Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Gabatee-7 5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə30/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   26   27   28   29   30   31   32   33   ...   84
Gabatee-7

5.Xiinxala Maamiltotaa, Dhimmamtoota fi Waltaatoota Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa

Dhaabbilee Mit-Mootummaa

Walta’iinsa misoomaa (partnership) deeggarsa teekinikaa hojii ijaarsaaf oolu kennuu

  • Haala mijaa’aa uumuu fi hirmaachisummaa




Gargaarsa kennaniif haala duree baay’isuu fi ilaalcha mataa isaanii fe’uu

Hirmaannan isaan misooma keessatti qaban xiqqaachuu,

Gargaarsaa fi deeggarsa kennan dhaabuu



Ummata naannichaa

  • Hirmaannaa misoomaa bifa gurmaa’inaa fi itti fufiinsa qabun deeggaru

  • Ummatni raayyaa misoomaa ta’u isaa beekee mootummaa faana hiriiruu

  • Aadaa hojii gaarii fi qusannaa cimu

  • Tajaajila bu’uuraalee misooma qulqullinaan raawwataman




  • Mootummaa irraa amantaa dhabuu,




  • Hirmaannaa xiqqeessuu

Mootummaa Naannoo oromiyaa

  • Bajata ramaduu,

  • hojii kennuu

  • Ijaarsa daandii haala karooraa fi sagantaa qabameen akka raawwatamu

  • Angoo fi gahee hojii hunda itti kenname akka ba’u




  • Gargaarsa gochuu dhabuu

Tarkaanfii bulchiinsa fudhachuu



Biiroo Eegumsa Naannoo Oromiyaa

  • Carraa hojii laachuu

  • Kununsa naannoo fi eegumsa taasiisu

Gargaarsa gochuu dhabuu

Manca’iina boosonaa taasifamuf himatamu

Abbaa Taayitaa Galiiwwan Naannoo Oromiyaa

  • Haala galii yeroon sassaabuu uumuu




  • Galii yeroon galchuu




  • Fedhii yeroon galii sassaabuu dhabuu

  • Yeroon keessummeessu dhabuu


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   26   27   28   29   30   31   32   33   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin