| -
Humni oomisha dubartootaa fi dargagootaa misoomaaf ooluu danda’u naannicha keessa jirachuu isaa
-
Fedhiin hirmaannaa haawaasni misooma ijaarsa irraatti qabu jiraachuu
-
Muuxannoowwaan gaggaarii walii dabarsuu irraatti qunnamtiin dhaabbilee ijaarsaa biroo waliin jalqabame jiraachuu isaa
-
Karoora guddinaa fi tiraansifoormeeshiinii akka biyyaa fi naannootti qophaa’e galmaan gahuuf humni nama barate misoomaaf deggarsa kennuu danda’uu baay’inaan yunivarsiitootaa fi kolleejjota irraa eebbifaman jiraachuu
-
Nama baratee fi gahumsa qabu gabaaraa argachu,
| -
Aadaan dubartoota qixa hundaan hojii misooma irraatti hirmaachisuu dadhabaa ta’uu
-
Tatamsa’innii dhibee dadarboo fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaa humna misoomaaf oluu miidhuu danda’uu
-
Hojiiwwan misoomaa ijaarsaa naannicha keessaatti raawwatamaa jiran qixa barbaadameen hojii dhabdummaa hir’isuu dhabuu
|