|
|
səhifə | 49/84 | tarix | 09.01.2022 | ölçüsü | 2,07 Mb. | | #96981 |
| Faayinansi
-
Riiformii to’annoo faayinaansii itti fufiinsaan hojii irraa akka ooluf irratti hojjachu
-
Mala qabiinsa herreega kompitaraan deeggarame hojii irra oolchu
-
Bulchiinsa maallaqa callaa fi qabiinsa heerrega baasii cimsu
-
Dhimmoota seektara hunda ilaallatu qindoominaan rawwachuu fi haala barbadamuun bu’aa fiduu dhabuu (cross cutting issues)
| -
Imaammattoota, sagantaalee, seerotaa fi qajeelfamoota dhimma dubartootaa, dargaggootaa fi daa’immanii ilaalchisee bahan naannicha keessatti sadarkaa hundarratti itti fufiinsaan hojiirra oolchuu
-
Sagaantaawwan misoomaa kamiyyuu keessatti dubartootni fi dargaggoonni akka hirmaatanii fi gama hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaatiin fayyadamtoota taasisuu
-
Namoota HIV/AIDS waliin jiraatan xiyyeeffannoo adda ta’e kennuun deeggersaa fi kunuunsa gochuudhaan tatamsa’ina dhukkubichaa xiqqeessuu
-
Haaluma walfakkaatuun dhimmoota seektara hundaa idileessuu.
| -
Dorgomaa cimaa fi gahuumsa qabu ta’uu dhabuu
| -
Qabeenya Humna Namaa
-
Hojjataa gahuumsaa fi muuxannoo qabu horachuu
-
Ilaalcha ni danda’ama jedhu hojjataa keessatti uumuu
-
Bulchiinsa ikkupimantii fi itti fayyadama
-
Seenaa (history jacket) maashiinarii, konkolaatotaa fi ’light plant’(compressor, generator, welding machine and etc) bifa ammayyaa (computerized) fi seeraan galmaa’e qabaachuu
-
Mashinarii haaraa hojii ijoo garaagaraaf barbaachisan dhiyeessuu
-
Sirna suphaa dursaa (PM) fi booda (CM) fooyyessuu
-
Humna oomishummaa maashinarii beekuu fi irratti hojjachuu
-
Hojii Ijaarsaa fi Kontiraataa
-
Ijaarsa qulqullina qabu raawwachuu
-
Hojii Ijaarsaa yeroo waliigaltee galameen xumuruu, wal harkaa fuudhinsa yeroon raawwachuu
-
Hojii kontiraataa bifa si’aawaa fi yeroo ammayyaa ta’een irratti hirmaachu
-
Eeggattummaa Abbaa Taayitaa Daandii Oromiyaa jalaa bilisa bahuu
-
Hojiilee Ijaarsaa qophii dizaayinii irraa kaasee hanga ijaarsaatti jiru qindoominaan hojjachuu
-
Oomishummaa mashinootaa sirriittin too’achuu
-
Hojii galii dabaltaa maddisisan babal’iisu
| -
Galiin Intarpiraayizichaa sadarkaa barbaadameen guddachuu dhabuu
| -
Maddoota galii intarpiraayizichaa babal’isuu
-
Baasii xiqqeessuuf normii qophaa’e guutummaan guututti hojii irra oolchuu
-
Inveestimentii garagaraa irratti hirmaachuu
-
Galii gurgurataa oomisha meeshaalee ijaarsaa irraa argamu babal’isuu
-
Sirna qisaasa’ina qabeenyaa hir’isu irratti gadi fageenyaan hojjachuu
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|