Hojjattotaa Intarpiraayizichaa, Saalaan, Bara 2006.
Iddo Hojii
|
Saala
|
Ida’aama
|
Dhiira
|
Dhalaa
|
|
Waajjira Ol’aanaa
|
190
|
64
|
254
|
Pirojaktoota Ijaarsaa
|
888
|
70
|
958
|
Ida’aama
|
1,078 (88.94%)
|
134 (11.06%)
|
1,212
|
Gabatee-3
Baay’ina Maashinarii fi Konkolaatota IIDO Waliigalaa yeroo amma Jiranii fi sadarkaa isaan irra jiran kan argisisuu
Lakk
|
Gosa Maashiinarii ykn Konkolaataa
|
Baayina
Waliigala
|
Kan Hojjatan
|
Kan hin hojene
|
Kan maqfamuu qaban (Uneconomical)
|
1
|
Doozara
|
46
|
20
|
22
|
4
|
2
|
Gireedara
|
56
|
23
|
27
|
6
|
3
|
Loodara
|
48
|
26
|
22
|
|
4
|
Rulloo
|
48
|
19
|
29
|
|
5
|
Eksikaavaataraa
|
2
|
|
2
|
|
6
|
Tiraaktara
|
95
|
23
|
59
|
13
|
7
|
Tireelara
|
106
|
47
|
59
|
|
8
|
Konkolaata Garagalcha
|
116
|
52
|
48
|
16
|
9
|
Konkolaata Xixiqqa
|
143
|
72
|
66
|
5
|
10
|
Konkolaatota Loobeedi
|
4
|
4
|
|
|
11
|
Konkolaatota Botee Bishaani
|
29
|
24
|
5
|
|
12
|
Konkolaatota Fee'iinsa
|
15
|
8
|
2
|
5
|
13
|
Konkolaatota Botee Boba'a
|
7
|
5
|
2
|
|
14
|
Konkolaatota Sarvisii Hojjatota
|
7
|
6
|
1
|
|
15
|
Konkolaata Kireenii
|
1
|
1
|
|
|
16
|
Konkolataa Foork Liftii
|
1
|
1
|
|
|
Ida'ama
|
724
|
331
|
344
|
49
|
Akkaataa gabatee kanaa olitti ilaalamuttii Maashinariin fi konkolaataa IIDO qabu lakkofsaan baay’ee fakkaatuus irra caallii isaanii mofaa fi Abbaa taayitaa daandiiwwan Itopiiyaa durii fi ATDO irraa kan dhufanii dha.
|
-
Haala Waliigala Raawwii Hojii Waggoota Darbanii (2001-2006)
Intarpiraayiziin Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa bara 2001 dhaabbatee erga hojii jalqabee kaasee hojiiwwan ijaarsaa garaagaraa qaamolee mootummaa fi miti-mootummaa irraa kontiraataan fudhachun hojjachaa tureera, dabalataanis hojiiwwan hawaasummaa fi deeggarsa garaagaraa kennaa tureera ammas hojjechaa jira. Hojiiwwan hanga ammaatti raawwataman keessaa baay’een isaanii hojii ijaarsaa fi suphaa daandii Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa irraa kontiraataan fudhatamanii raawwataman yammuu ta’u kan hafan Biiroolee Mootummaa kan biroo, Bulchiinsa Magaalootaa, Aanaa, Godiina fi Dhaabbilee Miti-mootummaa adda addaa irraa fudhatamanii kan hojjetamaa turanii dha. Hojiwwan kanneeniis:
2.1. Ijaarsa Daandii Bonaa fi Gannaa
Hojiiwwan ijaarsaa pirojaktoota daandii bonaa gannaa lakkoofsaan 62 ta’an dheerina waliigalaa km 1,993.41 Qr. Biiliyoona 4.23 walii galtee kontiraata seenuudhaan hanga dhuma bara baajataa 2006ti hojii ijaarsa daandii km 1,427.49 Qr. Biiliyoona 2.47 raawwatee jira.
-
Suphaa daandiitiin
Gama suphaa daandiitiin ammo suphaa salphaa fi cimaa km 21,500.05(irra dadeebii) kan ta’u Qarshii Miliiyoona 459.61’n suphuun tajaajiila walirraa hin cinne akka kennuu godheera.
-
Pirojektoota Xixxiqaa fi Riqoota
Pirojaktoota Xixiqqaa (dandii bonaa) km 937.96 fi riqoota adda addaa maalaqaan Qr. Miliyoona 162.17 raawwachuun tajaajila akka kennan ta’eera.
-
Deeggarsa garaagaraa qaamolee adda addaaf taasifame
3.1. Deeggarsa teeknikaa
Intarpiraayiziin Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa deeggarsa teeknikaa qaamoota garaagaraatiif kennaa tureera. Deeggarsi kennamaa turees kaffaltii tokko malee humna namaa Intarpiraayizichaa fayyadamun magaalota Oromiyaa garaagaraatiif deeggarsi teeknikaa kan akka ispeesifikeeshinii qopheessuu, yeroo konkolaataafi maashinariin bitaman sakata’insa, gorsa garaa garaa kennuufi kkf dha.
3.1.1. Deeggarsa mashinarii
Intarpiraayizichi mashinarii muraasa ofii qabu kan itti fayyadamu qofa osoo hin taane qaama mootummaa deeggaruudhaan guddiina biyyattiin qabattee deemtu galmaan gahuu keessatti shoora mataa isaa taphachaa tureera, ammas taphachaa jira. Haaluma kanaan baroota darban keessaa qaamolee adda addaatiif (bulchiinsa magaalota, Yuunivarsitoota, Godiinaalee, aanaalee adda addaa fi kkf) haaluma deeggarsa gaafataniin deeggarsi maashinarii fi ogeessaa godhameeraaf.
3.1.2. Carraa hojii uumuu
IIDO’n hanga hojiin daandii kontiraata seenamu raawwatutti ummata naannoo hojiitti argamaniif carraa hojii ni uuma. Haaluma kanaan, hojjattootni heddun pirojaktoota adda addaa irratti hojii garaa garaa irratti qacaramanii hojjachaa jiraniif carraa hojii uumaa turee ammas uumaa jira. Kun immoo gaheen hojii dhabdummaa hir’isuu keessatti taphatu salphaa akka hin taane mul’ata. Dabalataaniis muxannoo adda addaa akka gargaaraa gimbeessaa, hojjataa anaaxii fi kkf irratti hojjachun ogummaa jiruu isaanii itti foyyeefachu danda’aan horachaa jiru.
-
Hojii investimentii fi atileetiksii
Hojii ijaarsa daanditiin ala Intarpiraayizichi babal’ina hojii investmentii adda addaa keessati hirmaachudhaan hanga ammaatti qarshii Mil. 6.95 sheerii Aksiyoona Eleemtuu fi ‘Oromia Investment Group International’ irraa biiteera. Akkasumas sochii atileetiksii naannichaa jajjabeesuuf atileetota baay’inni isaanii 58 ta’an bara 2002 irraa kaasee hanga ammaatti qarshii Mil 4.80 itti baasuun IIDO’n Kilabii Atileetiksii mataa isaa danda’e hundeessudhan leenjisun fuulduraaf atileetoota biyyattii wamsiisan akka uumaman hirmaannaa guddaan taasifamaa jira.
Walumaagalatti IIDO’n hanga ammaatti ijaarsa daandii bonaa fi gannaa, suphaa daandii, ijaarsa riiqootaa goodiinaalee fi aanaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti ijaaruun fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa jira.
Gabatee-4
-
Raawwii ijaarsa daandii fi suphaa bara 2001-2006tti Km’n
Lakk
|
Gosa hojii
|
2001
|
2002
|
2003
|
2004
|
2005
|
2006
|
Ida’ama
|
Raawwii
|
Raawwii
|
Raawwii
|
Raawwii
|
Raawwii
|
Raawwii
|
Raawwii
|
1
|
Daandii Bonaa Gannaa
|
263.81
|
182.71
|
222.37
|
192.89
|
321.42
|
244.29
|
1,427.49
|
2
|
Proojektii Suphaa
|
3,948.29
|
4,364.48
|
4,250.46
|
4,232.51
|
4,522.41
|
181.90
|
21,500.05
|
|
Cimaa
|
930.49
|
1,087.72
|
1,074.12
|
1,104.15
|
1,309.35
|
171.9
|
5,677.73
|
|
Salphaa
|
3,017.80
|
3,276.76
|
3,176.34
|
3,128.36
|
3,213.06
|
10
|
15,822.32
|
3
|
Pirojektoota xixxiqaa
|
389.66
|
336.44
|
132.79
|
34.47
|
28.60
|
16
|
937.96
|
Gabatee-5
-
Raawwii hojii 2001-2006tti Maallaqaan
Lakk
|
GosaHojii
|
2001
|
2002
|
2003
|
2004
|
2005
|
2006
|
Raawwii
|
1
|
Daandii Bonaa Gannaa
|
153,409.00
|
182,808.94
|
324,181.58
|
341,629.69
|
618,205.97
|
852,052.38
|
2,472,287.56
|
2
|
Proojektii Suphaa
|
75,248.55
|
82,911.52
|
92,446.56
|
96,415.68
|
108,556.13
|
4,029.58
|
459,608.02
|
|
Cimaa
|
50,033.20
|
56,949.60
|
64,755.20
|
66,889.23
|
83,001.34
|
3,685.82
|
325,314.39
|
|
Salphaa
|
25,215.35
|
25,961.92
|
27,691.36
|
29,526.45
|
25,554.79
|
343.76
|
134,293.63
|
3
|
Pirojektoota xixxiqaa
|
42,024.95
|
27,906.18
|
34,291.89
|
16,446.74
|
25,209.49
|
16,300
|
162,179.25
|
|
270,682.50
|
293,626.64
|
450,920.03
|
454,492.11
|
751,971.59
|
868,352.38
|
3,094,074.83
|
Dostları ilə paylaş: |