Bu’aa: maallaqa hojii karoorafameef oole
Milkaai’ina: Bu’a qabeessummaa maallaqa dable
Ibsa: Hanqina maallaqa mootummaan ijaarsa daandiif ramaduuf fedhiin jiru walii hin gituu.
Kanaafuu, karoora galii hojii ofii harkaa qabu hojimaata isaa fooyyessuun akkasumas madda galiiwwan biroo keessattu gahee hojii labsii keessatti mana hojjichaaf kenameef hunda hojii irra olchuun galii intarpiraayizichaa guddisuun humna isaa cimsuun intarpiraayizichi gama hundaan dorgomaa ta’e gabaa keessa akka turu gochu.
Bu’aa: Gosa madda galii dabalee fi galii guddate
Milkaa’ina: Bu’aa qabeesummaa dabalee
|