Smbkt intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hiikuf Hojjiwwaan Gama Humna Namaatiin hojjatamu qaban



Yüklə 2,07 Mb.
səhifə48/84
tarix09.01.2022
ölçüsü2,07 Mb.
#96981
1   ...   44   45   46   47   48   49   50   51   ...   84
Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hiikuf Hojjiwwaan Gama Humna Namaatiin hojjatamu qaban

  • Sagantaalee rifoormii fi paakeejii bulchiinsa gaarii hojiirra oolchuudhaan ol’aantummaa seeraa mirkaneessuun madda kiraa-saasaabdummaa hundeerraa dhabamsiisuu

  • Hoggansa sadarkaa sadarkaan jiru ilaalcha, yaadaa, amalaa fi raawwii hojii isaatiin humna jijjiiiramaa fi gahumsa qabu taasisuu

  • Hojimaata hoggansi raawwii hojii isaa yeroo yeroodhaan ittiin gamaaggamu diriirsuu

  • Sirna keessumeessaa komii tajaajilamtootaa diriirsuun hojiirra akka oolu taasisuu

  • Ergama, mul’ata, kaayyoo fi galma dhaabbatichaa dhugoomsu dandeessissu hojii irra olchu

  • Sirna TQO diriirsu

  • Aadaa gareen hojjachu babal’isuu

  • Hojjataan hojii irraatti ofiitti amantummaa akka horatuu haala mijeessu


Yüklə 2,07 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   44   45   46   47   48   49   50   51   ...   84




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin