|
Ibsa Kaayyoolee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa
|
səhifə | 56/84 | tarix | 09.01.2022 | ölçüsü | 2,07 Mb. | | #96981 |
| Ibsa Kaayyoolee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa
(Strategic Objectives Commentary)
Ibsa:- Amantaa maamilaa guddisuu jechuun maamilii tajaajila saffisaa, qulqullinaa fi loogii irraa bilisa ta’e haala itti fufiinsa qabuu fi walirraa hincinneen intarpiraayizii keenya irraa akka argatu taassisuun jechuudha.
Maamila yeroo yeroon mariisisuun waliigaltee irra gahame irratti hundaa’udhaan hojiiwwan karoorfaman rawwatamuu isaanii sakatta’iinsa gaggeessudhaan hanqinaalee mul’atan sirreessuun irratti hojjachuu ta’a. Maamilii amantaa intarpiraayizi irratti qabu mirkaneessudhaan itti fufiinsaan miira abbummaan akka itti dhaga’amu gochuu dha.
Dostları ilə paylaş: |
|
|