachun hojiitti hiikuu,
-
Miira tajaajiltummaa qabaachuu,
-
Raayyaa siviil sarviisii akka ta’anii argaman
| -
Iddoo hojii mija’aa uumamee
-
Bulchiinsa gaarii dagaage
-
Humna dandeettii raawwachisummaa cimsachuu
-
Mindaa haala hojii fi yeroo wajjin adeemuu danda’uu fi faayidaalee adda addaa argachu
-
Sirni badhaasaa akka jiraatu
| -
Jijjiramaaf qophii ta’uu dhabuu
-
Rifoormiwwanii fi tarsiimoowwan jijjiramaa amananii fudhachuu dhabuu,
| -
Hojii dadhabsiisuu,
-
Hojii gadi lakkisuun (turnover)
|
|